Wednesday, November 20, 2013

Miseensotni Hawaasa Oromoo Ayerlaand Gochaa Mootummaan Sawudii Raawwate balaleefatani.


Nutii miseensotni Waldaa Hawaasa Oromoo Ayerlaand, uumatoota nagaa fi tasgabbii jaallataniin harka wal qabachuun haala suukanneessaa mootummaa fi uumata seer-dhaboo biyya Saawudii Arabiyaatiin uummata keenya irratti raawwatame balaleeffachuu , jaalalaa fi  deggersa lammummaa  miidhamtoota  gochaa kanaan gaaga’amanf ibsuuf hiriira nagaa  baanee jirra
 
Miseensotni waldaa keenya  gochaa mootummaa fi uumatni seer-dhabiin biyya Saawudi uummata keenya irraan ga’an jechaa cimaa balaaleffachuu dandaa’amu hundaan ni balaleeffanna. Akka hubannutti namoota gaagamni irraa ga’e keessaa harki caalaan ilmaan Oromoo yammuu ta’an, namootni kun biyya isaanitti dararamaa, hidhaa fi ajjeechaa shorokeessa mootummaa Itoophiyaatiin irra ga’een baqatanii golgaa barbaacha biyyaa sana seenani dha.  Waanti nama gaddisiisu garuu  ummatni kun  shororkaa dacha ta’en  dararamuu isaanii ti. 

Amma akka daamsa qobnuu fi akka miidiaa irra argnutti ilmaan Itoophiyaa warri golgaa hin qabne kun humna ajjeestuu fi darartuu Sawudiitii fi uummata jarri lammiiwwaan keenya irratti kakaasaniin kaan reebamnii, kaan du’anii, kaan gudeedamanii, kaan mana hidhaatti naqamanii jiru. 

Uummatni Itoophiyaa uummata nagaa, uummata boonaa fi kan namaaf jaalalaa fi kabajaa qabu ta’uu irra deerbee  biyyaa namaa keessatti mitii biyyaa isaa keessatti iyyuu kan nama hin tuqne dha. Wanti nama dhibu garuu uummatnii fi mootummaan Sawudii maaliif uummata golgaa isaanii barbaacha biyya isaanii deeme dararaniif dha.

Nuti miseensotni waaldaa hawaasa Oromoo biyya Ayerlaan gochaa mootumman Sawudii lammiiwwan keenya irraan gahe jechaa fi miira dandaa’mu hundaan balaalefatna. Aarii fi gadda nutti dhagaame hundaa ibsuun gochaa  suukanneesaa, gochaa hammeenyaa mootummaan biyya sanatiin uummata keenya irraatti raawwate ni balaaleftna. 

Mootumaan Sawudii Arabiyaa isaa baqatoota siyaasaa baqatoota gosa biro irraa addaan baasee ilaaluun utuu irra jiraa, hundaa waliigala akka tokkotti fudhatee gochaa sukanneessaa akkasii keesumaa iyyuu lammiiwwan Itoophiyaa adda baasee jara qofaa irratti xiiyyeefachuun sirrii miti. 

Mootummaan Sawudii Arabiyaa akka oodeesu yoo dhuguma seera mootummaa addunyaa hojii irraa oolchaan yoo jechu, seeraa addunyaa isaatti bakka kamitti iyyuu baqataa biyya kee dhufte, ajjeesi, gudeedi yookaan  reebi kan jedhu hin jiru. Kanaaf nuti yaadaa fi sagalee tokkoon dhaabota mootumaa addunyaa keesumaa iyyuu UNHCR, “Human Right Watch” fi Ligiin Mrga Dalamaa kan Ganfa Afrikaaa gochaa suukanneessaa ilmaan Itoophiyaa irratti raawwate kana akka qo’atanii warra daba kana geessise aka seeraan gaafatani cimisinee gaafatna. 

Mootummaan Sawudii Arabiyaa itti gaafatumummaa seeraa addunyaatiin ala waan ta’uu hin dandeenyeef, dhaabotiin addunyaa warri dhugaa jaallatani hundi dhugaa dabee kanaa fi seera addunyaa warra cabsan kana gara mana murtiitti akka dhiiheesaniif badii isaaniitti akka gaafatamaniif adabaman gaafatna.
Shorokaan haa Dhabamu!
Waldaa Hawaasa Oromoo Ayerlaand

Members of Oromo Community Ireland Show their anger at inhuman Act of the Saudi Arabians against Citizens
We came out today on November 18 2013 to voice our anger at Saudi Arabia action against our fellow brothers and sisters. We take in hands with other peace loving Ethiopians living in Ireland to show our love, support and solidarity to our brothers and sisters attacked by Arabs forces and nations in Middle East.  We are here to show and send our disappointment and anger against the savage, cruel and menacing act the Saudi government and public committed our nations in their country.

We the members and supporters of Oromo Community in Ireland oppose in any strong possible words the inhuman and autocracy perpetrated against Ethiopian refugees, particularly against Oromo refugees flee their home country in search of safe heavens from the continuous government sponsored terrorism against them in their own country. It is pity that peace loving Ethiopian are double victims of terrorism in the home country as well as in a country they sought protection. 

We came to learn that thousands Ethiopians were, much of whom obviously Oromos were surrounded by Saudi Arabia’s killing squad, these unfortunates and helpless immigrants were beaten, tortured and killed by the so called National Guard and Special Force of the country and, the government agitated mob of public elements.
Ethiopians are very social and peaceful people of dignity and pride never attack any body in their own country let alone while looking for protection and refuge in somebody’s county.  It is unimaginable why the Kingdom of Saudi Arabia organised and perpetrated selective attack targeting only Ethiopians and Oromo nationals who left their country for search of international protection against attacks in their homeland.

We the members of Oromo Community Ireland, condemn the action the Kingdom of Saudi Arabia committed against our fellow brothers and sisters seeking protection in that country. We express our anger, outrage and condemnation in all possible terms against the ruthless and brutal acts taken against our nationals in Saudi Arabia.  
The Saudi Arabian rules where supposed to distinguish among different refugees, rather than assuming all in one category and grossly attacking only immigrants from Ethiopian origin. 
Though, the Saudi Arabian government claims that it is implementing the international law, there is no anywhere in the international law that state hosting government can kill, rape or torte immigrates in their country. Therefore, we call on the international organisations including UNHCR, Human Rights Watch and Horn of African Human Right League to seek justice for those helpless victims of inhuman, degrading and devising savage attacks committed against them.
The Saudi Arabian authorities cannot be immune to the international laws and we call ll justice loving and organisations in charge of human right to initiate probes of this crime against humanity and gross violation and breach of International Human Rights Laws.
Down with terrorism!
Association of Oromo Community Ireland.

50th Anniversary of Oromo Struggle for Freedom led by General Wako Gutu – Dr Ibrahim Elemo


Waamicha Hiriira Mormii (Oslo, Norway) – Sadaasa/November 22, 2013

Ilmaan Oromoo Oslo fi naannoo jiraattan hundaaf:
Akkuma hundi keessan quba qabdanitti lammiiwwan keenya biyya Saudi Arabia jiran miidhaan guddaan irra gahaa jira. Gocha raawwatamee fi raawwachaa jiru kana balaalefachuuf akka dhaabbatus gaafachuuf gaafa Jimaataa, guyyaa (Sadaasa/November) 22.11.2013 Embassy Saudi Arabia fi Ministeera dhimma alaa Norge fuulduratti IHOO’n hiriira mormii qendeessaa jira.Kanaafuu guyyaa jedhame kana sa’aa 10:30 bakka Trafikanten jedhamutti walgeeyna. Sa’aa 11:00 tti mormii keeyna Embassy Saudi Arabiatti, Drammensveien 102H, dhageessissun miidhaan lammiiwwan keenya irra gahaa jiru akka dhaabbatu haagaafunnu. Kara embassy Saudi deemuf trikk lakk. 13 qabachuudhan buufata “Nobels gate” jedhutti bu’uun ni danda’ama.
Ilmaan Oromoo Oslo fi naannoo jiraattan hundinuu hirmaattanii rakkoo lammiiwwan keenna irra gayaa jiruuf akka mormii dhageessiftan kabajjaan isin waamna.
Nagaa wajjin,
Koree, Ijaarsa Hawaasa Oromoo Oslo
E-mail: oromo@oromooslo.org
http://www.oromooslo.org
Bilbila: 99 55 79 06 (Guddataa)
92 69 13 72 (Dammalaash)
40 04 55 92 (Abbaadiimaa)

Let no one Rob you of your Identity

By  Roba Pawelos*
In Psychology and Sociology, Identity is a person’s conception and expression of their individuality or group affiliations (such as national identity and cultural identity). The concept is given a great deal of attention in social pyschology and is important in place identity.
In Ethiopia, the identity of one have to be told thousand times but ignored for the others, must be praised too much for one but have to be abused and humiliated for others, positive to talk about it for one and unspoken taboo for the others, the conept seems a difficult one to understand but not in reality. Generally, weather we like it or not human dignity, freedom, independence and the like must be build on the base of the recognition of his own or her own identity.
One important thing throughout the history of the Oromo nation, and particularly in the last 50 years, is that the Oromo people’s life is a progression, a journey of the forgotten towards their own origin, self-rediscover for some and self-build and lifting up of them selves which suffered all the evils under the earth a human can do to his/her fellow human kind. There for today when one says I am an Oromo it means a lot for the nation and even for the whole of Africa if one understands. Another is that Abyssinians stand to resist every step and to hinder the journey in every way possible. As an Oromo, to advance against these powerful and brutal opposition requires unity and stead-fast courage from every Oromo individual, institution, organization and community.
As many died for their country, they declared their own determination to advance against all obstacles of Oromo identity including the Abyssinians and ignorant westerns towards Oromo nation. Their sacrifice showed the light, prosperity, joy, pride, freedom, peace and soverignty to come in time. Eventhough these has yet attained unto the goal set before them, they did their part and left a big shoe to be filled by their children and grand children. But today who can boldly say I press on toward that goal, that goal of prosperity, freedom, peace, and soverignty of the Oromo nation? This is an assignment to be worked on by all Oromo people specially the young generation today.
There fore, in the generation we are living every oromo have to say I will fulfill the goal of my fore fathers with everything I have at hand. To say so, one have to be sure and confident of his/her own identity. So don’t throw away your confidence about your about your identity, the more they became ignorant, you must come out and shine your identity up. I am an Oromo first wheather you like it or not, sing it like your daily prayer., why not. For every Oromo knowing and respecting your identity and even paying sacrifice if it demands, will be richely rewarded. The idea of Ethiopianism which is widely decorated with back ward errors will pay the price for the war against oromo identity in more than a century long wide range violence and abuse.
Every Oromo have to stand together and block the unrenewed idea of hate towards Oromo identity in Ethiopian empire. We have to be in unity and bulid unshaked self-respect which doesnot mean hating others.
The current domains of old Ethiopian empire including TPLF/EPRDF (The killer brutal regime in the horn of Africa for more than two decades), the so called Ethiopian opposition parties in the empire and in diaspora that created not to fight for their own freedom but to stand against Oromo nation’s freedom, have one things in common which their hate and dream of robing every Oromo his/her oromo identity and swallow being habesha.
Finally know that much present-day anti oromo propoganda parrots the egotistics of a past Ethiopian generation. There fore, don’t allow one of them to rob of your identity.
I am Oromo first
Oromia shall be free
===============
*Roba Pawelos can be contacted at bora1273@yahoo.com

Barattooti Yuniversitii Jimmaa Governance and Developmental Studies Kanneen Baratan Gaaffii Belbeltuu Kaasan.

“Mootummaan Wayyaanee bakka dimokraasiin hin jirretti dimokraasii lallaba,bakka mishoomi hin jirretti mishooma lallaba,iddoo nagaan hin jirretti nageenya lallaba” Barattoota Yuni Jimmaa
QerroooGabaasaa: Sadaasaa 19, 2013 Baratootni Yuunivarsiitii Jimmaa Mummee Baranota ”Governance and Developmental Studies” waggaa
tokkooffaa hanga waggaa sadaffaa barachaa jiran walitti dhufuun imaamatni barnota Wayyaaneen gaggeessaa jirtu, sirrii akka hin taane ibsuun ifatti mootummaa EPRDF balaaleffatan.
Imaammatni barnotaa Wayyaanee TPLF fi EPRDF baasee ittiin ummata barsiisu biyyattiis ta’e uumataaf faayidaa kan qabu osoo hin taane dabballoota sirnicha tajaajilu oomishee akka baasu kan gargaaru qofa ta’uu hubachiisan. Lammiileen biyyaattiis ogummaa qabaniin uummata isaanii tajajilanii ofis kan gargara jiran miti.
Yeroo ammaa kanatti baratootni dhaabbiilee olaanoo biyyaatti hunda keessaa waggaa waggaatti baratootni kumaataman lakka’aman degree jalqaba fi lammaffan ni eebbifamu, garuu hojii dhabdee ta’uun jiruuf jireenyaan dararamaa jiraatu.Gama biraan lafa dimookiraasiin hin jirreetti maqaa dimookiraasiin lallabuun lafa mishoomi hin jirretti maqaa mishoomaan lallabuun EPRDF haadhaabbatu kan jedhu kaasanii dabarsaniis department head mummee barnotaa ”Governance and Developmental Studies tti dhiyeeffatan. Gaaffii kana gaafachuuf kan nu dirqee yeroo hundaa biyyaa Ethiopia jedhamtu kan amma Wayyaaneen EPRDF gaggeessaa jirtu kana keessaatti ” barnoonni saayinsiin” barannuu fi kan qabataman argaa jirruu tasuma kan wal hin madaalle ta’uu waan hubanneef sirni kun lammii biyyaa kanaa midhaa jira malee fayyada hin jiru jedhuu baratootni gaaffii mirgaa kaasan. Barattoota Developmental Studies Jimmaa

Tuesday, November 19, 2013

Roorroo Abbaatu Dhoowwata!

Jiituu Lammii – Unbarsiitii Finfinnee
“Karaa nama yartuu sareen abidda qaqqaammatti.” jedha Oromoon yoo mammaaku. Akkaataa duudhaa Oromoottii, Uumaafi uumamni, jiruufi jireenyi, hangafaa quxusuun, dufaa darbaan, dhiyaa bariin,…. Hunduu safuu qaba. Safuutti bula. Kanaafidha hagamuu jaalatanillee kan sareen gulantaa ol tarkaanfattee namaan qixxee abidda bira hinteenyeef. Kun safuudha! Safuu sabaa eegun ammoo matuma isaattuu ammas safuudha. Kanaaf safuudhaan safuu keessa jiraatu. Maammaaksa olii yoo ilaallu irra keessoon isaa safuu kana tiksuuf. Keessa isaatti garuu dhugaa fageessee akeekutu jira.
Mammaaksi koobaa dubbiitii isaa koobaa beekutu qalbeeffata. Irra keessoo namaatiif dubbii hinmammaakani. Gamna aqlii qabuuf ammoo mammaaksa hiniikani. Abbaatu haala dubbichaa keessaa dhimbiibee baafata. Kanaafan faana mammaaksa kiyyaa isinuumaaf dhiiseen gara waliigala dubbii kootti fuulleffadha. Roorroon salphina dhala. Salphinni dhukkuba. Huuqqisee, yuuyyesseetu cabsee nama hambisa. Kana abbaatu alaalatti ofirraa eega. Kanaaf akka namuu dagatee roorroofi salphinni ulaa isaatiin biyya hinseenne yaadachiisuuf buleessi Oromoo dubbii kana dhalootaaf mammaake.
Sareen uumamaan akkatti namatti siqxu qabdi, eegee mirmirsaa, sagalee sossobbii dhageessisaa, mataa gadi qabattee miila arraabaa namatti siqxi. Sana booda yoo dagataa argatte gulantaa tarkaanfattee gola seentee maatii gidduu teessi. Salphinni dagannaa namtokkeetiin mana seente maatii hunda yeellesiti. Ulfina lammii laaffisuu malti. Namni laaffina isaan qaawwa akkasii uumee, sarittiif karaa saaqee, lammiitti salphina galche nama qaaniiti. Kanaaf jibbama. Rakkoo akkasii maqsuuf jecha beekaan dursee namaaf akeeka. Kana dagatanii kan mammaaksaa ta’uun matuma isaattuu ammas qaanii biraati.
Ulfinni sabaa baraa barattuu tikfamuu qaba. Kanaaf dhaloonni bara hunda keessayyuu jiraatu ulfina kanaaf tiksee ta’uu qaba. Nama ulfina ofii tikfachuu malutu ulfina sabaa eeguu danda’a. Kanaaf dubbichi dubbii seenaa kaleessaa ittiin yaadatan qofa otoo hintaane dubbii har’aa borullee ittijiraatan ta’a. Caalatti ammoo, sarittiin yoomuu balbala namaa duraa hinfagaattu waan ta’eef jabaatanii ofiis salphina of oolchanii sabattis kabaja horuun yoomuu dirqama qalbii namaarraa fagaachuu hinqabne ta’a. Madaa kaleessaa har’allee sabni kun ittidhukkubsataa jiru fayyisuufis ta’ee, madaa biraa saba oolchuuf dhaloonni hundi mataa mataan roorroo dhoowwachuu qabna. Kuni dhugaadha. Dhugaa kana keessatti of eeguuf madaalliin kan abbaati.
Gara ijoo dubbii kiyyaattan deebi’a. Diinni akkuma sarittii qaawwa laaftuu ilaallatee gola nama seenti. Hanga gola namaa seentutti: eegee mirmirsitee, sagalee toltee, gadi jettee jilba nama qabatti; miilatti nama kuftee garaa nama laaffiffachuu yaalti. Erga gola nama seentee booda eenyummaa ishii dhugaatti deebiti. Ishuma akka sarittiitti ol aseentetu akka leencaa bookkisuu jalqabdi. Ishuma miillatti nama kuftetu akka qeerransaa hudhaasuuf morma nama kajeelti. Ishuma akka saree ifatanii ofirraa hari’uu danda’antu tulluu ta’ee rakkoo nama kaaya. Waanuma alaalatti ofirraa tiksuun danda’amutu boroo nama dhuunfatee, qarriiffaa muul’isee, gururi’ee dheekkamee nama ciniina. Bubbultii keessa manaa nama hari’a. Akka daanawoo gumbii boqqoolloo seentee ilmaan hortee ulfinaafi kabajaa bara dheeraaf horatan qinqineessitee duwwaa nama dhaabdi. Foolii yakkitee, bifa nama jijjiirtee, firaa lammii nama lagdee moggaatti nama gatti. Gaafas quba namatti qabee isa hinagarre agarsiisaa kolftee namatti kofalchiifti. Saree lallaaftee mana seentetu saree akka saree manaa nama baasa. Salphina sanatu isa kana. Kanaaf kan abbaan ulaa isaarratti jabaachuu qabu.
Firoota kiyya, yaada waliigalaa kana erga qalbeeffannee booda dubbii buruksinee ilaalu qabnutu jira. Diinonni amala sarittii kanaan fakkeeffamu qaban gola “namoota jajjaboodha.” jedhamaniille otoo hinafne seenanii ulfinaafi jaalala isaan gatii qaaliin qalbii lammii isaanii keessatti horatan harkaa fixanii, foolii yakkanii, bifa geeddaranii salphinatti dhiisanii yoo deeman waa hedduu yaadannoo qabna. Kaayyoofi akeekni isaan namoota akkanaa adamsaniif tooftaa kanaan gurmuu Oromummaa laaffisuudha. Kanaaf dhimmichi “…dhimma abbaati…” jennee ittidhiisuu dadhabne. Dhugaaf yoo ta’e, gamtaan Oromoo sadarkaa gateettii namtokkeetiin utubamu bira darbeera. Ta’us garuu diinni hojii kana abdii kutee dhiisuurra bifa geeddaree, darbaa wal furee hojiitti waan jiruuf salphifnee ilaalla yoo ta’e jaraaf milkiidha.
Oromoon roga hedduun namoota adduunyaarratti ulfina guddaa qaban horachaa jira. Kuni diinaaf dhukkuba. Kanaaf saroota bobbaasanii namoota akkanaa adamsanii gola Oromoo keessaa moggeessuuf carraaqu. Carraaqqii isaan dhiyeenya kana ittijirantu yaada kana akkan kaasu na taasise. Dubbichi gabaabumatti akkana. Waggaa 50mmaffaa Aartisti Alii Birraa hojii muuziqaa ittijalqabe yaadachuuf akkasumas ulfina hayyuu kanaaf jecha ayyaanni guddaan biyyoota alaa akka USA Waashingiton DC fi Kanaadaa Torontootti qophaa’ee Oromoonni naannichaa ulfinaaf jalala hayyuu kanaaf qaban muul’isanii ture. Ergasii diina garaan hintolle. Rafaniis hinbulle. Aliif “Ayyaana” qopheessuuf isaanis kufanii ka’aa jiru. Ayyaana diinaa! Jarri kun Oromoof diina. Aliin ammoo hayyuu Oromooti. Nama waggaa shantamaaf aarsaa qaalii baasee Oromoof sagalee ta’e. Herreega maaliitiin jarri kun Artist Aliitiin jaalachuu danda’uree!? “Dhunguu harree duraanuu hinbarre” jedhan. Dubbiin kuni dubbii sarittiit. Akkuma sarittii sobanii sossobanii hayyuu kanatti seenuudha. Shira Oromoo Oromoon jibbisiisuuf qophaa’e ta’uu isaati.
Shira kana caalatti hubachuuf eenyummaa namoota “ayyaana” kana qopheessuuf Wayyaaneerraa muudama fudhatanii ilaaluun gaariidha.
1. Mahammad Qophee: Dallaala Wayyaanee Oromoo gabrummaa baqatanii hambatti kooluu galan sossobee diinatti maadaqsuuf hojjatu;
2. Letinal J/Baacaa Dabalee: Qondaala Wayyaanee dhiiga ilmaan Oromoo dhangalaasaa jiru;
3. (Artisti) Wubishet Warqaalammaahu: Habashaa mootummaa dhufee darbu hundatti maxxanuun sagalee Oromoo ukkaamsuuf hojjachaa ture har’as ittijiru;
4. Iqubay Barihee; Miseensa TPLF guddina Aartii Oromoo (fiilmii fi sirboota) ukkaamsuuf harka lafa jalaan hojjatu;
5. Dawwiti Yifru: Nama hogummaa muuziqaa qabu; akkuma warra kaanii dhimma Oromoorratti ilaalcha diinumma qabu.
Egaan, warra kanatu Kaampaanii Habashootaa “PRAXIS Midia & Promotion” jedhamu waliin ulfina Alii Birraa himuuf qophiitti jira. Saroonni kun bifa kanaan gola hayyuu kanaa seenuuf yaalii erga jalqabanii bubbulaniiru. Duulli inni kun duulaa ijibbaataati. Warra dhiigni ilmaan Oromoo harkarraa cophu wajjin ayyaana godhachuu dhiisii karaa tokkorrayyuu waliin darbuun gatii nama baasisa. Gatiin bahuuf jiru ammoo ulfina umrii guutuuf qalbii lammii ofii keessaatti kuufatan dhabuu ta’uun du’a caala ulfaata. Otoo akka ilaalcha kootii arjummaa diinaa duubni salphinaa didaniitu laphee saba ofii keessatti ulfinaan bara baraan jiraatu. Yoo akka koo kana ayyaantuutu argata. Ulfaatanii salphachuurra akkuma ulfaatanitti dhalootaan yaadatamaa hafuutu caala. Garuu, filannoon kan abbaati. Xumureera!!

Oromo: Saving Endangered Species at Home and Abroad

Photo Credit: HRLHA



It is rare to come across any other nationality groups like the Oromo from the Horn of Africa who are as subjected to overwhelming abuses at home under subjugation and occupation and overseas as refugees with no safe haven. From destructive events developing at unprecedented rate in Oromia and in countries of exile, we can observe that the Oromo people are facing a greater danger to their survival as a group and as individuals from Ethiopia to Saudi Arabia, Yemen to Libya, Somaliland to Kenya and everywhere in between. We hear of increasingly darker and gorier circumstances our people find themselves in every passing day.

The recent crackdown in Saudi Arabia on immigrants and refugees from Oromia and Ethiopia and this Qeerroo report on massive rights abuses inside Oromia from 2012-2013 demonstrate just how much fragile, weak and endangered the Oromo species has become everywhere. The suffering is obviously enormous, but the local and global voices conveying these sufferings are tragically dwindled or hijacked. It behooves every concerned Oromo to pause and think: where are we headed as a people? And it is necessary that every Oromo political and economic organization rethinks home-based, Oromia, approaches to preventing the slow extinction of this species from the face of the earth.



Documenting extreme brutality against Oromian/Ethiopian refugees and immigrant in Saudi Arabia, the Human Rights League of the Horn of Africa presents us with 13 confirmed deaths most of whom are expected to be Oromos. Surely the three who were killed brutally were clearly Oromos. The dead are not just numbers coming out of a building somewhere; they are human beings with names, goals, aspirations, families and many other unknown stories just like the rest of us. But, their dreams were cut short in brutal ways they may have never imagined. HRLHA puts the extreme brutality as: 
...the information from the migrants and from the publicly released video confirmed that the three Ethiopians killed were murdered by the brutal action of police. Among the victims was Umere Abdurahiman Ali , 24 an Oromo national from Ethiopia who was gunned down on November 5. After the crackdown resumed, more than 10 Ethiopians were killed and thrown into the bush and eaten by hyenas.
These are the number of confirmed deaths. The murders are likely to be higher given the fact that it is commonly reported that people are wantonly taken out of cities and killed out of sight in surrounding deserts. How can they communicate when they are denied access to any type of phone or communication? Denial of access to communication devices is also the main feature of repression behind the closed door at home.


These developments at home and abroad are worth sharing because we have been following them on social media for a few days now. There has been numerous actual protests around the world and tons of information, hate speeches and misinformation shared on social-media under the untwitterly long and opposing hashtags #SomeOneTellSaudiArabia and #SomeoneTellEthiopia.The hashtags are channels for further escalating conflicts online.

One would say any opposition against the abusive actions of Saudi Arabia under whatever banner is welcome, minus hate-based nationalism thing. This is not without reservation. I have my doubts about how things are developing online.


Three Worrisome Trends 

1) Endless racist slurs from Saudi Arabian tweeps who are comfortable pictweeting the picture of a banana with  accompanying racist captions such as: 

"@TheAdele_ #SomeoneTellEthiopia this is a banana.You illegal monkeys like it.
http://twitter.com/TheAdele_/status/402165965355745280/photo/1pic.twitter.com/ISw6BtXCxs #SomeoneTellSaudiArabi.
The Saudis are vehemently denying that the killings happened and pointing out how "evil" and "criminal" the immigrants were, mostly falsely. Also, KSA police were coercing immigrants to pose for pictures with them to show how "nice" and "warm" people they are. Oil-fattened Saudi hypernationalits share pictures of Saudi police taken handing food and bottled water to immigrants ad nauseam. It is clear there is so much hatred even toward our people who share the same values, names and faith with the Saudis, which failed to spare them, including the ones murdered.

2) The way Ethiopianists are using social media and actual rally opportunities to promote reactionary Ethiopian nationalism, aka preaching unity and "national pride" as if there is one. Ethiopian nationalism and all its symbols from the use of Amharic to the imperial tri-color flag to "we are one" mantras are actually scary if you think about it. Interestingly, it is also non-Oromo Ethiopian tweeps (Twitter users) who are dominating the social media landscape and standing up to Saudi Arabia. That is a plus. Other than the obvious and welcome pro-immigrant advocacy, it is not clear why Habeshas are much more intensely invested in this than any other group. At some of the rallies, Oromo voices and symbols are not visible. Those who are Oromo also tended to use Amharic and call themselves Ethiopians effectively rendering themselves invisible. This raises an additional identity issue and many other questions, which I will pass for now.

3) Ethiopia regime's crackdown on anti-Saudi Arabia protesters in Finfinne instead of leading such a protest as any other legitimate regime would do. The Ethiopian government is not telling the public whether the dead bodies of the 13 above were returned to home to families for burial. This is important given the sacredness attached to the burial customs of our society.

What you see is a pattern of Oromos becoming an endangered and muted human species in exile and in the homeland, Oromia. This path is a path of inevitable extinction. Everybody should be hard pressed to think about the future of the stateless Oromo people and the dangers they face at home and abroad and come up with domestic solutions.

  • Gabaabumatti waantoota godhuu qabinu himoota lamaanan kaa'a: 

  • Ajjeechawwan sukaneessoon lammii Oromoorra biyya baqaatti raawwataman, adeemsi qabsoo keenyaa irra deebi'amee akka laallamu affeera 
  • Ummata keenyaaf baqattummaa akka fakkeenya gaaritti kaa'ufirrra, dhaabbatee biyya abbaa isaarratti falmatee akka jiraatu barsiisuu qabina.