Friday, November 8, 2013

ILKAAN SOCHA’E, BUQQA’UUN HIN OOLU !!!!!

Nama Mammaaksa Abbootii keenyaa qofaa dubbatu odoo hin taane, Nama Mammaaksa bara kana keessaa uumu nu haa taasisu yoon jedhe eebba hin ta’u laata ? “ILKAAN SOCHA’EE, BUQQA’UUN HIN OOLU”  Mammaaksi jedhu , carraa Ilkaan socha’ee kana buqqisuuf qabnu lama ta’uu nu akeeka jedheen yaada. (hiikkaa miti) Inni tokko , dhukkubbii ilkaan socha’u uruursaa hanga buqqa’utti eeggachuu, ykn ega socha’ee buqqa’uun isaa hin ooluu maaliifan dhukkubaan rakkadha ? jedhanii of irraa calaasuudha. Filannoon kun Abbaa dhukkuba Ilkaaniin hiraaraa jiru irrati hundaa’a. hiraaraa jiraachuu irra jedhee yoo murate, dhukkubbii yeroo buqqifamu sana dandamatanii of irraa buqqisu, yk hiraara yeroo gabaabduu sana sodaatanii uruursaa jiraatanii , ofis maatiis yaaddeessaa jiraachuudha.
Wayyaaneen Ilkaan socha’ee jiru kanaan adda hin jirtu. Sirni keessi isaa akka malee miidhamee jiru kun, bara 2005 kaasee jireenyi itti jiru, carraa nuuti laanneefiin jiraachaa jiraachuu eenyullee haaluu hin dadna’u.(deeggarsii humnoota alaa akka jirutti ta’ee) kana dhugeessuuf, sochii deebisee of dhaabuuf bara 2000 kaasee taasisaa jiru ilaaluun ga’aadha. Keessattu haalli har’a itti jiru, sadarkaa dhokfachuu hin dandeenye irra ga’ee jiraachuu argina. Sadarkaa keessi keenya tortoree, hundumtuu hattuu ta’ee saamicha irratti bobba’ee jiraa, waraana keessatti hattummaa fi loogiin sanyummaa nu hammacaa jiraa kkf jedhanii miidiyaa ofiin tu’atan irratti ifatti nutti labsaa jiran. Kana malees, Maqaa hattummaa ykn Malaammaltummaa isaan baananiin hidhaan addaa walii isaanii giddutti gaggeeffamaa jiruu fi maqaa Angoo wal dhaalsiisuu jedhuun, wal fonqolchuun sagalee dhokifatee jiru,Ilkaan buqqa’uuf qophaa’e fuula keenya dura jiraachuu nu mirkaneessa.
Waan nuuti keessa jirru irraa kaanee, wayyaanee humna jabaa taasifnee haa ilaallu malee, wayyaaneen fixateera. Keessattu qaawwaan wayyaanee keessaa har’a mul’ataa jiru kan isa dhiibuuf qophaa’eef, qaama guutuun itti seenu danda’a.murachuu miidhama yeroo gabaabduuf qophii ta’uu keenya irraa yoo yaada hirre malee, akkuma ilkaan ofiinu socha’ee sana waliin rakkachuu jibba of irraa darbachuun ni dada’ama. Wayyaaneen inumaa humna waraanaan yoo itti dhufan carraa of irraa qolachuu qabdii ta’a. garuu, Fincila Ummataa dura daqiiqaa tokko illee dhaabbachuu hin dandeessu. Qalbii Ummatootaa fi sochii Ummatootaa keessa jiru wayyaaneen rifaatu jabaa keessa jiraachuu warri galgala waliin dhugan saaxilaa jiran. Kan Angoo isaanii irra, Qabeenyaa kuufatantu isaan yaaddeessaa jira. Kanaaf fincila Ummataa kana dura dhaabbachuuf illee yaada hiraa jiraachuu himama.
Yaadi kun, xiinxala siyaasaa akka ija xaafii heddummaachaa jirutti ida’uuf miti.haqa biyya keessatti mul’ataa jiruudha. Wayyaaneen adeemsa siyaasaa dhoksaa gola ishee keessatti mari’atu irratti maaltu akka ishee mudatu beektiif, warra gaaffii kaasuu barbaadan haala itti humna dhabsiiftu haala nama hin shakkisiifneen hojjachuun milkoofte har’a geessee jirti ta’a. Dargaggoota yk jajjaboo namaa sodaattu hidhuu, Biyyaa baasuu, ajjeesuun, Dargaggoota sodaattu Biyyaa baasuu, hidhuu, maqaa waraanaan mooraa waraanaa keessatti naquu, Yunivarsitilee ijaarsi isaan hin xumuramne fi kooleejoota lakkoofsa hin qabne banuun qalbii hatuun, isa kaan Maqaa maayikiroo xixiqqaan liqii bara bara baraa fudhaten yaadda’aa akka jiraatu taasisuun, isa kaan ammo sheerii kubbaaniyoota adda addaa keessa seenanii maallaqaaf jedhanii osoo hin jaallannee, nagaa wayyaaneef akka dhiphatan fi kkfn taasisuun jiraachaa jirti. Kun hundi garuu har’a deebi’ee kan isaan yaaddeessu ta’eera.
Hammacamuu wayyaanee kana keessaan ykn fuulleetti itti finciluun yoo itti hin fayyadamiin , hanqina keenyaan wayyaanee kufuuf hojjataa jiru lakkii hin kuftu jennee , muratuu dhabuu irraa jiraachisaa jirra. Humni kamuu addunyaa kana irratti, yeroo jabaa itti ta’u qaba. yeroo akka malee laafatus qaba. wayyaaneen garuu laafachuu fi buqqa’uuf socha’uu bara 2005 eegale , jabiina isaan odoo hin taane, laafinuma qabsoo ilmaan cunqurfamoo walii galaan jiraachaa jira. Sochiin saba kamiyyuu sadarkaa humnatti geeddaramu qaba. sadarkaa kana irra geenyee jiraachuu raga nu hin barbaachisu. Dammaqiinsa ummata keenyaan wayyaaneen rifaatu keessa jiru kaasuu qofti ga’aadha. Kana humnatti geeddarree hiraarrii yeroo gabaabduu dandamannee diina yaada hiree jiru buqqisuutti jabaachuu qabna. Ummati gibtsi maaf cichoomee gama hundaan fincilaaa jira ? qabeenyaan barbadaa’aa jiru isaan yaaddeesuu dadhabeeti ? Ummati Filtsixeem maaf diina isaa tokko ciniinee du’uuf guyyu dhuma ? hidhaa fi hiraarriin itti toleeti ? nuuti murachuu hanqachuu keenya irraati malee, tokkomnee waan dhufe haa dhufu jennee of laachuu dhabuu irraati malee wareegamni kafallu amma Biyyoota fakkeenyaaf kaasee hin ga’u.
Ummati Oromoo fi Ilmaan cunqurfamoo hegareen isaanii carraa tokkotti deemu, BOFA GOGAA GEEDDACRACHUUF ciisee jiru odoo arganii, ega gogaa geeddaratee ajjeefna jedhanii kan eegan yoo taatee, kasaaraa waa hundaa of irratti labsaa jiraachuu keenya haa hubannu. Humni wayyaanee tajaajiluuf ijaarame hundi qalbiin isaa akka duraanii miti. Isaaniin caalaatti ofiitti harkisanii keessa wayyaanee caalaatti qaawwaa taasisuuf , humna taanee akka qophaatti ishee hanbisan taasisuu barbaachisa. Wayyaaneen gama hundaan holola heddummeessuun duuba waa hedduutu jira. Manni waa malee hin aaru. Hololli wayyaanee kaleessaa fi har’aa tokko miti. Kan har’aa kan yaaddoo fi dhiphinaati. Kan rifaatuuti. Waan keessa deemaa ol futtaafataa jiru , itti haa mul’ifnu. Fincilli Ummataa carraa wayyaanee dhumaati. Finciluu keenyaa dhaamsuuf miidhaan nu irra ga’u, murannoo Ilkaan socha’ee buqqisanii of irraa darbuu sana irraa adda hin taatu.
Yeroon kun, amma dubbannu ga’uu keenyaaf, murannoo qabaachuu keenyaaf, jabiina keenyaaf, Bilchina siyaasaa fi beektoota keenyaaf, tokkummaa keenyaaf, sabboonummaa hojiin mul’isuu keenyaaf ragaa qabatamaa itti argisifnuudha. Dirreenis Fardis dhihaateera. Humnoonni alaas maalummaa wayyaanee gilgaalanii abbaa humna ta’ee ba’u eegaa jiran. Addunyaa humnatti amantu keessaa tolaan waan eeggannu hin jiru. Dhimmi siyaasa Oromoo sadarkaa Tiyooriin Addunyaan barbaaddu Xiqqaatus baayyatus bara 1991 xumurame. Kan itti bal’ifate mirkaneeffatu abbaadha. Har’a Abbootiin keenya Goota !!!!!! kkf jennee itti dubbannu odoo hin taane, waan Abbootiin keenya ta’an sana taanee, itti boonu qabnuudha.
GALATOOMAA !!!!!!!!!!!!
Burqaa430@gmail.com

Guyyaa FDG Sadaasa 9 Ilaalchiisuun Bakka Bu’ooti Qeerroo Godinoota Adda Addaa Magaala Jimmatti Walitti Dhufanii Dhaamsa/ Ibsa Dabarsan.

Sadaasa 9,013Gareen gaafatamtoota Qeerroo bilisummaa Oromoo biyya keessaatti sochii warraaqsa FDG gaggeessaa jiru Yaadannoo sadaasa 9 guyyaa FDG sababeeffaachuun walga’ii isaa Sadaasa 6/2013 godina dhiha Oromiyaa keessatti gaggeessuun Uummata Oromoo hundaaf ibsa armaan gadii dabarsee jira.
Addunyaa kana irratti ilmi namaa bara inni tole jedhee roorroo, gadiqabaa, hacuuccaa fi garbummaa fudhatee jiraate hin jiru; Ummaannii Oromoos akkuma uummata addunyaa kamiiyyuu guyyaa inni garbummaa, roorroo, gadi qabaa fi hacuuccaa tole jedhee fudhate hin jiru. Keessattuu gita bittoota abbootii irree afaan qawweetti malee sirna bulchinsa dimookiraasii fi kabajamuu mirga namummaatti warraa hin amanne dura dhaabbachuun falmaa hiriyaa hin qabne uummata gaggeessaa as ga’ee ta’uun seenaan ragaa guddadha. Haala kanaan uummaanni Oromoo mootota abbootii irree Habashootaa kaleessaa irraa qabee hanga mootummaa faashisti fi shororkeessaa Wayyaanee hara’aa jirtuu kanatti falmaa bilisummaa gaggeessaa turee fi itti jiru keessatti injifannoo cucululuqaa galmeessa as ga’edha.
Bara 2005 keessa maqaa filannoo waliin dhahaa fi fakkeessaa Wayyaaneen gaggeesseen walqabatee sagaleen uummata Oromoo ukkanfamee; Oromoo fi Oromiyaa bituuf ilmaan habashaa waldhansoo jabaa Finfinnee irratti gaggeessa turtetti, Oromoon caljedhee hin ilaallee, Dhaabni isaa Abdii fi gaachanni uummataa Oromoo ABO’n mirgi uummata Oromoo fi kan saboota rakkoo fakkaataa Oromoo qabanii haa kabajamu jechuun waamicha FDGf ibsa uummata Oromoof taasise.  Gutummaan ibsa kanaa:- Sadaasa 6.docx Jimma.pdf

Thursday, November 7, 2013

Coffee in the Eyes of the First Coffee Drinkers – the Oromo People

By Begna Dugassa, Ph.D. | November 7, 2013
Introduction
“After nourishment, shelter and companionship, stories are the thing we need most in the world.
― Philip Pullman
The above statement is the words of Philip Pullman— a British famous writer. Pullman placed story telling in the category of essential life sustaining conditions similar to that of the food that nourishes our physical body, shelter that shield us from social and natural environmental hazards and love that nourishes our soul. In agreement with the Pullmans words, I encourage everyone to tell their own stories and present their world in the lenses through which they see the world around them. Under the above title, in three separate short articles, I want to present stories to the curious minded coffee drinkers and readers. These articles will cover exclusively about coffee, written from the perspective of Oromo people – the first coffee drinkers.
Globally when billions of people are rushing every morning to work or simply when they are waking up feeling un-refreshed they sip cups of coffee. Indeed, as an Oromo farmer put it, “if the Oromo people did not introduce coffee to the world, the world community remains sleepy”. I am a coffee drinker.  I know most of the coffee drinkers are curious people- very often you see them read their favorite newspapers, journals or surf on internet. At the same time, I know billions of people who drink coffee do not know much about the hot beverage they are enjoying every day. They do not know much about the history of their favorite drink.  There are hundreds of coffee companies that compete with each other to try to attract us. If I use the language of business, the coffee brewers are competing to understand their customers tastes (our taste) and better serve their customers (us – me and you).  Most of those companies do not know much about the history of their business product. Having said this first let me briefly tell you how the need to write this story was initiated.
The word Faranji comes from the word French. The Oromo oral story suggests that their first contact with European was with the French person. When the Oromo man saw the white person he said, “I am an Oromo. Who are you?”  The white person said “I am French”. The Oromo mispronounced the word French and used the term “Faranii” to all fair skin people.
After my absence from my home village for over two decades, two years ago I visited my lovely village. When I say lovely, some of you might say it is not luxury. I live in one of the major metropolitan cities in North America. Compared to my fellow villagers, I have plenty. However, although I spend most of my days in a high-rise building, at night time in my dreams I go back to my sweet village Gooda Riqiicha. This means for me nothing is better than my village – Gooda Riqiicha.
When I visited my home village many of my childhood friends, elders and the younger generation came to see me.  They bombarded me with unexpected questions. One of the challenging questions they asked me was, what do the people in Biyya Faranji – (white man’s country) do that is different from what is done in Oromo country? I was not prepared to answer that question. When I looked at each of them they were all looking at me and waiting for my answer. Remembering the number of newspapers, magazines and books published every day and electronic information that circulates every second in the Western world, I said “in the white man’s world”, events are recorded and this helped each generation to learn from the mistake of the past. This helped them not to prevent the mistakes of the past generation.  Reporting and recording events helped them to keep details about events. If they do not have detailed information about the event they analyze and interpret the information they have”.  One of the elderly men asked me if I would recommend that the younger generation write about events.  I said ‘yes’.  However, in back of my mind, I knew that the Ethiopian government does not allow them write. I know the Ethiopian government is allergic to free media in general and the Oromo media in particular. One of the women asked me, if I have ever written anything. I felt that I failed them, because all of my writings are either in Russian or in English.  Most of the Oromo people cannot understand these languages. Yet, here I am again writing this story in English rather than Afaan Oromoo.
The point I want to raise is the importance of writing and recording events. My intention of writing about coffee is basically to speak the importance of telling stories and recording events.  I believe that telling a story about coffee gives a fresher aroma to the drink that many people enjoy every day. At the same time, telling a story helps coffee drinkers refresh their minds and satisfies their curiosity.
Many Oromo stories are told orally and it is rarely available in writing. Those foreigners who have told in writing about the Oromo people and about coffee have knowingly and unknowingly distorted it. This has distorted the authenticity of the information. Telling legends about coffee and telling stories from the perspective of the Oromo people is very important. Such stories introduce the Oromo people to the world and validate their knowledge. For example, coffee marketers and farmers know that there are two major varieties of coffee: Coffee Arabica and Coffee Robusta. It has been scud that the name coffee Arabica was given because it was the Yemenis who started trading it. Similarly coffee Robusta came about because the Belgian company Robusta stated trading the given variety from the Belgian colony – Congo or Zaire.  Although there are no dispute about the origin of coffee being Oromia and the neighboring region of Kafficho, the colonial mind-set is not ready to name these coffees the way they should be named – Coffee Oromia for coffee Arabica and Coffee Congo for Coffee Robusta. Having said this now let me directly go to the myth and legend about coffee plantation. The legend is based on the Oromo indigenous episteme.
Coffee:  Bunno’s Flesh and God’s Tear
Oromos believe that our pathways in life (prior of conception to death) are predetermined by God. God predetermine the causes of death before everyone is born. In an extraordinary child cases God speaks to the child’s parents about it.  Before a child named Bunno was born, God spoke to his parent that he would be killed by a buffalo. As expected, Bunno grew from being a wise and humble child to a Holy man – God’s favorite person. One day Bunno did something silly and a fault in the eyes of God. He was ashamed of what he had done and felt remorse about seeing God. He felt that he did not deserve to stand in front of God anymore.  Bunno used his manly wisdom to run away from God. Bunno knew how he was going to die. He knew that a buffalo would kill him. To avoid early death, Bunno ran to the area where there are no buffalo.
On his way, he went to a village and asked fellow villagers if he could stay the night in their house. As very often happened they said “maani haan waqayooti” – this house belongs to God – yes you can stay.  Bunno knew that God will not kill him – but he knew that God would not protect him anymore. It was from this understanding that Bunno decided to go where there are no buffalo. That night it was rainy and windy. The wind was strong and it moved a tiny marble from where it was kept.  The marble hit the tip of a stick. The stick hit the seal and dropped the horn of buffalo from where it was kept. Bunno did not know that the families with whom he stayed were buffalo hunters. He did not expect that there would be a buffalo’s horn in the house. The buffalo horn fall on Bunno’s head and killed him.
When the family walk-up next morning and were getting ready for work they found out that Bunno was dead. The buffalo’s horn had killed him. It was not a usual accident.  In the Oromo tradition, they bury family members close to each other. Given that Bunno was from a distant place– from the lowland region, they took his body to the lowland region and buried him. God usually hear about the good dids of Bunno from people and the natural world. Sometimes Bunno personally went to see God for consultation.  God waited for several days before he gave attention and started to look for Bunno. God soon found out that Bunno was buried in barren land. God felt sorry for the untimely death of Bunno. God loved Bunno. God poured his mighty tears on Bunno’s grave.
The family and community members of Bunno had been looking for him since the first day of his disappearance. When they gave up looking, they decided to visit Ekker Dubbistu. Ekker Dubistu told them what had happened to him and told them where he was buried. The family and community members followed the direction that Ekker Dubistu has given to them in search of Bunno’s grave.  When they arrived after six months at Bunno’s burial place the local people were in a meeting trying to solve two puzzles. The first puzzle was, why God poured his tears on Bunno’s grave. The second puzzle was to find out if the plant now budding on Bunnos grave were growing elsewhere.
Bunno’s family and community were not sure of the nature of the meeting and somewhat worried. If the people were gathered to celebrate, it was not right for them to conduct mourning ceremony. They headed to the meeting and said “nagaan isiin hata’u – let you be in peace. The people at the meeting responded saying “isiniifiis hata’u – to you as well.  Following this greeting they heard “nagaa fi fayyan hunda kesaniif hata’u- let you all be peace and good health. The third greetings come from a tree.  No one ever heard a tree speaking before. Everyone looked at each other with surprise and some are concerned. They try to see, if someone was hiding on the tree or under the tree.  Again, they heard a tree saying “tasgabahaa anaa – Waaqa Guracha” – calm down it is me the almighty Black God. It is not the tree that speaks; it is me who is using the tree to speak. When the people heard that, they said “tasgabi nukeeni Waaqi” give us calmness and order, God. 
Ekker Dubistu is few among Oromo religious leaders who are anointed with the power of talking to the spirit of the dead.
Now everyone realized that Bunno was not an ordinary person. The local people asked the members of the Bunno’s family and community to speak at the meeting and give testimony about Bunno.  When the family members started speaking everyone kept quiet and listened with undivided attention. The family and community members spoke one after the other about the fact that he was a very humble man. The family and the community loved Bunno.  Bunno loved the family and the community. Bunno was God’s favorite person. The people at the meeting realized that they had to give the Bunno’s family and community members the time to express their grief over the death of this extraordinary man. The family members took their time to do so.
Everyone who attended the meeting and the family members were amazed hearing God speaking to them through tree. At the same time they were worried. One of the elders stood and turned his face to the tree and asked God to speak to them. He asked God to give them advice.  God said “what I gave you is complete. Do not listen to those who claim to have new revelations. You always need to seek nagaa (peace), fayya (health) and tasgabi (social order) for yourself, your community and natural world.  I gave you minds to think, eyes to see, arms to work, legs to walk. Use all your body parts effectively to bring peace, better health and social order. If you have problems use your minds, hands and legs to solve them. In extraordinary cases I will speak to Qaalu leaders through Kalacha. I also speak through mora (fatty tissues on the kidney of lamb).  Let there be peace, health and social order” said God and left them.
Many people wanted to ask more questions. Some wanted to present their challenges in life and others wanted to ask the very many natural mysteries around them. When the people heard God was leaving some of them felt relief and others felt sorry.  Others felt lonely and helpless. For a few minutes everyone kept silent. While many were still silent one of the elders rose from his seat and said, “I know we all wanted God to speak to us”. We want to tell God our problems. God has left, because he has things to do. By that, he is teaching us that we have things to do. He gave us minds to think smart. He gave us, arms to use smartly. He gave us legs to walk wisely. Now it is time to make wisely use of them”. When this elderly man finished his speech many of them collected their sense and diverted their attention to the initial topic of the meeting.
Is the plant that is budding on Bunno’s grave a unique plant or known elsewhere?  Elders from both communities spoke one after the other and all agreed that the plant was unknown elsewhere. Initially they decided to name the plant Bunno’s Flesh and God’s tear. Although the experts agreed that the plant is Bunno’s Flesh and God’s tear, the proposed name did not follow the principle of Oromo nomenclature. A child born at night time is usually named Galgaloo or Galgaalee. The child born in the early morning is named Ganamoo or Ganamee. The Oromo named the zebra Haree Dido – the wild donkey. They named the fox as Saree Dido – wild dog. Then they suggested naming the tree Bunna.  All agreed, and the tree became known as Bunna. Now the Oromos farm this plant and drink Bunna. Bunna – coffee is the flesh of the holy man Bunno and the tear of God.  In the Western world when you see coffee brewing machine known as Bunn, the name comes from the Oromo word Bunna.
In the second section, I will discuss how coffee drinking started and bring into light the way an Oromo woman has noticed stimulating effects of coffee, the importance of coffee ceremony in Oromo culture and explore how the word coffee emerged.  In the third part, I explore the health impacts of coffee, linking both to the legend and scientific literature.
I am collecting more information on coffee, if you have comments on the story please send me at:
Begna Dugassa begna.dugassa@gmail.com

Somaliland: Ethiopian Mission Hargeisa to Temporarily Reduce Volume of On-land Entries into Ethiopia

HARGEISA (Somalilandsun) - The Ethiopian Consulate General office in Hargeisa has announced in a statement issued on Wednesday (06 Nov. 2013) that it will temporarily suspend providing visas and vehicle entry permits into the country for security reasons.
The suspension which would be effective on Monday November 11 would be maintained for nearly 30 days until the peaceful conclusion of the celebration of the Ethiopian Peoples, Nations and Nationalities Day in Jigjiga.
Head of the Consulate General office, Brigadier General Berhe Tesfay, said his office has reached on this decision following repeated consultations with its stakeholders. The decision was communicated several weeks ahead of its enforcement to the competent Somaliland authorities with a subsequent request to inform their widest possible public about the matter. He also noted that any kind cooperation from the Somaliland peoples and authorities for full compliance with the decision as well as in dealing with common threats especially at this specific time would be highly appreciated. Only few exceptional cases conceived appropriate by the office might be considered for entry on land, and those with electronic Somali and foreign passports have the option of traveling into Ethiopia through the Ethiopian Airlines direct flight service as visa-on-arrival would be issued upon landing at Bole International Airport.
The Consul General who noted that his country has always been well organized and experienced in containing any terrorist attempts in their infant stage also pointed out that the situations on the ground has so far indicated that the weakening anti-peace elements are still trying to infiltrate Ethiopia with evil plans of creating havoc on civilians. But the continuation of strong investigations based on distinct and fitting plans being coupled with the Ethiopian people's maximum vigilance against the anti-peace elements will help to contain any attempts. Reliable and coordinated security arrangements are being put in place in every check points and borders throughout Ethiopia including to ensure the peaceful celebration of the approaching Ethiopian Peoples, Nations and Nationalities day in Jigjiga.
Ethiopia FlagEthiopia FlagMeanwhile, the Ethiopian National Intelligence and Security Service (NISS) and the federal police said in a joint statement on Tuesday 05 November have announced their receipt of "strong evidence that indicates Al Shabaab and terrorist groups backed by Eritrea are preparing to carry out attacks in Addis Ababa and other areas of the country soon". NISS and federal police also alerted the police and security forces as well as the public including hotel staffs and private landlords to inform police if they encountered "suspicious" activity and verify the identity of visitors. They also urged soldiers to remain vigilant at checkpoints along all Ethiopia's borders.
The Consulate General office will continue on its service delivery in a more organized and fair manner upon the termination of the suspension deadline. Till now, the office has managed to take improvement measures that have secured the complete fulfillment of immigration requirements to issue visa. This has also provided any visa applicants the right to be served fairly based on their sequences of application, and has so far enhanced the customers' satisfaction except a few people who were undeservedly seeking immediate considerations without possessing either a privileged portfolio or any verifiable good reasons but trying to give their case a false or unrelated legitimate pretext. Further improvement measures would be taken continuously to leave no rooms for any activities that might compromise Ethiopia's security and the Consulate General office's overriding mission of providing facilitated services and supports fairly and with equal footing.
 somalilandsun

Wednesday, November 6, 2013

Four killed in bomb blast as Ethiopia raises security alert: official

(Reuters) - Four people were killed when a bomb blast tore through a minibus in western Ethiopia late on Tuesday, at about the same time that the government warned of imminent attacks by militants, an official said.
The official, speaking to Reuters on Wednesday, said nobody had claimed responsibility for the blast.
Addis Ababa put its security forces on heightened alert on Tuesday night after receiving strong evidence that Somalia's Islamist al Shabaab group was plotting assaults.
It was not clear whether the blast occurred before or after that warning.
"The bomb exploded on Tuesday inside a minibus travelling in Segno Gebeya," government spokesman Shimeles Kemal said, referring to a region bordering Sudan.
"No one has claimed responsibility yet. The case is under investigation."
The warning came three weeks after officials said two Somali suicide bombers accidentally blew themselves up while preparing for an attack on football fans during Ethiopia's World Cup qualifying match against Nigeria.
Al Shabaab has warned Ethiopia of revenge attacks for deploying troops inside Somalia to fight the al Qaeda-linked militants, alongside African Union forces from Uganda, Burundi and Kenya.
The National Intelligence and Security Service also urged the public on Tuesday to inform police if they encountered "suspicious" activity, and urged hotel staff and private landlords to verify the identity of visitors.
Al Shabaab gunmen killed at least 67 people in September when they raided a mall in the neighboring Kenyan capital of Nairobi.
Addis Ababa says it has foiled several attacks in the past few years planned by domestic rebel groups and Somali insurgents.
There have also been sporadic explosions in recent years. Thirteen people were wounded when an explosive device ripped through a bus in the north in 2010, while a bomb explosion near a court in the capital injured two in 2011.

(Reporting by Aaron Maasho; Editing by Edmund Blair and Hugh Lawson)

Ethiopia’s Liyu Police -The New Crisis of the Horn of Africa -By Ahmed Abdi

Ethiopian paramilitary Force or Liyu Police militia better known as “Ethiopia’s Janjaweed ” is killing, raping, torturing,and arresting unarmed civilians in Ethiopian-Occupied Ogaden Region.

The Militia’s human rights violations is well-documented by the Rights Groups-such as Human Rights Watch, Amnesty International and Genocide Watch.The Guardian reported that this criminal institution to receive £19 million from UK’s department for International Development or (DFID), a report denied by the DFID.

Twenty-three year-old,Nafis, who only gave her first name for fear of reprisal told me how she escaped from her town Hamaro,in the Fiq province,on phone. “A large number of paramilitary soldiers stormed our houses while I was in the vicinity of the town, killing any-one in sight and taking few people with them including my 2-year-old baby, Neima Mohammed, she said.


Two hours later, she was confirmed that her baby, Neima,was taken and detained in “Ogaden Jail” for political background. The baby’s father, Mohammed, is one of the ONLF-sympathizers and that is the reason behind the baby’s detention. But Nafis was shocked and was more gut-wrenching for the news of her baby. Now a refugee in Yemen, Nafis’s message to International community is simple: “I want my little baby back”.

The aforementioned reveals down-to-earth reality in Ogaden:the local people face a stark choice indeed, namely either to remain at home in Ogaden, and be exposed to various deprivations, extreme suffering, routine army brutality, long imprisonment, and brutal scorch earth tactics or flee and manage to get to some refugee camps in the neighboring countries whereby safety is not an issue anymore, but the conditions of life are truly miserable and the humanitarian assistance is very limited.
Nafis is one of more than 3,000 Ogadeni refugees currently living in Yemen’s Capital, Sana’a under UNHCR’s mandate.

Liyu Police-controlled notorious prison locally known as “Jail Ogaden” in the regional capital of Jigjiga, is one of brutal prisons on earth that is held many inmates without charge. About 5,000 inmates are in Ogaden jail among them are women, children and babies including men.This prison is known for “dishing out not just physical torture to its inmates but mental as well.” I will write in details for my upcoming articles.

According to human rights groups, Ethiopian forces and its ally,Special police,carry out unlawful detention and extra-judicial killing of civilians sought to be sympathizers of the ONLF. Ethiopian forces are also accused of forcefully recruiting civilians among them children to do its war against Ogaden National Liberation Front (ONLF) but Liyu Police members are defecting one-by-one and Ethiopian forces may not rely on it any longer,as a former Liyu defector ,Capt.Hassan Aafo, told me.

This academy for qualified murderers enjoy international community’s silence when it comes to human rights abuses being committed against the unarmed Somali civilians in Ethiopian-occupied Ogaden region by the Liyu Police militia and Ethiopian Army.Many people were forced out Ogaden region and died in the seas,therefore,Liyu Police militia is not only a new regional crisis but international one.

According to Swedish Paper, Aftonbadet,Swedish War Crimes Commission has launched a preliminary investigation against Ogaden Regional President, Abdi Mohamoud Omar and his vice president Abdullahi Yusuf Werar. The Report came right after different Swedish TV channels including Swedish Television SVT,showed a movie smuggled out from Ogaden by an Ogadeni Refugee, Abdullahi Hussein, who had been a government official in the region. The 100 hours long movie is said to have many evidences of genocide committed by the Ethiopian government in the region.

According to a report by the Ogadentoday Press three civilians were executed in Godey,quoting an NGO-worker in the area,who declined to be named,said,that the men who were demised were accused of being sympathizers of Ogaden National Liberation Front(ONLF).

The Oil-rich Ogaden Region borders Djibouti,Kenya and Somalia and many of its residents are ethnic Somalis.The region was Italian and British-colony,but in 1954,British handed over the region secretly to Ethiopia a decision rejected by the Ogaden Somali population and fight for full Independence ever since.


Ethiopia accuses Eritrea over links to al-Shabaab

Ethiopia has accused Eritrea of supporting Somali al-Shabaab fighters. 
Ethiopia accuses Eritrea over links to al-Shabaab
Ethiopia has accused Eritrea for supporting al-Shabaab, planning to conduct attacks in the country.
“Ethiopia has reached the information that al-Shabaab will conduct a terrorist attack in the country with the support of Eritrea,” it was stated on an Ethiopian television channel.
All security units were asked to report any suspicious acts and to declare high level alert status in the country's entrances, check points and crowded areas.
Ethiopia has the “power to fight against terrorism,” Foreign Ministry Spokesman of Ethiopia, Dina Mufti said. Ethiopian security forces are ready for the attack of al-Shabaab which represents al-Qaeda in Horn of Africa, containing the countries of Djibouti, Somalia, Eritrea, Yemen, Mufti also said.
Mufti stated that Ethiopia is cooperating with Kenya and Uganda against Al-Qaeda. Also these three countries are sharing information as a part of military training exercise against Al-Shabab, Mufti added.