Saturday, June 1, 2013

OSGA: The Ethiopian government must stop the discriminatory approach and find a durable solution

The following is a statement from the Oromo Support Group-Australia (OSGA) about the ongoing tensions of civilian conflicts in Ethiopia.
—————-
Oromia Support Group in Australia Inc.
P.O. Box 38
Noble Park, 3174, Vic
E-mail: osg.australia@gmail.com
Registration: A0041955G. ABN: 95 941 300 944

The Ethiopian government must stop the discriminatory approach and find a durable solution

OSGA Statement on ongoing tensions of civilian conflicts in Ethiopia
Troubled relations between Ethiopia’s government and the Oromo people constitute a serious obstacle in the country’s path to stability and prosperity. Indeed, the Ethiopian government’s recent history has been plagued by ethnic conflict and protracted conflicts with government forces, particularly in Oromia and neighboring regions.
Although it has recently started getting some Oromo media attention, for the past 3 years the ongoing invisible war carried out on Oromo, in the Aniya area, massively affected the local people.

– Full Statement (pdf file)

Shura Council blames cabinet for Ethiopian dam crisis

On

Sat, 01/06/2013 - 18:25
   
Liberal and non-Islamist members of the Shura Council, currently the sole legislative body in Egypt, held a press conference on Saturday to review the country’s options for resolving the Ethiopian Renaissance Dam crisis.
The crisis is contemptible for Egypt and for President Mohamed Morsy, and it endangers the country’s national security,  Nagui al-Shehabi, Shura Council member and head of the Generation Party (Al-Geel), told the Reuters-affiliated Aswat Masriya news website.
Mohamed Hanafy, MP of the liberal Al-Wafd Party, called on Morsy and Prime Minister Hesham Qandil to attend the Shura Council session on 10 June to bolster people’s confidence in the president, from whom they await clarification on how he intends to resolve the crisis.
Hanafy blamed Qandil for the former and existing international agreements. He also called on the head of intelligence to attend the session because, “this is a national security issue”. He added that Israel, Qatar, and China are behind the construction of the dam.
The civil current will submit statements to the Shura Council for discussion, as is its patriotic duty, Hanafy said.
Coptic writer and intellectual Sameh Fawzy encouraged the cabinet to reject the plan rather than discuss its negative impact.
Hanafy added that the Shura Council should address the governments of the other three countries to discuss the issue.
He also requested that the council tell the truth to those governments who donated or contributed to the project and ask them to mull over the negative impact the dam will have on Egypt. He added that the government should ask the World Bank to acknowledge that the project was carried out without consulting Egypt. Finally, he said, the council should go to the African Security Council and explain the negative impact the dam will have on security in Africa.
If the council fails to do this, “We will experience dangers similar to those existing in Sinai and on the Libyan and Sudanese borders. We will see that the cabinet is not strict when it comes to dealing with situations that threaten national security,” he added.

Oduu barattoota Uninivaristii Jimmaa keessaa bahe


Akkumaa beekamuu Nuti baratootni Oromoo Yuunibaristii Jimmaa Miseensotaa fi Deegartootaa Dhaabbaata Dimookiraatawaa U/ Oromoo (DH.D.U.O) turree, sababootaa armaan gadii irraa ka.uun Guyyaa haraa irraa egallee miseensummaa DH.D.U.O guutummaatti dhaabuu keenya ni beeksifna,.
1. Mootummaan naannoo Oromiyaa Maqaaf malee Mirgaa Ummataa Oromoogamaa Siyaasaan,dinagdeen, qabinsaa mirgaa dhala namummaan, egumsaa naannoon, bulchiinsaa gaariin, mirgaa dimookiraasiin kabachiisaa waan hin jirreef miseensummaa dhaabaa dhaabuuf murteeffaannee.
2. Nuti jijjiraama barbaadna gama Siyaasaa Oromootiin jijjiiramnii karaa dhaabaa keenyaa Dh.D.U.O dhufaa kan hin jirree tauu waan hubanneef,  keessaattuu ergaa Uummaannii Oromoo dhibeentaa (25%) miseensaa dhaabaa kanaa ta’ee boodaa Oromummaan akka yakkaatti akkaamee ilmaan Oromoo nagaan sabboonummaa qaban yakkamtootaa jechuun mana hidhaattii guuraman, dhaabbilee barnotaa ol aanoo keessaattii naf xanyaan kaleessaa nu bitaa turtee jechaa dulloomaa abootii ishee irraa dhaalteen uummata keenyaa arraabsaa jirti. Ergaa OPDOn mirga sabummaa keenyaa hin kabachiisuu ta’ee Oromummaa akka Yakkaattii lakkaawee ilmaan Oromoo mana hidhaattii guursisaa ta’ee miseensummaa fi buusiin miseensummaa dhaabaa kanaaf buusnu bu’aan isaa maalii? Mootummaan eenyuu nuti enyuu?
3. Akka UummataaOromoottii qoodamaangoo Feederaalaa keessaa teessoo olaanaa gara teessoo 178 ol paarlaamaa biyyaattii keessaa qabatee kanjiruu OPDO taee utuu jiruu qoodamnii aangoo  biyyaatti keessaatti nuf kennaamee jiruu kan wali hin madaallee fi tasuma iyyuu sirna Federaaliziimii waliin kan wal faalleessuu ta’ee jira, Oromoon angoo dhabee moggeeffaamee jira, mee xinxaltootni Siyaasaa hubadhaa ilaalaa teessoo hanga kanaa baannee utuu jiruu yoo dhugaa dubbaannee aangoo Muummicha Ministeeraa Oromootu qabachuu qaba, warrii kaan teessoo paarlaamaa 38 , 125, 45 fi kkf qabatanii muummichaa ministeeraa, itti aanaa mummichaa ministeraa, fi ministerotaa garaagaraa dabalee wal muudaa jiruu, egaa Oromoon paarlaamaa biyyaattii ijaaree utuu jiruu maaliif aangoo waakkatamee? Ministeerotaa meeqatu Oromoodhaa? Miseensaa Jirmiyaa siyaasaa tokkoo ta’uun maaliif? Kanneen kun miseensummaa dhaabaa OPDO akka dhaabnu nu dirqanii jiru.
4. Mirgoonnii Dimookiraasii fi namummaa kabajamaa hin jirani, mirgii barataan tokkoo akka nama dhuunfaa fi gareen qabuu sarbamaa jira, garuu seerrii fi heerrii dhaabaa keenyaa waan kanaa hin eyyaamuu, Fkn namoonnii maqaadhaf Poolisotaa nuti nagaa egsiistootaa fi nuti dabbaallee Dh.D.U.O tii
ofiin jedhaan guyyaa guyyaatti mirgaa baratotaa addaattii immoo mirgaa baratootaa Oromoo sarbaa oluu, yoo karaa itti fedhii dhuunfaa isaanii guutatan barbaadan baratootaa Oromoo sabboonummaa fi
Oromummaa qabaniin isiin ABO dha, jechuun ID irraa fuudhuun qoratu, nyaataa illee akka ittin hin nyaannee fi dallaa yuunibarsiitii keessaa gadi bahaanii akka ol hin seenneef torbee lama hanga baatii tokkoo ID itti hin kennamu, dhimmaa dhuunfaa isaanii illee rakkoo siyaasaa gochuun siyaasaa dahoo godhatanii ilmaan Oromoo barnootaa irraa ariiachuun shiraa dalaguu, yoo barbadaan barreeffaamotaa barbaadan ofiin barreessuun maxxaansanii baratootaa gidduuttii goolii kaasuun kanaa sababeeffaachuun immoo jeeqummsatu ka’ee jechuu human nu dabaalaa, baajataa ittin tasgabbeessinuu nuf baasaa, jechuun mootummaa gaafatu. Ilmaan Oromoo nagaa ittin barnootaa irraa ari’uun akka hojii ciminaattii qabxii qabsiifachuun sadarkaa guddinaa ittiin mootummaa gaafatu. Haallii kun qabatamaan dallaa Yuunibarsiitii Jimmaa keessaattii raawwaachaa jiraa,kanaaf fakkeenyii gariin itti gafaatamaa Poolisii dallaa Yuunibarsiitii Jimmaa Kaliid A/Tamaam fi dabbalota Dh.D.U.O kan ofiin jedhan Barattota akka Badhaasaa Firaajaa,Dabalee Charuu, Caalii Rattaa,fi Haptamuu Rattaa fi kkf akka fakkeenyaatti kaasuun ni dandaama,namonnii kun dhugumaa Mootummaa fayyaduu isaniitii moo, fedhii dhuunfaa guutachaa jiruu? Qajeelfama seeraa mootummaa isaa kamtuu gochaa abbaa irruummaa kana deeggaraa? Yeroo garaa garaatti iyyataa dhiyeeffaannee deebii gahaa dhabuu irraa darbee rakkoo ilaalchaa qabduu jechuun waan qoratamaa jirruuf guutummaatti miseensa dhaabuu murteeffaanne.
5. Asiin fuulduraa ilaalchaa Siyaasaa fi gochaa keenyaan Ummataa Oromoo cunqurfamaa kanaa fi
sabboontotaa goototaa Oromoo dhugaa Oromummaa isaanii fi Mirgaa Ummataa keenyaa kabachiisuuf
qabsoo bilisummaa, nagaa fi dimookiraasii gaggeessuun arsaa kanfalaa jiran yoo deemsaa keenyaan isiin
gadisiifneeraa taee dhiifamaa guddaa gaffanna. Akkaa mootummaatti Yakkamtootnii fi Shakkamtootni sanuu angoo irraa bobbaafamani siyaasaa dahoo godhachuun Dallaa Yuunibarsiitii Jimmaa keessaatti
yakkaa garaa garaa baratootaa Oromoo irraatti rawwaachaa jiraan seeraatti akka dhiyaataan ammas cimsinee gaafanna. yoo tarkaanfii madaalawaan yeroo dhiyootti hin fudhatamin tarkaanfii mataa keenyaa kan fudhannuu ta’uu ni akeekna. GARAGALCHA -Presidentii Mootummaa Nannoo Oromiyaatiif -Waajjiraa DH.D.U.O Gidduugaleessaaf -Biroo Haqaa fi Naga.

Waxabajjii 28-29, 2013: Waamicha Kora Gamtaa Kutaalee Awurooppaa Magaalaa Oslootti

Gadaa.com
Bakka: Galma Chilii eit Vet Veien 8 Veit Vet Senter Oslo T-bana. Lak. 5
(Metro lak.5) Giddugaleessa magaalaa Oslo irraa gara bahaa
(From Oslo Center East Bound – Vestli) Baasii lakk. 31 Giddugaleessa magaalaa Oslo irraa gara “Grorud jedhu yaabbattanii Veit vet irraa buutu”
KQ

Hegeree Media and OPride.com Present The Miss Oromia 2013 (in July in Minneapolis) – Limited Space, Register Today