Short Calendar of the Planned Rallies (For Details, please see below):
(We thank Ayyaantuu.com for making this user-friendly table; for corrections or updates, please contact Ayyaantuu.com, and we’ll correct it afterwards).
- London, England – May 6, 2014
- Washington, DC – May 6, 2014 (1st Day of Protest)
- Chicago, IL – May 6, 2014
- Seattle, Washington – May 7, 2014
- Cairo, Egypt – May 7, 2014
- Den Haag, Netherlands – May 9, 2014
- Oslo, Norway, Scandinavia – May 9, 2014
- Washington, DC – May 9, 2014 (2nd Day of Protest)
- Berlin, Germany – May 9, 2014
- Ottawa, Canada – May 9, 2014
- Melbourne, Victoria, Australia – May 9, 2014
Past:
- München, Germany – May 3, 2014
—————————————-
Melbourne, Victoria, Australia
—————————————-
Ottawa, Canada
—————————————-
Chicago, Illinois
—————————————-
Cairo, Egypt
—————————————-
Berlin, Germany
Waamicha hiriira nagaa magaalaa Berlinitti.
Gara Oromoota hunda.
Lammii keenya nagaan haa gayuu.
Akka hundi keenya quba qabnuutti, yeroo amma kana mootummaan TPLF/EPRDF biyya keenya Oromiyaa jeeqaa, hunkuraa, uummata Oromoo mana hidhaatti guura fi ajjeesa jira.
Haala kana akka lammii Oromootti cal jennee ilaalu hin qabnuu. Kanaaf, uummata keenya isa daraaramaa, dhiignii isaa dhangalaa fi dhumaa jiru, sagalee isa ta’u dhaan, mootummoota addunyaatti beeksisuuf, waamicha hiriira nagaa isinii goone.
Ajjeechaa, hidhaa fi reebichii Oromoo irra gayaa jiru kun na ilaala, lammii irra qaba, lammii kootu dhiignii isaa dhangalaa jira kan jedhuu hundii, hiriira kana irratti qooda fudhachuu qaba jenne hubana.
Tokkummaan humna
Tokkummaan waliin dirmanee, biyya keenya fi saba keenyaaf haa dhaabanuu.
Guyyaa hiriira: 09.05.2014 (May 9, 2014)
Bakka: Bundeskanzleramt fuula dura (auf dem Platz zwischen Paul-Löbe-Allee und Otto-von-Bismark-Allee)
Yeroo (Sa’aa): 9:00
Nagaa fi fayyaa isini hawwina
Koree Hojii Gaggeessitu-Hawaasa Oromoo Barliin (KHG-HOB)
——– ENGLISH VERSION of the BERLIN RALLY ———
A Call for Demonstration Against TPLF’s “Genocide” Plan and to Demand Justice for Oromo Students Massacre, Freedom and Self-Determination
The Oromo Community in Berlin and Union of Oromo Students in Germany (UOSG) have jointly planned to hold a protest rally in front of the Office of the Federal Chancellor, Berlin (auf dem Platz zwischen Paul-Löbe-Allee und Otto-von-Bismark-Allee) on Friday 9th May, 2014. The purpose of this protest rally is to strongly protest against the ongoing widespread human rights violations and extrajudicial killings of Oromos in general and Oromo University, High school, and Elementary students in particular by the TPLF minority regime in Ethiopia. The latest massacre is a continuation of what has become customary for the minority junta to shoot indiscriminately against peaceful Oromo students and protesters, some as young as 14 years, with snipers and other forces equipped with heavy machinery. All Oromos and friends of Oromos in Germany are invited to turn up and stand against these evil acts of the Ethiopian dictators.
We strongly demand that the authorities ordering and executing this massacre against Oromo students and Oromo people be held accountable for their crimes at an international court.
Date: 09.05.2014 (Friday, May 9. 2014)
Place: Infront of the Federal Chancellor/ Bundeskanzleramt (auf dem Platz zwischen Paul-Löbe-Allee und Otto-von-Bismark-Allee)
Time: 9:00 in the Morning
Executive Committees of UOSE-Germany
For more info, contact us: tboj.uosg@gmail | abdissa2011@gmail.com Mobile: 015210249774 or 015217299850
“It always seems impossible until it is done.” ― Nelson Mandela
—————————————-
Washington, DC
A Call to Demonstrate Against the dictatorial Ethiopian Government.
Dear all Oromo in the Washington Metro Area and Elsewhere,
The Oromo Community Organization (OCO), the Oromo Youth Self-help Association (OYSA/WWDO) of the Washington Metropolitan area, the International Oromo Women’s Organization (IOWO) and the Human Rights League of the Horn of Africa (HRLHA) have jointly planned to hold a protest rally in front of the White House and State Department on Friday, May 9, 2014 starting 9:00am to 1:00pm against the TPLF led minority regime in Ethiopia.
The purpose of this protest rally is to strongly protest against the ongoing widespread human rights violations and extrajudicial killings of Oromos in general and Oromo University, High school, and Elementary students in particular by the TPLF minority regime in Ethiopia. The latest massacre is a continuation of what has become customary for the minority junta to shoot indiscriminately against peaceful Oromo students and protesters, some as young as 14 years, with snipers and other forces equipped with heavy machinery.
Also, the protest rally will request the U.S administration to exert utmost pressure on the Ethiopian dictatorial regime so that the latter can stop the arbitrary arrests, kidnappings, tortures and killings of innocent Oromo students for simply exercising their God-given basic human rights; freedom of speech, freedom of assembly and freedom of peaceful demonstration. We request because the regime is the ally of the United States. In particular, the rally will demand a halt to the killings of Oromo students who are peacefully protesting against the so-called “Integrated Development Master Plan” whose sole purpose is to illegally expand the capital city, Addis Ababa/Finfinnee towards Oromia State, thereby systematically evicting Oromo farmers from their ancestral lands as well as dispossessing them of their properties, identity, culture, language, freedom, way of life…etc.
It is to be noted that the master plan is against the principles of the constitution of Ethiopia itself. According to the constitution, Oromia is a geopolitical nation defined geographically and jurisdictionally with its boundaries. The constitution further states that the special interest/integrity/ of Oromia will be maintained in Addis Ababa, because Addis Ababa itself is the heartland of Oromia. Contrary to this, machination of the so-called Addis Ababa-Oromia state integrated development master plan is bent on destroying Oromos’ identity as well as boundaries of Oromia. In general, the plan has a hidden motive to destroy Oromia and the Oromo people.
The principles of integrated development does not infringe on the geopolitical entity of the beneficiaries of the development. For example, integrated development of the District of Colombia-Maryland-Virginia does not, in any way, encroach on the entities of the States of District of Columbia, Maryland and Virginia. What make the minority led government in Ethiopia unique is its dictatorial and fascistic characteristics.
All Oromos, democratic nations and friends of Oromo should stand against the heinous acts being perpetrated towards Oromo students by the minority led Ethiopian government as well as against the so-called Addis Ababa-Oromia state integrated master plan.
We also demand that the authorities ordering and executing this massacre against Oromo students and Oromo people be held accountable for their crimes at an international court.
OCO, OYSA, IOWO and HRLHA are calling upon all Oromos and friends of Oromo to demonstrate against this killer and cunning minority led regime in Ethiopia.
Sincerely,
OCO, OYSA, IOWO and HRLHA Joint Board of Directors
Also, on May 6, 2014 in Washington, DC:
—————————————-
Oslo, Norway, Scandinavia
WAAMICHA HIRIIRA MORMII – LAMMII OROMOO BIYYOOTA SKAANDINAVIYAA
KEESSATTI ARGAMTAN HUNDAAFUU,
UUMMATNI OROMOO BIYYOOTA SKAANDINEVIYAA KEESSA JIRAATTAN HUNDINUU HIRIIRA MORMII KAN GAAFA JIMAATAA, GUYYAA 09-05-2014 (May/Caamsaa 9, 2014) SAA’ATII 10:00 IRRAA EEGALEE MAGAALAA OSLOOTTI GODHAMU IRRATTI HIRMAATTANII AKKA DIRQAMA LAMUMMAA BAATAN HAWAASI OROMOO OSLOO IYYAA, IYYA DABARSAA ISINIIN JEDHA.
KAAYYOO HIRIIRICHAA:
- GAAFIIN MIRGAA KAN ILMAAN OROMOO BIYYAA KEESSATTI KAASAA JIRAN GAAFII KEENYAS TA´UU ADDUUNYAAF MULDHISUU
- AJJEECHAA, HIDHAA FI DARARA MOOTUMMAAN ABBAA IRREE ITOOPHIYAA ILMAAN OROMOO GAAFII MIRGAA KARAA NAGAYAATIIN GAAFATAN IRRAAN GAHAA JIRU BALAALEFFACHUU
- GARGAARSA ILMAAN OROMOO KANNIIN RASAASA MOOTUMMAA ITOPHIYAATIIN RUKUTAMANIF OOLU WALITTI BUUSUU.
- SAGANTAA:
* 10:00 – HIRIIRRI FUULDURA WIIRTUU BAABURAA FUULDURATTI EEGALA
* 11:00-12:00 – PAARLAAMAA FUULDURATTI HIRIIRRI GODHAMEE IYYANNOO GALFANNA
* 12:00-13:00 – MINISTEERA DHIMMA ALAA FUULDURATTI HIRIIRRI GODHAMEE IYYANNOO GALFANNA
KANAAFUU, TOKKUMMAAN BAANEE SAGALEE UUMMATA KEENYAA HAA DHAGEESSISNUU JECHAA HAWAASI OROMOO OSLOO KABAJAA WOLIIN WAAMICHA ISINIIF DABARSA
QUNNAMTII: +47 99 55 79 06/+47 40 04 55 92/+47 92 69 13 72 … E-MAIL : oromo@oromooslo.org
—————————————-
London, England, The United Kingdom
A big demonstration is organised on 6 May 2014 at 11:00am in front of the Parliament (Old Place Yard, SW1) in London.
This demonstration addresses the current atrocities of Ethiopian government, particularly the killings of peaceful Oromo student demonstrators.
All Oromos and friends of Oromos in the UK are invited to turn up and stand against these evil acts of the Ethiopian dictators.
Please come in black clothes to indicate sadness for innocent Oromo students shot dead by Ethiopian armed forces.
Please forward to your contacts.
The Organising committee
—
Hiriirri guddaan gaafa Caamsaa 6, 2014 sa’aatii 11.00am irraa jalqabee London, Parlaamaa fuuldura , (Old Place Yard, SW1) geggeeffama.
Oromoo fi firoottan Oromoo biyya UK tti argamtan gochaa hammeenyaa fi ajeechaa ilmaan Oromoo irratti graawwatamaa jiru akka dura dhaabbatan isin beeksifna.
Huccuu/ wayyaa gurraacha uffattanii argamtanii ilamaan Oromoo lubbuun isaanii darbeef gadda keessan akka agarsiiftan kabajaan isin hubachiifna.
Hadaraa dhaamsa kana namoota kaaniifis dabarsaa.
Koree Qindeessituu
—————————————-
Seattle, Washington
—————————————-
Den Haag, Netherlands
Waamicha Hiriira Mormii
Ajjeechaa bartootta Oromoo’rra ga’aa jiru, akkasumas seeraan ala magaalaa Finfinnee babaldhisuuf gocha Mootummaan Itoopiyaa raawwachaa jiru mormuu dhaan magaalaa Den Haag, Netherlands keessatti hirirri mormii ni gaggeeffama. Namoonni biyya Netherlands keessa jiraattan hiriira kana’rra tti akka argamtan kabajaa Oromummaan waamicha keenya isiniif dabarsineerra.
Guyyaa fi teessoon hiriirri itti gaggeeffamu,
Guyyaa Hiriiraa: Jimaata Caamsaa (Fridag Mei 9-05 2014)
Magaalaa: Den haag
Teessoo: Plein 2, 2511 CR Den Haag (Parlama Nederland)
Sa’a: 12.00n eegalee 14.00n xumuurama
Bifuma wal-fakkaatuun Hawaasinni Oromoo biyya adda addaa keessa jiraatu martinuu guyyaa fi haala isiniif mijate tti hiriira mormii wal-fakkaataa akka gaggeessitan kabajaa Oromummaa tiin isini tti dhaammanna.
Tokkummaan Umna!
Koree Hojii Raawwachiiftuu
Hawaasa Oromoo Netherlands
—————————————-
München, Germany
Irra: Tokkummaa Barattoota Oromoo Biyyaa Jarmanii
Gara
- Hawaasoota Oromoo
- Misensoota Tokkummaa Barattoota Oromoo Biyaa Jarmanii
- Jaarmayoole Siyaasa Oromoo Biyyaa Jarmanii Kessaatti argamtanii maraaf
Sochii didda biyyaa kessa jalqabame jiru ilaalchise maatikenya fi Marsaale Addaa addaa irra odeffannoo Rafiitii nama dhowwuu dhaggeffacha jirra.
Kana ilaalchse karakenyaan tarkaanfii hatattaman fudhachu qabnu irratti Marii geggessuuf, Walittidhufun dirqama Oromummaa fi yeroo dha jenne amanna.
Kanaafu
Gaafa: Caamsa 03, 2014 (03.05.2014)
Sa’a: 14:00 irra kaase,
Iddo: Schwanthalerstr.80, München itti
Marii kan geggessinu waan ta’ef akka yeroo kanatti iddo caqafametti akka nuf argamtani ykn bakka bu’akessani akka nuf ergitan, waamicha Oromummaa kabajaan dhihessina.
Tokkumaan Humna!
KHG TBOJ irra
Qunnamtiif: khg@tboj.de | khg.tboj@yahoo.com |
www.tboj.de
bilbila: 015213802604, 017661459448
UOSE-Germany