Friday, September 20, 2013

Ethiopia Supports Campaign Against International Court

A general view shows a section of the skyline in Ethiopia's capital Addis Ababa, Sept. 16, 2013.
A general view shows a section of the skyline in Ethiopia's capital Addis Ababa, Sept. 16, 2013



Marthe van der Wolf
=>voa

SEENAA GABRUMMAA DHAALUUN YOOM DHAABBATA?

Y.G(2005) | Fulbaana 20, 2013
Habaabileen keenya akaakilee keenyaaf , Biyyaa fi ummata seenaa mataa isaa qabu dhiisanii dabran . akaakileen keenya ammoo,Biyya walabummaa qabdu dhaalee, Biyya gabrummaa jalaatti kufte Abbootii keenyaaf dhaalsise dabre . Abbootiin keenyaa fi dhalooti isaan harkaa fuudhes, waan Abbootii isaanii irraa dhaalan bakkatti deebisuuf qabsoo wal irraa hin cinne gaggeessaa haa jiraatan malee, seenaan waggaa 150 olii, gabrummaa waliif dabarsuudha. Qooqa, aadaa, dudhaa, seenaa gabrummaa jalatti sukkumamu walii dabarsaa har’a geenye jirra. Biyyaa fi Ummati kabajamaan kun garuu har’allee gabrummaa jala jira. Dhalooti har’as , imaanaa abbootii isaa fi akaakilee isaa bakkatti deebisuuf , lubbuu isaa bakka bu’aa hin qabne wareeguuf gama hundaan sochii taasisaa jira.
Ani akkan hubadhutti, seenaan gabrummaa wal dhaalsiisuu kun dhaabbachuu kan dadhabeef, hanqina nuuti hubachuu dadhabne lama irraati natti fakkaata. Inni duraa waan habaabileen keenya Biyya walaboomte keessa isaan jiraachise san kan dhaallee nutti fakkaatu fi nu keessa jira jennu caalaa, waan diinni ittin nu cabsu qaama taasifachuu keenya hubachuu dhabuu yennaa ta’u, inni lammaaffaan, gootummaan habaabilee keenyaa innii haqaa nu keessa waan hin jirreefidha. Ni jenna malee , hojiin nu keessa hin jiru. Kun lameen sirritti nu keessa odoo jiraate, karaa dheeraa kana hin deemnu. Walis hin dhabnu. Walis hin danqinu.
Dhaalmaayaa seenaa wal irraa hin cinnee kana keessa , Ilmaan Oromoo addatti dhalooti har’aa waan of gaafachuu qabuutu jira. seenaan inni habaabilee isaa irraa dhufaa dabraan dhaale deebisuuf, tattaafachuun akka jirutti ta’ee, ani dhaloota itti aanuuf , Biyyaa fi Ummata gabrummaa keessa jiruun dhaalsiisamoo, Biyya Birmadummaan ishee kabachiifteen dhaalchisa ? jedhanii of gaafachuu qaban. amma yoomitti Biyya gabrummaa fi seenaa gabrummaa dhaloota dhaalsiisaa jiraannaa ? dhaalmaan akkasii yoom dhaabbata ? eenyu irratti dhaabbata ? maaf nu irratti akka dhaabbatuuf wareegama barbaachiftu kafallee seenaa haaraa , Biyya walboomte haaraa hin dhaalsiifnu ? jedhanii of gaafachuu qofaa odoo hin taane , murteeffachuu qabu .
Qabsoon Oromoo adeemsa kanaatti jira miti ? gaaffiin jedhu ka’uu ni mala . garuu akka amma jirruun odoo hin taane, wareegamni Bilisummaa keenyaaf nu barbaachisu salphaa akka hin taane hubatamee , dhalli Oromoo hundumtu bakka jirutti , gabrummaan ana irratti haa dhaabbatu ! jedhee kutannoo seena qabeessa murteeffatee, gamtaan ykn tokkummaan diina irratti ka’uun ala furmaatii biro akka hin jirre, sagalee tokkon muteeffachuun murteessaa waan ta’eefidha. Diinni har’a nu dura dhaabbate jiru , kan afaan qawween qofaa nu dura dhaabbate odoo hin taane, baroota keessa eenyummaa fi maalummaa keenya dhabamsiisuuf kan deemu ta’u irraa, nuutis, diina kana dhaabuuf Qawwee baadhachuu qofaa osoo hin taane, sabummaan keenya akka dhabamuuf diinni waan nu irratti hojjatu maraa of irraa qolachuun barbaachisaa ta’uu nu feesisa.
Gama kaaniin, dhalooti jiru hundumtu amma yoomitti seenaa fi qaba ture jennee dubbanna ? jechuun , waan furmaata jedhamee akeekame irratti xiyyeeffannee hojjachuun barbaachisaadha. Aadaan, seenaan, safuun, Afoolli , Maammaaksi kkf, kan abbootii fi akaakilee keenyaa kan dubbannu malee, dhalooti isaan booda jiru, dhaloota boriif maal kaa’ee jira ? jennee of gaaffannee seenaa hojjachuuf ka’uun murteessaadha. Aadaa fi seenaa Ummata kanaan sadarkaa barnootaa addunyaan itti jirtu geenyeerra. Eebbifamnee mindaa fufurdaa arganneerra . garuu waan Ummati kabajamaan kun qabu bakkatti deebisuuf sochiin taasifnu hanqachuu irraa, Biyyuma gabroomte, seenaama gabrummaa dhaalsiisaa jirra. Kun yoom dhaabbata ? eenyutu dhaaba ? gaaffiilee jedhan ofitti fudhannee mooraa qabsoo jabeessinee salphina keessaa ba’uuf hojjachuun barbaachisaadha.
Sabni gabrummaa jala turee fi gabrummaa jibbe, wareegama barbaachisu kafalanii Bilisoomanii , dhaadannoo , gabrummaan nu irratti haa ga’u ! jedhu dhugeessanii , dhaloota itti aanutti seenaa gabrummaa dhaalsisu irraa baraaramanii, Biyya Bilisoomte itti kennanii , seenaa haaraa dhaloota jiru ilaallatu hojjatanii dabran . kun gootummaadha. Nuutiwoo ?seenaa gabrummaa dubbachuu qofa odoo hin taane, dhaabuuf hojiin haa mul’ifnu. Wareegama malee bilisummaan akka hin jirre dhaloota jiru barsiisuu qofaa odoo hin taane, wareegama ba’u sun firii akka argatuf irratti haa hojjannu . nama wareegamaan seenaa jijjiru ta’uuf of haa qopheessinu.
Dhaloota itti aanu seenaa gabrummaa odoo hin taane, ykn gabroomu itti himuu osoo hin taane, akka itti bilisoomu itti himnee fi waliin dhaabbannee, seenaa haaraa hojjannee, Biyya bilisoomte ijoollee keenyaa dhaalsiisuuf haa hojjannu. Oromoon akkas tureen dhaabbate, Oromoon akkasii jechuutti ce’uu qabna. Hojiin siyaasaa dhimma Oromoo ilaallatu irratti hojjatamu qofaa miti, waggoota 50n dhufaniif gaaffiin Oromoo dhaabbachuu akka hin dandeenye ifadha. Gootummaan abbootii keenyaa seenaa qofaa ta’ee himamu hin qabu. Nu keessas seenee hojjachuu qaba. Onnee seenaa fi gootummaa Ummata keenyaa dubbatu qofa odoo hin taane, kan itti seenee seenaa hojjatu fi dhaloota itti aanuuf seenaa haaraa dhaalsiisu ta’uuf dirqama lammummaa haa gumaachinu.
Seenaan Oromiyaa fi Oromoo seenaa addunyaa keessatti akka hin haqamnetti katabameedha. Waggoota 22 dura seenaan Oromiyaa fi Oromoo beeksiisuu wareegama kafalameen lafa qabatee jira. Amma irra deebinee kan dubbannu hin jiru. Akka haaraattis wanni dhalootaaf himnu hin jiru. Biyyaa fi Ummata wareegamaan beekame kanatti iggitii gochuuf , marxifatanii hojjachuu qofaatu nurraa eegama. Seenaan Abbootii keenyaa har’a akka haaraatti dhaloota kanatti himnu kan jiru hin fakkaatu. Waan waltajjiif qofaa itti fayyadamnus miti. Seenaa saba kanaa bakkatti deebisuuf socha’uu qofaatu nurraa eegama. Seenaa dubbachuuf yoo ta’e, jala deemtoonni wayyaanee iyyuu guyyu lallaban.
Amma Bilisummaa Ummata kanaa kabachiisanii dhaloota itti aanu daandii mataa isaa irra akka imalu taasisuuf , hojii qabatamaatu barbaachisa. Dhaloota of gurmeessee lubbuu isaa diina duratti of kennaa jiru kana dhaqqabnee, akka wareegamni isaa firii malee hin hafneef cinaa isaa hiriiru qofaatu , seenaa durii qofaa haasa’aa akka hin hafne nu taasisa. Kana jechuun, seenaa dabre kaasuun hin barbaachisu odoo hin taane, seenaa haaraa galmeesisuutti haa fulleeffanuu jechuufidha. Dhalooti sadii seenaa wal fakkaataa hojjatee dabreera. Gabrummaa wal dhaalsisuu. Dhaloota amma jiru ammo seenaa haaraa hojiin argamu danda’u, harka keenya keessa jiru, hojitti jijjiiruuf haa hojjannu.carraan hegaree keenyaa nu harka jiraachuu eenyullee ragaaf hin waammannu.
Qabsoon walii galaa Oromoon bakka jiru maratti gaggeeffachuu danda’u baafannee tarkaanfachuun barbaachisaadha. Addunyaa kana irratti wanni diinaaf dhiifne teenye ilaallu tokkollee jiraachuu hin qabu. Bilisummaa barbaanna taanaan , Bilisummaan akka itti argamu danda’u  irratti hojjachuutu qoricha. Bilisummaan , Ummata Bilisummaa qabaachaa ture jennee waan dubbanneef jijjiiramu hin danda’u. akka gootoonni keenya , waggoota 150 oliif lubbuu isaanii bakka bu’aa hin qabne akkuma kafalanii dabran nuutis, murtee akkasiin of kakaasu qabna. Seenaan wal fakkaataan yeroo daddabalamu, umama keenya irraa rakkoo qabnaa ? jechuutti nu geessa malee, furmaata biro nu argamsiisuu hin danda’u.seenaan gootummaa abbootii keenya maaliif yeroo keenyatti hankaake hafa ?
Dhuguma Oromummaa habaabilee keenyaa dhaallerraa ? aadaa, qooqa , safuu dhaalle ykn dhaloota itti aanutti dabree jennawoo, waan dhaalle kun waan nurraa eegu maaf hin gumaachinu ? Oromummaa dhaallee ittin boonaa jirra yoo ta’e, Gootummaa Oromummaa kabachiisu maaf hin dhaalle ?Gootummaan abbootii keenya dhugumatti nu keessa jiraa ? yoo jiraate, diina golatti nu seene huunee waliin kan hin duuneef maali ? mallattoon gootummaa kanawoo ???????ijoollee ofii mana hidhaa keessaa reeffa guuruun gootummaa ta’u hin danda’u. salphina malee.
Dhalli Oromoo hundumtu seenaa gabrummaa fi Biyya gabrummaa jala jirtu hin dhaalsifnu jedhee bakka jirutti socha’uu qaba. Seenaa keenya keessatti akaakilee keenya gootummaan kan dhaadheessinu ta’uun qofti bu’aa hin qabu. Nuuti akka isaanii ta’uu hafuun keenya, hanqina ykn qaawwaa seenaa uumaa jiraachuu keenya beeku nu barbaachisa. Gootummaan sun maaf akaakilee keenya qofa irratti dhaabbata ? maaf natti hin ceene ? dhiiga hankaakeen dhaladhee ? jedhanii of gafachuun dansaadha.  Abbootiin keenya, gabrummaa dhaabuuf wareegaman malee , seenaa gabrummaa dubbachuuf hin wareegamne. Warri har’a cichoominaan itii jiranis kanuma. Kanaaf, seenaa gootummaa abbootii keenyaa bakkatti deebisuuf haa hojjannu . gootummaan saba keenyaa nu irra ga’ee maaliif dhaabbate ? mammaaksaa fi afolli akaakilee keenyaa qofaa dubbachuun dhaabbatee, dhalooti har’as mammaaksa bara kana keessaa uumee dhalota boriif dabarsuu qaba. Dandeettin isaanii sun  maaf nutti hin ceene ? maaf seenaa isaanii qofaa kan dubbannu taane hafne ? hundu of gaafate gaaffii seenaa jalaa of baasuuf haa hojjatu.
Abbootiin keenya Bilisummaan dhiiga malee akka hin argamne hubatanii of laatan. Nuutiwoo ? mammaaksa isaanii fi dhaadannoo isaanii qofaa katabnee ykn dubbannee Bilisummaa argachuu dandeenyaa ? kun mataan isaa seenaa hanqina qalbii keessatti galmaa’a . kanaaf Bilisummaa qofa dubbanne eessallee akka hin geenye hubannee , Bilisummaan waan nu gaaffattu keessaa amma tokko gumaachuuf haa murannu. Seenaa haaraa haa hojjannu . amma yoomitti abbootiin keenya jennee hafna ? seenaan qabsoo Oromoo gootummaan beekamu, gootummaan isaa dhaloota kanaan mirkanaa’ee Biyya walaboomtee fi ummata bilisoome dhaloota haaraa haa dhaalsifnu.dhalootii kun seenaa haaraaf haa socha’u. Biyyoonni ykn saboonni seenaa isaanii waggoota 400 fi 150 deeffatanii nu irratti dhaadachaa fi burraaqaa jiran. Nuuti woo ? isaan seenaa abbootii isaanii dubbachuun qofa  hin hafne . hojiin argisiisanii , seenaa abbootii isaanii gabrummaa nu irratti gadi jabeessan. Nuutiwoo ? gabroomu qofaaf umamne ? moo abbooti keenyatti ba’uu dhabnee , gabrummaa of irratti kunuunsina ? gootummaan isaanii ,maaf bara keenya hankaake ? of haa gaafannu.
Tan Dabre:
17.SHIRA DIINAA IRRAA OF TIKSUUN, MEESHAA WARAANAA CAALA!
16. MIRGA KEENYA , IRREE KEENYAAN DEEFFANNA !!!!!!!!
15. MIILA LAMA QABAATANIIF , MUKA LAMA HIN YAABAN DHIDHIIBBAAN HALAGAA, LAMMATA CABUUDHA
14. KANNIISA KUMATU, DAMMA HOJJATA!!!!!!!!
13. MANNI GOGAA HARREEN IJAARAME, GAAFA WARAABEESSI YUUSU DIIGAMA !! Kutaa 3ffaa
12. MANNI GOGAA HARREEN IJAARAME, GAAFA WARAABEESSI YUUSU DIIGAMA !! kutaa 2ffaa
11. MANNI GOGAA WARAABEESSAAN IJAARAME, GAAFA WARAABEESSI YUUSU DIIGAMA !! kutaa 1ffaa
10. DUKKANNI KAN HAMMAATU, GAAFA BARI’UF JEDHUDHA.”
9. MIIDIYAA BAAYYINA KEENYA IBSU NU BARBAACHISA !!!!!
8. MIILA LAMA QABAATANIIF , MUKA LAMA HIN YAABAN
7. HUNDA DURA, BIYYAA FI UMMATA KIYYAAF !!!!!!
6. “DHAABU DADHABU, HAADHEE BALLEESSUU HIN DADHABU”
5. MATAA NU MARAA JIRUU !!!!!!!!!!!!!!!!!! kutaa 3ffaa
4. “MATAA NU MARAA JIRUU !!!!!!!!!!!!!!!!!!” kutaa 2ffaa
3. “MATAA NU MARAA JIRUU !!!!!!!!!!!!!!!!!!” kutaa 1ffaa
2. QABSOON OROMOO “CHAAMPIYOONS LIIGII ” MITII !!!!!!
1. WALII GALAN, ALAA GALAN !!!!

Paarlaamaan Awrooppaa gaazexeessota Itiyoopiyaa hidhaa keessa jiran iif beekkannaa kenne


Nigeria/Ethiopia: Edema Writes Off Ethiopia

Ex-international Benson Edema has written off Ethiopia's chances of qualifying for the FUFA World Cup in Brazil.
The Eastern African nation have been paired to face African champions, the Super Eagles in the final playoffs for the 2014 soccer showpiece and despite causing the ouster of South Africa from the qualifying race and being amongst the last 10 standing teams on the continent, Edema insists that the Ethiopians pose no serious obstacle to Nigeria's bid of clinching a World Cup ticket in November.
As a seeded team, the Eagles have the advantage of playing the second leg of the playoffs at home. The first leg holds in the period of October 11-15 in Addis Ababa while the reverse fixture in Nigeria comes up around November 15-19.
"This is about the easiest draw that I have seen in recent years in our road to qualify for the World Cup. It is just too easy to believe that we are playing Ethiopia but that s the makeup of draws. It is either easy or very difficult. And fortunately for us, we are playing against the easiest side of the lot", Edema told Sports Vanguard.
Continuing, the 1983 Flying Eagles star said "we should thank our stars that we are playing Ethiopia because it could have been a different kettle of fish if we were drawn to face any Cameroon and Senegal. Then we would have appreciated the more why we should thank our stars for this lucky draw.
"We have a crop of players who are determined to fight for their place in the World Cup. It is not Ethiopia that would stop them from reaching Brazil 2014. Certainly not. I see us beating them in their country and in Calabar, which has become a fortress for us", added Edema.
He urged Coach Stephen Keshi to stick the winning team when Eagles confront Ethiopia next month.
"This is not the time to start changing plan and players. Keshi must feature the players who earned him victory at the Nations Cup and have been steadfast in honouring the call to national duty all this while if we are qualify for the World Cup finals", said Edema

Ethiopia admits imposing new restrictions against jailed journalist

By Tesfa-Alem Tekle
September 19, 2013 (ADDIS ABABA) – The Ethiopian government on Thursday admitted imposing new visitor restrictions against journalist Reeyot Alemu, who remains in prison on terrorism-related offenses.
JPEG - 14.5 kb
Reeyot Alemu (CPJ)
“Reeyot Alemu has repeatedly violated prison laws, she is abusive and ill-reputed. As a result prison officials, according to the law, have taken disciplinary measures”, government spokesperson, Shimels Kemal told Sudan Tribune.
Kemal said the latest restrictions were only imposed on her regular visitors and not her relatives.
However, the official warned that if Alemu continues to violate prison laws and regulations, authorities have the right to even restrict her from having any visitors.
Press freedom group, the Committee to Protect Journalists (CPJ), said the new restrictions were in retaliation against a hunger strike she began on Wednesday in protest against orders by prison authorities to turn in a list of her visitors.
Alemu, who has been a columnist for the banned private weekly Fitih, was detained in June 2011 after she was found guilty of terrorism related charges.
Her original 14-year sentence was reduced to five years last August after an appeal lodged at the Federal Supreme Court.
RIGHT GROUPS REACTIONS
International right groups have condemned the measures and are calling for an urgent lifting of the new restrictions.
"We call upon the Ethiopian authorities to lift these latest restrictions and allow Reeyot Alemu to receive all visitors," said CPJ East Africa Consultant Tom Rhodes.
"She is a journalist, not a criminal, and should not be behind bars," Rhodes added.
CPJ said the denial of rights to Reeyot runs counter to the Ethiopian Constitution, which states: "All persons shall have the opportunity to communicate with, and to be visited by, their spouses or partners, relatives and friends, religious counselors, lawyers and medical practitioners."
Reporters Without Borders similarly condemned the decision and expressed grave concern over her situation.
"The denial of visitors to Reyot Alemu is endangering her mental health," Reporters Without Borders said.
"This further deterioration in her situation compounds the already deplorable conditions that she has endured for more than two years. We call for her immediate and unconditional release."
REEYOT NOT A “JOURNALIST”
Speaking to Sudan Tribune, government spokesperson, Shimels Kemal stressed that Reyot Alemu was not a journalist and addressing her as journalist must be corrected.
“She is professionally an elementary school teacher and occasionally writing to a little known circulation won’t make her a journalist” he said.
He added she was involved with a terrorist network and was accordingly found guilty by court.
“It is not right for CPJ to stand by someone who is not a journalist. CPJ is taking wild imaginations only aimed to blame Ethiopia and tarnish [the] country’s image” Kemal further said.
(ST)

Thursday, September 19, 2013

Haawaasni Oromoo naannoo Phoenix Ing.Tasfaahun Camadaa fi Oromoota Koofaleetti ajjeefamaniif siirna dungo ibsu gaggeessan

Fulbaana 19, 2013
Ummatni Oromoo nannoo Phoenix jiraatan walitti dhufudhaan goota oromoo yeroo dhihoo mana hidhaa wayyaanee keessatti haala sukkanneessaa ta’een du’aan adunyaa kana irraa booqoote Ing.Tasfaahun Camadaa fi akkasumas Oromoota jumlaan Koofaleetti  guyyaa saafaa rasaasa wayyaaneedhaan ajjeefaman yaadachuuf qophi gaafa 09/15/13 qophaahee irratti argamuun gadda isaani ibsatan.
Qophi kana irratti senaan goota oromoo Engineer Tasfaahun Chamadaa Engineer Musa Dawudiin dubbifamee jiira. Qabsoo baratoota Oromoo keessatti guubachuun boosana bale seenaa fi bakka guuddaa qabaachuun kan ibsame yeroo ta’u Eerga addi bilisummaa Oromoo Motuummaa ce’umsaa lakkisee baheen booda qabsoon baratootni Oromoo  goodhan faffaca’u irraan kan ka’ee barruulee ebbiifamtoota oromoo maxxansu irratti daangeeffame ture. Motummaan wayyaane kan saamu saamee, kan gurguuratu gurguuratee, ka haafee ammo balleessuu imaammata siyaasa isaa goodhachuun yeroo boosana baaleetti abidda qabsise barattoota oromoo university finfinnee qindeessuudhaan ibida kana dhaamsu irratti akka boobbaafaman goochu keessatti barattoota gahe guddaa xabatan keessa gootichi oromoo Eng. Tesfahun isa jalqabaa ta’uun ibsameera. Barattoonni abiidda kana dhaamsuuf bobbaafaman carraa guuddaa argatan kanatti fayyadamudhaan bosana keessatti ijaaramani akka dallaatti debi’ani goochu keessatti gaheen Eng. Tasfaahuun Chamadaa bara baraan kan seenaa qabsoo barattoota Oromoo keessatti yaadatamaa hafudha.Bara 2000 booda barattoonni oromoo doorsisa, hidhaa fi ajjeechaaf osoo hin jiilbeeffatiin haala daran qindaaheen gaaffi mirgaa fi gaaffi abbaa biyyuummaa daddabalani kaasuun bu’aa goota oromoo Eng. Tasfahun Camadaa fi barattoota yeroo sanatti koree giddu (central committee) keessa turan ta’u seenaatu ragaa baha.
Barattoonni Oromoo yeroo eebbifamani hoojjaa irratti bobbaafaman haala hojii irraan kan ka’een network yokaan walqunnamtiin isaan barattoota dallaatti haafan dukaa qaban laafaa ta’uun  rakkoo qabsoo barattootaa keessaa isa guuddaa ta’uun kan ibsame yeroo ta’u Gootni Oromoo Eng. Tasfaahun Chamadaa kanaanillee kan hin daangeeffamnee fi erga eebbiifame hoojjaa irratti boobba’een boodas commitment ykn of-keennuummaa isaa dachaa dachaatti dabaluun nama qabsoo dukaa hafee fi barattoota birofiillee fakki guddaa kan ta’uu danda’u akka ture ibsameera. Mootummaan wayyaane tuffi ummata keenyaaf qabu irraan kan ka’ee barattoota Oromoo toorcharaan gugguubee mirga yaalamu illee dhoorkuun haala suukkanneessaan akka lubbuun keessaa yaatu goochun kan jalqabaa akka hin taaneef qaroo Oromoo kan akka Alamaayyo Garbaa fi Gaaddiisaa Hirphasaa haaluuma wal fakkaataan mana hidhaa keessatti wareegamuun yadannoo yeroo dhihoo ta’uu wal yaadachisuun Oromoo gumaa gotoowwan isaa baasuudhaan motummaan wayyaanee goochaa qaroo oromoo balleessu irraa akka dhaabbatu yoo hin barsiisne hireen barattootta Oromoo ammallee mana hidhaa keessatti haafani kanaan ala akka hin taane namootni qoophi kana irrati argaman dhaammatani jiiru.
Mootuummaan wayyaane mirga amantaa dhibuun karaa manneen amantaallee qabsoo ummata Oromoo dhukaamsuuf jeecha amantaa haaraa ummatatti fiduun karoora yeroo dheeraa ta’uu kan dhibsee obboo Waqgaariin, ajjeechaan magaala koofaleetti obboolaawwan keenya irratti guyyaa saafaa raawwatame yakka guuddaa ta’uu ibsuun mirgi amanti nuf haa kabajamu jeechudhaan sabootni biroo kan oromoo hin ta’iin illee akka gaafachaa jiirani garu haala nama ajaa’ibsisuun ajjeechaan kan raawwatamaa jiru naannoo Oromoo qoofatti ta’uun ammam dubbichi siyaasa dukaa hidhata akka qabu argisisa jeedhe jiira.
Qophii kana irratti walaloon mata dureen isaa “Maal Dhaammate Gootni” jeedhu Eng. Musaan kan dubbisame yeroo ta’u ummatni sagantaa kanarratti argame ijaaramuun ummata Oromoo balaa dina isaatiin irratti aggaamamaa jiru of irraa qoolachuuf furmaata ta’u ibsuudhaan akkaataatti Hawaasa Oromoo naannoo Phoenix daran jabeessuun danda’amurratti mari bal’aa taasisuun sagantaa isaani milkiin xumurataniru.
Qabsaahaan ni Kuufa Qabsoon itti Fuufa!!!
Phoeinx, AZ          09/15/2013

Ethiopia urges Sudan and Egypt to implement panel’s report on Nile dam

By Tesfa-Alem Tekle
September 18, 2013 (ADDIS ABABA) - The Ethiopian government on Tuesday urged Sudan and Egypt to implement the final study report presented by the international panel of experts that was established to assess the impact of Ethiopia’s giant Nile dam project on downstream countries.
JPEG - 39.1 kb
Grand Ethiopian Renaissance Dam, when completed, will reduce the capacity of the Aswan High Dam, helping to save about six billion cubic metres of water. Image courtesy of Hajor.
Ethiopia cited the findings of the report issued last June as showing that the $4.7 billion Grand Renaissance dam will not have any significant effect on lower riparian countries of Egypt and Sudan.
“Ethiopia accepts the report and stresses the need for Egypt and Sudan to do so,” spokesperson for the ministry of foreign affairs ambassador Dina Mufti said.
Cairo says the construction of the massive hydro-electric dam project will diminish its water share, becoming its prime water security concern.
Addis Ababa however argues the dam project will regulate the flow of water avoiding flooding, reduce siltation and will allow provision of clean and cheap energy to Sudan and Egypt.
"Construction of the dam is underway taking into consideration the benefits of lower riparian countries” Mufti added.
The official dismissed some reports from Egyptian outlets and government officials who are labeling the project as a major threat to Egypt’s safety and security.
He said the reports are inappropriate and misleading.
An official told Sudan Tribune that nearly 30% of construction of the multi-billion power project is completed.
When the dam project - which will have power generation capacity of 6,000 MW - goes operational, the horn of Africa’s nation projects it will generate up to 2 million Euros per day from exporting hydro-electricity.
Although Ethiopia is a source to 85% of the Nile’s water resources, a colonial era treaty, however, has allowed Egypt to utilize the lion’s share of the water resources.
The treaty effectively granted the North African nation a veto power against any dam project along the Nile River in upper riparian countries.
Sudan however, has expressed support to Ethiopia’s dam project putting it at odds with Cairo.
(ST)