Saturday, December 7, 2013

FDG Yuuniversitii Gonder Keessa itti Ka’een Wal Qabatee Barattooti 17 Arhiaman

Qeerroo

Barattoota Gondor Yuuniversitii Irraa Dismissal Ariyaman

Gabaasa Qeerroo Bilisummaa Muddee 07,2013 
Baatii Sadaasaa 2013 keessa Yuuniversitii Goonder keessatti barattooti Oromoo gaaffii mirgaa kaasuun ni yaadatama. Rakkoo fi gidiraa uummata Oromoo akkasumas hidhaa fi ariisaan barattoota Oromoo irra gahamaa jiru haa dhaabbatu jechuun gaaffii mirgaa barattooti Oromoo kaasaniif deebiin mootummaa Wayyaanee irraa kenname ajjeechaa fi dhihdaa ture,sababaa diddaa barattooti kaasaniif jecha barataa Oromoo tokko ajjeessuun toorba ammo hidhaa hin beekamnetti ergamanii jiru.
Haalli kun jabbaachaa deemuu irraan walitti bu’iinsi barattoota Oromoo fi kanneen mootummaa Wayyaaneen kaadhimamanii hojjetan jidduus jiraataa ture. Ammoo gaaffii mirgaa ilmaan Oromoo kaasaniif deebiin itti aanu kenname barattoota mooraa fi barnoota isaanii irraa arhiyuun gaaffii mirgaa ukkaamsuuf yaalee jira.
Ammatti Muddee 5,2013 barattooti Yuuniversiticha irraa arihaman gabaasaan Qeerroo akka armaa gadiiti addeessa.
1)      Barattoota 8 dismal barnoota irraa ariyanii jiru;
2)      2.Barattoota 9 waggaa lamaaf adaba itti kennanii mooraadhaa bahanii jiru;
3)      3.Barattoota 19 ammoo meeshaa caccabeef horii akka baasan mallatteessisifamanii hanga horin isaa bakka buusanitti barumsatti akka hin deebine tahee jira.
4)      4.Barattoota 150 ammoo akeekkachiisa itti kennuudhaan mallatteessisanii mooraatti deebisanii jiru walumaa gala galmee kanneen arihamanii akka armaa gadiitti dhiheessina.

Lak.Maqaa GuutuuSabaUmuriiDepartment                             Teessoo
NaannooMagaalaaBilbila
1Tewoderoos Abarraa TasammaOromoo23Retimed 4thoromiyaaBishooftuu 
2Addunyaa Baqqalee SooqeeOromoo22Law 3rdOromiyaaBulee Horaa 
3Galgaloo GodaanaaOromoo23Special Need 3rdOromiyaaMoyaalee 
4Iyyoob Mohad CaaleeOromoo21Sociology 3rdOromiyaaBaalee Goobbaa 
5Waakkennee Saxuu RaggaasaaOromoo23Population 3rdOromiyaaSabbataa 
6Meelat Sisaay KebbedeeAmaaraa22Psychology  3rdFinfinnee  
7Tewoderoos Biyyasaan AshenafiOromoo23Yetmad 3rdOromiyaaBoorana 
8Biliyoon Biilee YaraaOromoo22Law 3rdOromiyaaShaashimannee 
Barattoota Waggaa Lama (2)Barnoota Irraa Ariyaman
Lakk.Maqaa GuutuuSabaUmuriiDepartment                               Teessoo
NaannooAanaaBilbila
1Almaaz Isheetuu AyyaaneeOromoo24Sport 3rdOromiyaaGinniir 
2Gannet Balay AbrahaamTigree23Biologu 3rdTigraayShire 
3Massaluu Baqqalee QoloosaaOromoo21Sport 3rdOromiyaaIluu Abbaabor 
4Saamu’eel Dhufera HirjaaOromoo34Sociology 3rdOromiyaaAmbo 
5Gaashawu Kaasaaw TaarreqenyAmaaraa33Water Resource 3rdAmaaraaDaambiyaa 
6Habtaamuu Birruu BilqeeOromoo31Social Work 3rdKibbaHawaasaa 
7Salaamawit Fufaa WarkasaaOromoo35Geology 3rdOromiyaaAmbo 
8Iwunatu Sandaq KaareeAmaaraa32Water Eng. 2ndAmaraBahardar 
9Barakat Tashoomee AseffaaOromoo33Information scien 1stAmaraDassee 
Injifannoon Uummata Oromoof!
Gadaan Gadaa Bilisummaati!

Friday, December 6, 2013

Call for Participation and Contributions

Call for Participation and Contributions:

The Union of Oromo Students in Europe, (UOSE) or Tokkumma Bartoota Oromoo Awurooppaa (TBOA) is a student organization based in Germany. Founded in 1974, it is a political organization that functions according to the political programs and political ideals of the Oromo Liberation Front (OLF).
As active branch of UOSE,UOSG (Union of Oromo Students in Germany) played the biggest role in nurturing the language and culture of the Oromo people, protesting against successive Ethiopian regimes, and coordinating the overall support to the OLF from the oromo community in Europe,worldwide and from the diaspora too.
At this moment UOSG are preparing their  annual paln for the new year (2014),therefore, all Oromo communities (worldwide-International) are invited to contribute or send us your new ideas and suggestions or points that should be included in our annual plan as it will be the first in its kind since  late 2000s.
We are also preparing Bulletin named Biiftuu Bilisaa 10th volume, 3rd edition which will be published by Mid-January, 2014. Therefore,you all are invited to express your views in the coming edition of our pubilcation by sending us through our E-Mail address with not more than 250 words. Note that deadline for contribution is due 30 December, 2013.
Please kindly forward your constructive ideas,suggestions and ccontributions through our email address:
or call us through the following numbers for further information:
+4915210249774  or +491745994312
 UOSG Team and Secretary of TBOJ/UOSD


Khartoum mediating indirect talks between Ethiopia and Eritrea

By MOHAMMED AMIN in Khartoum

Ethiopia and Eritrea are in secret talks mediated by Khartoum with a view to end the historic conflict between the two nations.
Sudan’s President Omar al-Bashir revealed Thursday that he had initiated indirect talks between the leaders of both countries, bringing them on the negotiating table to discuss border disputes, proxy wars in Somalia and other political issues.
“We started some efforts to normalise the relations between Ethiopia and Eritrea,” President Bashir said, in a joint statement with Ethiopian Prime Minister, Hailemariam Desalegn.
Eritrea seceded from Ethiopia after a bitterly fought independence war in 1991.
Unresolved territorial disputes between the two states thereafter escalated into a full-scale war. The Eritrean-Ethiopian war fought from 1998 to 2000 over the border town of Badme in northern Ethiopia left thousands of casualties, millions of dollars spent and only minor border changes.
Both Addis Ababa and Asmara continue to trade accusations of supporting rebel groups against each other.
These proxy wars took an international dimension when the Ethiopian army invaded Somalia in 2011 to shore up the interim government against Islamist rebels - who were funded by Eritrea according to a UN report.
President Bashir said Sudan, based on its “friendly relations with both countries”, could promote healthy and neutral discussions between the two adversaries.
“I will call the two presidents to hold a summit in Khartoum in the [near future]” Mr Bashir said.