Wednesday, January 1, 2014

Waggaa Haaraa Ilaalchisuun Dhaamsa ABO

———————-

Gadaa.com
Waggaa Haaraa Ilaalchisuun Dhaamsa ABO
Amajjii 2014
Miseensota ABO QBO keessatti qooda lammummaa gumaachaa jirtan;
Waraana Bilisummaa Oromoo tarree duraa hiriiruun wareega ulfaataa baasaa jirtu;
Dargaggootaa Oromoo, sirnaa fi diina farra Oromoo irratti finciluun mirga ummata keessaniinffi falmaa jirtan;
Ummata Oromoo, sirna gabrummaa umurii gabaabsuuf qbsoo haqaa gochaa jirtu;
Akkasumas firoottan QBO
Baga waggaa haaraa geessan jechaa, waggaan haaraa 2014 bara ummatni Oromoo bittaa abbaa irrummaa irra aanee bilisummaa isaa fi walabummaa biyyaa itti gonfatu akka tahuuf ABOn hawwaaf. Barri haaraa bara diinni ummatoota cunqurfamoo irratti roorrisaa jiru itti jilbeenfachiisamu, hawwii fi fedhiin ummatootaa itti guutamu akka tahuuf hawwii isaa dabarsa.
ABO ShG fi ABO-QC deebinee kaayyoo tokko, heera tokko, sagantaa siyaasaa tokko, caasaa tokko, hooggana tokko, waraana tokko, tarsiimoo qabsoo tokko, tooftaa tokko, imaammata fi qajeelfama tokko jalatti ABO tokkoomsuuf waligaltee irra geenye Saadaasaa 20, 2012 labsuun keenya waan yadatamu dha. Erga sun tahe kunoo waggaa guuteera.Yeroo kana keessatti deggersaa fi obsi miseensotaa fi ummata keenya irraa argame kan dinqisiifatamuu dha. Hawwii fi fedhiin keenya utuu hin hir’atin, waliigaltee fi tokkummichi akka milkaawuuf tarkaanfiileen fudhataa jirru hanga herregne caalaa yeroo nu gaafatee dhibaawuu mudanneerra. Haa tahu malee gara xumuraatti dhihaachaa waan jirruuf odeessa hawwamu waldhageessisuuf jiraanna. Akeekni tokkoomuu humnoota qabsoo bilisummaa Oromoo itti fufee akka fiixa bahuuf ciminaan kan hojjennu tahuu ibsa waliinii (joint statement) kanaan abbootii fi firoottan qabsoo keenyaa maraaf addeessina.
Waggaan keessa turame dhumatee waggaa haaraatti wayta seenamu kan keessa dabran of duubatti mil’atuun akka matayyaa fi walootti kan raawwatame ilaaluun aadaa waan taheef, bara 2013 haala dhaabni keessa ture, haala ummataa fi kan diinaa ilaallatuun karaa taha. Kan dabre irra deebi’anii ilaaliinii, xiinxaluu fi gamaaggamuun jabina ofii tikfataa fi jabeeffataa laafina mul’ate irratti hojjatuuadhan irra aanuuf gargaara.
Cabiinsi ummata Oromoo jaarraa 19ffaa keessa mudate ummata Oromoo bilisummaa fi walabummaa qofa osoo hin taane, diinotaan namaan gadiitti akka ilaalamu isa taasise. Bittootni bilisummaa isaa irraa mulqan, biyya isaa humna qawween irraa booji’anii walabummaa dhabsiisan, bara baraan bittaa isaanii jalaa akka hin baaneef hammeenyaa fi shirri raawwataa har’a gahan bifa danuu kan qabu tahuu yaadatuu feesisa. Suduudaan humnaan dura dhaabbatuu, keessa qubatuun to’atuu, duula qor-qalbii bal’inaan adeemsisuu, isa qoqqooduun walii isaa dura akka dhaabbatu gochuu fi kkf tooftaalee sirna gabrummaa diriirfatan ummata Oromoo irra bubbulchuuf dhimma itti bahaa turanii fi jiran keessaa hanga tokko.
Ummatni Oromoo hanga gabrummaa jala ture kana keessa mootummootaa fi sirnoota gara garaa argullee hundinuu jijjiirraa maqaa yoo tahe malee kaayyoo fi akeekaan tokko tahuu gochaa isaanii irraa hubata. Kana irraas yeroon inni itti mootummoota Itophiyaan mootummaa kiyya jedhee fudhatee fi itti amanee jalatti bule hin turre. Empaayerri humnaan ijaaramtes humnaan jiraachifamte. Nagaa fi tasgabbii kan hin qabne, shakkii fi kan sodaan jirraatte dha. Nagaa fi tasgabbiin dhabamuun ammoo biyyattiin akka hin guddanneef gaadi’ee hiriira biyyoota addunyaa keessaa isa maayyii keessatti hiriirsee jaarraa 21 kana keessatti illee biyya beela, dhukkubaa fi bodatti hafummaan beekamtu taasise. Lammiin empaayera kanaas bakka dhaqe hundatti namota hagoo irraa kan hafe mataa ol qabatee akka hin jiraanne eenyummaa fi empaayera biyya kiyya jedhu waamuuf illee akka qaanfatu tahe dha.
Mootummaan abbaa irree fi loogummaa sanyii geggeessuun dorgomaa hin qabne Wayyaanee/IHADG ammoo mootummoota empaayerittii bitanii dabrani hunda caalaatti egeree hundaa kan gaaffii jala galche, ummatoota bor waliin ollummaan jiraachuu hanga hin dandeenyeetti wal irraa fageessaa jiru tahuu gochaa isaan olitti ragaa biraa itti barbaaduu hin feesisu. Har’a biyya ykn naannoo bittootni irraa maddaniin alatti bakkootni biroo bakkoota saaminsaa, cunqursaa fi ummatootni itti hiraarfaman tahuu kan empaayera Wayyaaneen bitaa jiru qalbifatee ilaale hundi hubatuu danda’a. Ummatni keenya Baha Oromiyaa lafa isaa irraa ari’amee alagaaf kan kenname bara dhumate kana keessa tahuu ABOn oggaa yaadatu, kanneen biyya isaanii irratti abbummaan isaanii haalamee buqqaafaman hunda gadi itti dhaga’amu ol aanaa tahuu hubachiisaa rakkoo diinni uume kana qolatuuf kan isaaf danda’ame hunda raawwatuu irraa kan boodatti hin deebine tahuu mirkaneessuu barbaada. Kana keessattis ummatni Ormoo marti qooda irraa eegamu akka gumaachu hiree kanaan dhaamsa isaa dabarsa. Bakkootni ummatootni qee’ee isaanii irraa humnaan buqqifamanii ari’amuun lafa dhablee taasifaman,bakkootni jiruu dhablummaan itti babal’atee hojjatanii jiraatuun rakkina ol aanaa tahee keessatti dagaagaa jiru, bakkootni baratanii hojii gadootti bobbaafaman biyyaa fi naannoolee ummattoota cunqurfamoo addatti ammoo Oromiyaa fi ummata Oromoo tahuu kan hin haalamne haqa qabatamaa fi dirreetti mul’ataa jiru dha. Sirni Wayyaaneen diriirfamee fi kaayyoon Wayyaanotaa ummata Oromoo akka diinaatti kan ilaaluu fi fudhatu tahuu irraa har’a Oromiyaa keessatti kan duroomaa fi badhaadhaa jiran alagoota Oromoo akka diinaatti fudhatan, akkasumas kanneen ummata isaanii irraa adda bahanii hambaan quufanii jiraatuu filatan qofa. Kana irraa Oromiyaan kan Oromootaa tahuun hafee kan alagootaa taatee jirti jechuun ni danda’ama. Haala gadadoo fi dhiphuu kana jijjiiruuf qabsoon bilisummaaf adeemsifamu dachaan guddatuun fardii tahuu beeksisaa, ABO ummatni keenya waggaa haaraa kana keessa qabsoo isaa caalaatti akka finiinsu dhaamaaf.
Jiruu dhablummaa, qaala’insa jireenyaa fi wabii jireenyaa dhabanii obboleeyyan keenya biyya ollootaatti jiruu barbaada godaanan salphinaa fi haala namoomaan alaatiin oggaa biyyatti darbataman, mootummaan Wayyaanee loogummaa sanyii irratti hundaa’uun aantii isaaf qabiinsa gaarii fi akka gadi of dhaabaniif tajaajilaa fi gargaarsa barbaachisu gochaa kanneen hafan gaddaan alatti harka qullaa ganda isaaniitti akka deebi’an taasisuu irra dabree farreen keessa jiraachuu malu kan jedhuun bakka gahaniitti akka hordofaman ajajuun gochaa diinummaa fi namoomaan alaa waggaa dhumate kana keessa raawwatame yoomiyyuu mootummaan Wayyaannee Oromoo dararuu irraa kan hin dhaabbanne tahuu mirkaneesse dha. Waan taheef ummatootni cunqurfamoo walii gala addatti ammoo lammiileen Oromoo qaanii fi salphina akkanaa keessaa kan baasu biyyoota alagaa keessatti baqattummaan xiqqeeffamuu fi salphifamuu osoo hin taane madda rakkoo kanaa kutuu waan taheef furmaata maayyii argamsiisuuf ha qabsoofnu jenna.
Mootummaan Wayyaanee ummata Oromoo walii gala diina godhatee saaminsaa fi cunqursaa adeemsisaa jiru addatti dargaggo Oromoo irratti xiyyeeffatuun tarkaanfiin hammeenyaa fi diinummaa fudhataa jiru diinummaan Wayyaanee kan hundee tahuu mirkaneessuutti dabalee kan dhaloota itti aanutti akeekkate tahuu hubachiisa. Barattoota tattaafata hedduun barnoota ol aanaa dhaqqaban barnoota keessaa ari’uun, jumulaan hidhanii barnoota irraa gufachiisuun, barattoota qaroo fi sabboonoo tahe jedhanii ajjeesuun tarkaanfiilee ummata Oromoo hiyyumma keessatti ittisuuf fudhatamani dha. Bittootni bittaa isaanii itti fufsiisuuf hidhaa, ajjeechaa, ukkaamsuu, arihatamuu fi rakkoolee adda addaa irraan gahan illee ummatni cunqursaa jala jiru adddatti ammoo dargaggoon guca tahee boba’uun fedhii fi hawwii ummata isaa dukkana gabrummaa keessaa baasuuf qabu irraa hin dhaaban. Waan taheefi, dargaggoon Oromoo diina hanga funyaaniitti hidhate, caasaa basaasaa fi tikaan ummatoota hanga maatiitti to’ataa jiru osoo hin sodaanne, Alagaan hin bitamnu! Oromiyaan kan Oromoo ti! Gabrummaa fi gabroomsaan haa dhabaman! Wareegama keenyaan walabummaa Oromiyaa dhugoomsina! Qabsawaan ni Kufa Qabsoon itti Fufa!! jechuun fincilli golee Oromiyaa hunda keessatti finiinsaa jiru kan diina rifaasisaa, ummata Oromoo boonsaa fi hamlachiisaa jiru taheera. ABOn tattaafata dargaggootaa kana dinqisiifata hanga bilisummaan ummata Oromoo mirkanaa’utti akka itti fufuuf kan isaaf danda’amu hundaan kan bira dhaabbatu tahuu hubachiisa.
Mootummaan Wayyaanee dhimma amantii keessa seenuun hawaasa hunda jeequu kan itti fufe tahuutti dabalee kanneen mirga amantii qaban kabajsiifatuu fi yaalii matootii amantii dhuunfatuun fedhii mootummaa guutuun akka hafuuf gaafatuu irraa kanneen ajjeefaman, reebaman, haqa dhorkatamanii manneen hidhaa keessatti dhama’aa jiran oggaa yaadatamu rakkoon uumame furmaata dhabee hibboo akka tahetti jira. Mootummaan Wayyaanee kanneen mirga isaaniif falmatan hunda shorarkeessummaan yakkee irratti roorrisuu aadaa godhatuu irraa lakkoobsi lammiiwwan yakka dharaa kanaan gidiraa argaa jiran dabaluu malee hin xiqqaanne. Ajeejjaachaan baay’atu, hidhaan jabeeffamu ummatoota gaaffii haqaa kaasuu irraa boodatti akka hin deebisne ABOn hubachiisaa, rakkoon empaayerittii gaaffii ummatootaa deebisuun qofa kan furamu tahuu jabeessee ibsa.
Waggaa irratti waggaan dabalamaa akka dhufeen ummatoota Itophiyaaf kan mirkanaa’e yo jiraate, Wayyaanee jalatti mirgi ummatootaa kan kabajamuu hin dandeenye tahu dha. Haqni caalaatti ukkaamsamee dharri bakka argatuu agarsiisa. Namootni lakkoobsaan yaraa duroomaa ummatni bal’aa caalaatti hiyyoomaaa deemuu mirkaneessa. Aangoo fi mirgi ummataa caalaatti dhiphifamaa aangoon namoota lakkoobsaan hedduu xiqqoo fi dhalootaan naannoo tokko tahaniin dhuunfatamaa deemuu mul’isa. Kanneen hundi mirgaa fi haqni ummataa kan beekamuu fi kabajamu qabsoo qofaan tahuu akeekan.
ABOn qabsoo siyaasaa fi hidhannoo kan raggaafates dhugaa kana irraa ka’ee ti. Bittootni Itophiyaa hangamuu jijjiiramaa oolan, mirga ummatootaa fi dimokraasiif kan dhaabbatan tahuu lallaban gochaan isaanii hundi kan mirga ummatootaa dhiibbatuu fi sirna dimokraasiif faalla tahe abbaa irrummaa dagaagsu, biyyaa fi ummatootaaf dhimmuu fi hojjatuu irra, dantaa dhuunfaa fi murnaaf kan dhaabbatan tahuu hubatuu irraa hidhannoo kaasuun waggoota dheeraaf falme. Falmaa kana keessatti har’a illee qoodni WBO ol aanaa waan taheef WBO bakka jiru maratti tarkaanfii fi boobbaa isaa akka babal’isuu fi finiinsu shakkiin hin jiru.
Har’a ummatni Oromoo roorroo fi salphina irra gahaa jiru keessaa bahuuf ABO abdiin akka eeggataa jiru hubatamaa dha. Eenyu iyyuu caalaa kan dantaa ummata Oromoof dhaabbatee fi falmaa jiru ABO tahuu ummata keenya jalaa dhokataa miti. Abdii fi fedhiin ummata Oromoo kun ammoo QB itti jiramuun fiixa akka bahu hin shakkisiisu. Bittootni har’a jabaa tahanii mul’atan qabsoo ummataan akka honga’an ABOn shakkii hin qabu. Waan taheef diina dhiiga ummataa xuuxee fixee lafee isaa qoqqoraa jiru kana of irraa gatuuf barri haaraa kan jabinaa fi murannoon keessatti qabsaa’uun injifannoo mirqaansaa itti galmeeffannu tahuu qaba.
Waggaa dabre keessa ummatni Oromoo bilisummaa fi walabummaa isaaf, akkasumas kanneen saaminsaaf irratti bobba’an irratti tarkaanfii adda addaa bakkoota gara garaatti fudhataa tureen qabeenyi isaa saamamuu kan hin haayyamnee fi callisee kan hin ilaalle tahuu agarsiisee jira. Kun baranas babal’atee itti fufuu qaba. Jabinni hawaasa keenya keessatti mul’atu kun akka babal’atuuf irratti hojjatuu feesisa. ABOn tarkaanfii kana jabeessuu fi babal’isuuf kan irraa eegamu guutuuf qophii tahuu dhaama.
Ummatni Oromoo duula saaminsaa itti banameen lafaa fi qe’ee isaa irraa ari’amutti dabalee tooftaa gara garaan alagaan biyya isaa irra baayyinaan qubsiifamuun egeree isaa irratti kan xiyyeeffate tahuu gadi faginaan hubatee gochaa farrummaa diinaa kana jabinaan dura dhaabbatuu akka itti fufu ABO hubachiisa.
Abdiin ummata bilisummaaf qabsaa’uu dargaggoo biyyaa ti. Humni haaraa yomiyyuu jijjiirama bu’uraa argamsiisuuf fedhii fi dandeetti itti qabu durummaan QBO keessatti hirmaatuun qooda irraa eegamu gumaachuun fiixa bahiinsa QBO keessatti qooda ol aanaa qaba. Dargaggoon Oromoos kana hubatuun waggoota 8 dabraniif akka murna hawaasaa tokkootti wal gurmeessuun tarkaanfiin fudhataa turan kan QB-tti jabina hore dha. Waggaa dabraa jiru kana keessas dargaggoon Oromoo fincila jalqaban itti fufuun manneen barnootaa, magaalaa fi baadiyyaa keessatti diddaan agarsiisanii fi ummata dammaqsuu keessatti qoodni kennan kan qabsaawotaa fi firoottan qabsoo hunda boonse akka tahe hin falamsiisu. Kun caalaatti jabaatee kan itti fufuu qabu tahuu ABO hubachiisaa gama dhaabaan kan barbaachisu guutuuf jabinaan kan itti fufu tahuu addeessa.
QBO galii isaan gahuuf WBO waggaa dabre keessa tarkaanfii diina irratti fudhateen qabsoon bilisummaa galii isaa hanga gahutti qabsoon kan itti fufu tahuu, diinnis tasgabbaa’ee jiraachuu akka hin dandeenye haala hin mammsiisneen mirkaneessee jira. WBO waadaa ummata isaaf seene kabajaa fi tiksaa tarkaanfii diina irratti fudhatu golee Oromiyaa hunda keessatti kan itti fufu tahuun mirkana. Ummatni Oromoos ilmaan isaa dantaa biyyaa fi ummataaf jecha wareegama ol aanaa baasuuf tarree duraa irratti argaman kana bakka arge hundatti waan barbaachisu hundaan cinaa dhaabbatuu akka itti fufu ABO dhaama.
Mootummaan Wayyaanee waggoota 20 oliif deggersa mootummoota irraa argatuun aangoo irra ture. ABOn gargaarsi mootummaa abbaa irreef argoomamu ummatoota hacuucanii bitu irra waan oolfamuuf deggeruun sirrii akka hin taane deddeebisee hubachiisuun tarkaanfii malu akka fudhatan yaadachiisaa fi gaafataa ture. Ammas ABOn gargaarsi maallaqaa fi tumsi diplomaasii mootummaa farra ummatootaaf godhamu mirgi dimokraasii ummatootaa akka hin kabajamne, mirgi namoomaa akka hin eegamne taasisuudhaan dararaa fi roorroo itti fufsiisuuf kan oolu tahuun hubatamee kanneen mootummaa kanaa tumsan ejjannoo isaanii irra deebi’aniii akka ilaalan gaafata.
Dhuma irratti hundaan olitti mootummaa Wayyaanee kan hanga ammaa gateettii ummatootaa irraa akka hin buune taasisee jireesse ummatoota biyyattii walitti buusuu fi wal shakkisiisuu danda’uu irraa ti. ABOn ummatootni empaayerittii wal irratti osoo hin taane diina waloo irratti xiyyeeffatuu dhaan sosso’uun kufaatii diinaa kan shaffisiisu tahuutti amana. Kun dalagaan mul’atuu dhabuun umrii bittaa abbaa irrummaa waan dheeressuuf diina irratti akka fuulleffatamu ABO dhaamsa isaa irra deddeebiin dabarsa.
Injifannoo Ummata Oromoof!
Adda Bilisummaa Oromoo
Muddee 31, 2013

BoycottBedele ዘመቻን በተመለከተ እጭር መልእክት – ‘ሞረሽ ወገኔ’ ለተሰኘው ቡድን ሊቀመንበርና ኣቁዋማቸውን ለሚጋሩ ወገኖች በሙሉ

ከያህያ ጀማል*
እንደሚታወቀው የዳግማዊ ምኒልክን 100ኛ የሙት ኣመት ለመዘከር በበደሌ ቢራ ስፖንሰርነት ቴዲ ኣፍሮ ሊያቀርብ ያቀደውን የሙዚቃ ኮንሰርት በጽኑ በማውገዝ ያገር ቤቱም ሆነ ዳያስፖራው የኦሮሞ ወገን እንዲሁም ቁጥራቸው ቀላል ያልሆነ የኦሮሞ ወዳጆች መጠነ ሰፊ የተቃውሞ ዘመቻ ላይ ይገኛሉ። እስካሁን ይህ ጽሁፍ በሚዘጋጅበት ሰኣት እንኩዋን #BoycottBedele በሚል ርእስ በማህበራዊ ሚድያዎች ላይ የተያዘው ዘመቻ 40,000 ገደማ የሚሆኑ ግለሰቦችን ኣሳትፏል። የተሳትፎው ቁጥር በከፍተኛ ፍጥነት እየጨመረ በመሄድ በኢትዮጵያ የማህበራዊ ሚድያ ኣጠቃቀም ታሪክ ውስጥ የመጀመሪያውን ደረጃ ይዟል። ይሄም ዝም ብሎ ጩሄት ሳይሆን ጉዳዩ የሚመለከታቸውን ወገኖች ትኩረት ስቦ የተሳሳተውን ኣቅዋማቸውን መልሰው እንዲያስተካክሉ ተጽእኖ ሲያሳርፍባቸው እየታየ ነው።
የሞረሽ ሊቀመንበርና የሊቀመንበሩን ኣቁዋም የምትጋሩ ወገኖች ሆይ! የኦሮሞ ህዝብ ምኒልክን የሚያወግዝበት ምክንያት ከናንተ የተሰወረ ኣይደለምና ያንን በማብራራት የኣንባቢዎችን ጊዜ ማባከን ኣልፈልግም። ምኒልክ ለናንተ ጀግናችሁ ሊሆን ይችላል። ለኛ ለኦሮሞና ለኣብዛኛው የኢትዮጵያ ብሄር ብሄረሰቦች ግን ምኒልክ ኣፍሪቃዊ ሂትለር ነው ቢባል ማጋነን ኣይሆንም። ስለሆነም እኛ ኦሮሞዎችና እንደኛ ሁሉ የምኒልክ ጭፍጨፋ ሰለባ የሆኑ የደቡብ ብሄር ብሄረሰብና ህዝቦች ኣፄውን በጨካኝነቱ ስናስብ እናንተ ግን በጀግንነቱ እየዘከራችሁ ነው። ኣንዱና ትልቁ መለያያ ነጥባችንም ይሄው ለየቅል የሆነው የታሪክ መስተዋታችን ነው።
ስለ ኣመለካከታችን ልዩነት ይህን ያህል ካልኩ ዘንዳ ይቺን መልእክት ለመጫጫር ወዳነሳሳኝ ፍሬ ጉዳይ ልዝለቅ። በህብር ሬድዮ ጋባዥነት የሞረሹ ሊቀመንበር የተናገሩትን ፍሬ ጉዳይ በጥንቃቄ ኣድምጫለሁ። ሊቀመንበሩ ሲናገሩ የኦሮሞ ህዝብ በተለይም ወጣቱ ትውልድ የያዘውን ብሄርተኛ ኣቁዋም ለማጥላላት የተቻላቸውን ያህል ሞክረዋል።  የኦሮሞ ምሁራን የሚደልቁት ከበሮ በሻዕቢያና ወያኔ የተቀነባበረ አማራና ኦሮሞን ለማጋጨትየተወጠነ ልቦለድ ነው።’ ሲሉ ያለሃፍረት ተናግረዋል። ሊቀመንበሩ ይህንን ሲናገሩ ኦሮሞና ኣማራ እንዳይጋጭ በጣም የተጨነቁ መስለው ለመቅረብ ቢደክሙም ኣልተሳካላቸውም። ሁለቱ ብሂሮች እንዳይጋጩ የሚመኝ ቅን ልቦና ቢኖራቸው ኖሮ የኦሮሞ ምሁራን ያነሱትን የጸረ ምኒልክ ተቃውሞ ‘ከበሮ መደለቅ፣ ልቦለድ…’ እያሉ ከማጥላላት ይቆጠቡ ነበር።
የዚህ መልእክት ትልቁ ኣላማ ግን የግጭት ጉዳይ ኣይደለም። ሊቀመንበሩ የተናገሩት ‘የኦሮሞ ምሁራን የሚደልቁት ከበሮ በሻእብያና ወያኔ የተቀነባበረ…’ የሚለው ነጥብ ላይ ያተኮረ መሆኑን ላሰምርበት እወዳለሁ። የግለሰቡ መልእክት እምብዛም ውሃ መቁዋጠር የማይችል ቢሆንም ኣባባላቸው ከዚህ ቀደምም በተለያዩ ኣጋጣሚዎች ኣንዳንድ የኣማራ ልህቃን ሲያስተጋቡት ከኖሩት መሰል ኣስተያየት ጋር ስለሚገጣጠም ተንቆ መታለፍ የሌለበት ሆኖ ኣገኘሁት። የኦሮሞን ህዝብ የጭቆና በቃኝ ድምጽ ለማጥላላት ሲባል ከድምጹ በስተጀርባ ያለው እገሌ ነው የሚል በንቀት የተጠናወተ ኣቁዋም ሲራመድ የሞረሹ ሊቀመንበር የመጀመሪያው ኣይደሉም ማለቴ ነው። ኦሮሞ እንደብዙሃንነቱ ተደራጅቶ ሃይል መሆን የመቻሉን ሎጂካዊ እውነታ ኣምነው መቀበል የማይሆንላቸው ወገኖች መኖራቸውን እናውቃለን። እንደነዚህ ወገኖች እምነት ከሆነ የኦሮሞ ተወላጆች ይህን ያህል በሚያስድነግጥ ቁጥር ተደራጅተው ማህበራዊ ሚድያን በመጠቀም የሚቃወሙትን በመቃወም ወይም የሚደግፉትን በመደገፍ ጎላ ያለ ድምፃቸውን ለፈለጉት ኣካል ማሰማት ኣይችሉም። ኦሮሞዎች ይህን ለማድረግ የግድ የሆነ ሌላ ኦሮሞ ያልሆነ ሃይል ከበስተጀርባቸው መኖር ኣለበት። በተለይም እንዲህ ያለውን የኣማራውን ፅንፈኛ ወገን የማያስደስቱ መሰል እንቅስቃሴዎች የወያኔ እገዛ ሳይታከልባቸው በኦሮሞ ብቻ ተከናውነው ሊሰምሩ ኣይችሉም የሚለው ኣስተሳሰብ ወይም ማስመሰያ የሚያስተላልፈው መልእክት ቢኖር ኣንድና ኣንድ ብቻ ነው። የኦሮሞን ህዝብ መናቅ። ኦሮሞ በጭራሽ ብቻውን ቆሞ እንዲህ ያለ ታሪክ መስራት የማይችል ኣስመስሎ ለማሳመን የሚደረግ ጥረት ነው። እንዲህ ያለው ኣቀራረብ ኣንዳንዴ ከኣስገራሚነቱ ኣልፎ ኣስቂኝ ነው። ቁጥራቸው ቀላል ያልሆነ የኣማራው ጽንፈኛ ወገኖች ይባስ ብለው ጭራሽ የኦሮሞ ህዝብ የባህል፣ የቁዋንቁዋና ራሱን በራሱ የማስተዳደር ጥያቄ ከወያኔ የተኮረጀ ኣስመስለው እስከማቅረብ የሄዱበት ኣጋጣሚ ብዙ ነው። እንደዚህ ያሉ ሰዎች ማንን ለማታለል እንደከጀሉ ግልጽ ኣይደለም።
የሞረሹን መሪም ሆነ መሰል ኣቁዋም የሚያራምዱ ወገኖች ከኦሮሞ ህዝብ ጋር እንደ ኣዲስ መተዋወቅ ያስፈልጋቸዋል። ወያኔን በወያኔነቱ፣ ራሱን ችሎ በሌላ ኣገር መሪነት የሚታወቀውን ሻእቢያም በጎሮበት ማንነቱ ለይተው በማወቅ ሃራምባና ቆቦን ከመደበላለቅ ተቆጥበው በተለይም በኦሮሞ ህዝብ ጉዳይ ላይ የሚጠቀሟቸውን ቃላት በጥንቃቄ መምረጥ ይጠቅማቸዋል። የኦሮሞን ህዝብ ለመናቅ ሲባል የህዝቡን ጥያቄ ከወያኔ ወይም ከሌላ ሃይል ጋር ለጥፎ መዘባረቅ ኣጉል ከመጃጃል ያለፈ ምንም የፖለቲካ ፋይዳ ኣያስገኝም።
የሞረሹ ሰውና መሰሎቻችሁ ሆይ!
ከመቶ ኣመታት በፊት በህይወት የነበረው የናንተ ጀግና ምኒልክ ኣንድ ብሎ ያስተማራችሁ ነገር ቢኖር ኦሮሞን በኦሮሞነቱ መናቅ ነው። ምኒልክ በዘመኑ ኦሮሞን ሊንቅ የቻለው ከኣውሮፓ በተገኙ ዘመናዊ የጦር መሳሪያዎች ተመክቶ ሰራዊቱንም እነዚህን ዘመናዊ መሳሪያዎች እሳክፍንጫው በማስታጠቅ ጦርና ጎራዴ ብቻ የያዘውን የኦሮሞውና ሌላውም መከታ ኣልባ ወገኔን በጭካኔ ጨፍጭፎ ማስገበር በመቻሉ ነው። ዛሬ ላይ ያለው የኣማራ ትውልድ ጽንፈኛ ወገን ግን እንዲህ ያለውን ከኣባቶቹ የወረሰውን ትምክህታዊ ንቀት እንዳለ ለማስቀጠል ሲንደፋደፍ ይገርመኛል። ኦሮሞን መናቅ ትላንት ባህላቸው ያደረጉ ወገኖች የወግ ነገር ሆኖባቸው ዛሬም የንቀት ባህላቸውን እንዳለ ማስቀጠሉ ኣጸፋው ኣደገኛ ይሆናል። ሁላችንም 21ኛውን ክፍለ ዘመን ኣብሬን እየኖርነው መሆኑ የተረሳ ይመስላል። ናቂው ወገን 21ኛ ክፍለ ዘመን ላይ ሆኖ ተናቂው ደግሞ 19ኛው ክፍለ ዘመን ላይ ተገድቦ የሁዋሊዮሽ የቀረ እስኪመስል ድረስ ከኣማራው ጽንፈኛ ወገን ዘንድ የምናስተውለው ኦሮሞ ላይ ያነጣጠረ ስልተ-ብዙ ንቀት የጤና ኣይደለም።
የሞረሹ ሰውም ሆኑ መሰሎቻቸው ማወቅ ያለባቸው ኣንድ ሃቅ ኣለ። የኦሮሞ ህዝብ የማንም ድጋፍ ሳያስፈልገው ራሱን ችሎ ይበጀኛል ያለውን የትግል ጎዳና ቀይሶ በመገስገስ ላይ የሚገኝ ንቁ የ21ኛው ክፍለ ዘመን ህዝብ ነው። የብሄር መብቱን ለማስከበር የሚያነሳው ጥያቄ የ50 ኣመት እድሜ ያለው ጥያቄ መሆኑ ከህሊናችሁ የተሰወረ ባይሆንም ገና ትላንት ስልጣን ከጨበጠው ወያኔ ጋር ኣስተሳስራችሁ ለማቅረብ መድከማችሁ ምናልባት ከፍራቻ የመነጨ ሊሆን ይችላል። ፍራቻን ደግሞ በዚህ መልኩ መዳፈር ተጨማሪ ኣስፈሪ መዘዞችን ከማስከተል የዘለለ ጥቅም ኣያስገኝላችሁም። ወያኔ እንደሆን ላለፉት 23 ኣመታት በጋራ ስናወግዘው የኖርን ኣምባገነን ሃይል መሆኑን እስከመዘንጋት ሄዳችሁኣል። ኣንድ ስልጣን ላይ ያለ ኣምባገነን ሃይል መብቴ ታፈኔ ብሎ ከሚታገል ተቃዋሚ ወገን ጋር ኣንድ ላይ የሚደመርበት ምንም ኣይነት ሎጂክ ኣይኖርም።
ይሁን እንጂ ከወያኔ ጋር የሚያመሳስለን ጉዳይ ሲኖር በስመ ጠላትነት ብቻ ኣይናችንን ጨፍነን ወደ ተቃራኒው ኣቅጣጫ በመነዳት ጥቅማችንን ኣሳልፈን የምንሰጥ ጅሎች ኣይደለንም። ከኣማራው ለዘብተኛ የፖለቲካ ሃይል ጋርም እንዲሁ። ማንኛውም ወገን የጋራ ጥቅማችንን በሚያስጠብቅ ጎዳና ላይ ከተቀላቀለን ታሪክን ለታሪክ ትተን ለመጻኢ እድላችን ኣብሬን የማንገሰግስበት ምክንያት ኣይኖርም። እንደ ትላንቱ ሁሉ ዛሬም የራሱን ፍላጎት በሃይልና በብልጣብልጥነት እኛ ላይ ለመጫን ያደባ ሃይል ካለ ግን እሱ የነጋበት ጅብ መሆኑን ላስታውሰው እወዳለሁ። ኣረቦች ሲተርቱ ‘ውሾቹ ይጮሃሉ ግመሎቹም ይገሰግሳሉ’ እንደሚሉት ሁሉ ትግላችንም በኣጉል ጩሄቶች ተደናብሮ ከግስጋሴው የሚገታ ኣይደለም።
ቸር እንሰንብት!
ያህያ ጀማል: ለኣስተያየትዎ – gulummaa75@gmail.com

Tuesday, December 31, 2013

Dhaamsa Bara Haraa 2014

Qeerroo

Dhaamsa Bara Haraa 2014

Ummanni Oromoo fi Qabsaawoti Oromiyaa Bakkoota Adda Addaa Jirtan Baga Nagaan Waggaa Haraa 2014n Isin Gahe.
Baroota Jaarraa tokkoo ol lakkoofsisan dhufaa darbaa keessatti waanjoon gabrummaa akkaanii uumata keenya irratti fe’amuu irraan dararaan biyya fi uumata keenya irra gahe gita hin qabu. Kanuma cinaattis ummanni keenya diddaa gabrummaaf jecha wareega inni hin baasiin tasa hin jiru. Qabsaawotii fi jaallootiin biyyaa hanga har’aa wareega luubbuu fi qabeenya akkasumas jireenyaa itti kitimanii diddaa waanjoo gabrummaa gaggeessaa kunoo 2014n nu gahanii jiru.
Firii ijaarsaa fi wareega qabsaawota keenyaa bilisummaa fi walabuummaa keenyaan bakkaan gahuuf jecha uummanni Oromoo walii gallii fi keessattuu Qeerroon Bilisummaa biyya alaa fi Oromiyaa keessa jirtan ciccoomina qabsoon FDG gaggeessuun bara 2014 kan milkie fi injifatnoo akka taasifnu dhaamsa keenya dabarsina.
Barri 2013 gochaa farrummaa mootummaan Wayyaanee uumata keenya irratti gaggeesu irratti dabalee duulli akkaanii ilmaan sirna nafxanyaa ammaan dura Oromiyaa dukkanatti galchaniin amma illee Oromoo irratti banana dha. Addatti baatii muraasa kana keessatti duula farrummaa Oromoo gaggeessaa jiraachuu isaanii ni agarra. Faarsaa mooticha habashaa Mililiiin qabanii jibbiinsaa fi diinummaa Uummata Oromoof qaban muldhisaa jiru. Haalli kun ammo madaa saba Oromoo irratti gubaa dabaluu waan ta’eef  bara 2014 kanatti gochaa farrummaa kana irraa akka dhaabbatan dhaamsa dabarsina.
Qeerroon Bilisummaa sochii diinummaa sirni nafxanyaa fi Wayyaaneen karaa lachuu ummata keenya irratti gaggeessaa jiran gama hundaan of irraa qolataa qabsoo bilisummaa gaggeessuun Oromiyaa fi uummata Oromoo tiksuuf kan yoomii irra qophii ta’uu keenya ni mirkaneessina.
Barri kan bilisummaa fi badhaadhinaa nuuf haa ta’u.
Injifannoon Ummata Oromoof!!
Qeerroo Bilisummaa
Finfinnee Oromiyaa.
Muddee 31.2013

Egypt to Cooperate With Nile Basin Countries for Water Security

Egypt is keen on cooperating with all Nile Basin countries in a manner that benefits all parties, Foreign Minister Nabil Fahmy said on Tuesday.
"Egypt's water security is an indispensible part of the country's national security and it cannot be ignored," Fahmy said, adding that "there are historic and legal rights that cannot be overlooked by any country."
Ethiopia started diverting the course of the Blue Nile, the main tributary of the Nile River, in May as part of its plan to build a hydroelectric dam that generates electricity.
The "Renaissance Dam" is built along the river that provides Egypt with about 60 percent of its annual 55 million cubic metres of Nile water.
This move sparked extensive arguments considering how that would affect Egypt's share of the Nile water.
Egypt and Ethiopia are members of the Nile Basin Initiative (NBI), a partnership among Nile states aimed at sharing the river's socio-economic benefits and promoting regional security.
Three of the Nile Basin countries - Egypt, Ethiopia and Sudan - formed an expert committee to study the project.
The committee issued a report, unanimously approved by the three countries, on the potential damages of the dam and recommendations to avoid them in June.
The experts convened again in December and agreed to form another committee to look into the means of implementing their final recommendations.
Representatives of Egypt, Ethiopia and Sudan are scheduled to meet in January in order to discuss issues related to the Nile water security.

Xiilaan Ifumaaf Nama dhawee, ifumaaf deebi’ee Iyya. Ajaa’iba Ilmaan Minilik kan bar dhibbee 21ffaa

Raaditoo Sagalee Oromiyaa

Ethiopia: Stranded Ethiopians Suffer in Conflict Stricken South Sudan

December 31, 2013 (All Africa) — The South Sudanese fought for two decades for an independent state and the peace they hoped would come with it. They inked the former two and half years ago, but lost the latter just a few days ago.
To understand the magnitude of the crisis South Sudan is immersed in, glancing over official figures is enough. Within a week of violence erupting in Juba- the capital of the newest state in the world – the number of causalities rose to 1,000 and the displaced people reached 120,000. The violence that was limited to two of the 10 states of South Sudan has now spread to five.
As the death toll increases, the number of Ethiopians who lost their lives in various areas of the country has also jumped up. The number ranges from10 to 50, depending on the source of the information. But various sources indicate that the highest number of deaths have been registered in Malakal – the second largest city in South Sudan and capital of the Upper Nile State.
Malakal, 650km north of Juba, is known for its navigable rivers. The White Nile connects Juba and Khartoum and the Sobat (Baro) River with the Gambella region of Ethiopia. Malakal’s close proximity to Ethiopia and the availability of easy road and water transportation has attracted a significant number of Ethiopians. They are engaged in various activities, ranging from business to service delivery.
Most Ethiopians are employed in non-professional jobs, like daily labour and serving customers. Some claim that the population of Ethiopians in Malakal is much higher than those in Juba, who are estimated to be between 3,000 and 5,000. Because of the fact that many reached to Malakal by illegal means, or only with travel permit papers, it makes it difficult to know the exact number of Ethiopians currently residing in the city.
At least seven Ethiopians have been killed in the fighting that broke out in Malakal on Monday and continued up until Friday evening, Fortune confirmed from various sources. Rebels loyal to the ousted South Sudanese Vice President Reik Machar (PhD) claimed control of the town on Tuesday.
Due to the heavy fighting, the city’s international airport – the only one after the capital Juba- has been closed. Hundreds of people are being treated for gunshot wounds in Malakal Hospital. Ethiopians visited the hospital on Thursday and identified two of their deceased fellow citizens. They have also seen another Ethiopian killed in front of his house.
In addition to the three, an onion seller, a hotel waiter and a known businessman in the city who owns a hotel and trucks, were shot dead, according to Ethiopians in Malakal.
“On the first day they came and took away all the money he had,” an Ethiopian in Malakal who requested anonymity told Fortune, when discussing how the businessman lost his life. “On the second day, others came and when he told them that he did not have any money, they killed him.”
Ethiopians said that his body was abandoned on the street for two days. Those brave enough to try to collect his body were forced to lie-down beside the corpse by individuals in military uniforms.
“I survived for mere luck,” Zergaw Adane, one of the Ethiopians who had attempted to retrieve the body of the businessman, told Fortune. “A person I knew in Gambella begged the soldiers in Nuer language and then we were released.”
Zergaw is not a resident of Malakal. He is among those transporters that carry commodities from Gambella town to Malakal and Juba on their boats. When Zergaw embarked on his journey three weeks ago, he planned to carry out his usual business of delivering commodities packed into three boats owned by his brother and come back.
As any other normal day, gliding on the boats on the Baro (Sobat) River took them three days to reach Malakal. After finishing their business, they got caught up in the crossfire of the ongoing South Sudan crisis. Soldiers took all of their money and left them unharmed. They then joined a group of Ethiopians who were hiding in order to save their lives.
“We were around 40 packed into one warehouse,” an Ethiopian who was sheltered with Zergaw told Fortune over the phone from Malakal, on Friday morning. “We finished all the food we had within two days.”
Zergaw and other Ethiopians survived with biscuits and any leftovers they could find in abandoned and looted shops in Malakal. The heavy gunfire and checkpoints set up by rebel soldiers made it impossible for them to move freely from one part of the city to the other, and to the United Nations (UN) camp.
The intensity of the violence forced thousands, including the governor of the Upper Nile, Simon Kun Pouch, and his ministers, to seek shelter at the compound of the UN Mission in South Sudan (UNMISS). Many remain at the compound, even though government forces controlled the city on Friday afternoon.
The return of soldiers allied to President Salva Kiir helped Ethiopians to properly bury their compatriots. Three Ethiopians were buried on Friday afternoon, while three others were laid to rest on Saturday morning.
The recapture of Malakal also brought a relief for employees of the Commercial Bank of Ethiopia (CBE) in South Sudan. There was an attempted bank robbery at the second South Sudan branch of the CBE, which opened in Malakal a year ago. The Bank’s move to the area aimed at tapping this business boom there, according to a banker who works at the CBE’s Juba branch.
“So far we are safe,” Bekalu Zeleke, President of CBE told Fortune late last week.
The control of Malakal is key for the two rival sides. As the capital of the Upper Nile state – one o f South Sudan’s main oil-producing areas – Malakal played a role in the power and oil politics of the country.South Sudan generates 98pc of the government’s revenue from oil, according to the Revenue Watch Institute.
When it comes oil, even Machar, who denied any involvement in the government’s claim of “coup attempt”, confirmed that his forces were the ones controlling the oilfields in the Upper Nile and Unity states. He went as far as giving a guarantee for the continuation of oil production and keeping the revenue of crude sales “in an escrow account until the conflict is over”.
“We’ll protect the oil workers, the oil companies, the oil installations and the oil can be transported and sold,” Machar told Bloomberg on Tuesday.
Despite his assurance, foreign employees left the oilfields in fear of escalating violence and oil production stopped. This was mainly seen in the oil-rich Unity state. Forces loyal to Machar controlled Bentiu, the capital of Unity State, on last Sunday, December 22.
The South Sudanese government, which claimed its forces are advancing to the town, announced that most of the oilfields are still under its control. Petroleum Minister Stephen Dhieu Dau told Bloomberg that the government has control of about 25,000 barrels of oil production a day in Unity state.
The Minister admitted that rebels have taken over parts of the Unity state oilfields, where the daily output accounts for about 5,000 barrels.South Sudan’s oilfields produced half a million barrels of crude before January 2012, the Revenue Watch Institute figures showed. After January 2012, the country’s oil production halted for more than a year, due to a disagreement with North Sudan over the pipeline fee.
The ongoing crisis of South Sudan will not affect Ethiopia- a country that imports 75pc of its benzene consumption from Sudan- according to an expert. Out of 2.5 million metric tonnes of petroleum products Ethiopia imports each year, benzene accounts for only 10pc of it, Abyaneh Awol, Petroleum Supply & Sales manager at Ethiopian Petroleum Enterprise, said.
“Nothing will affect us,” Abyaneh told Fortune. “The North Sudanese have their own crude and they export that one to us.”
The violence in Unity State will not have any influence in Ethiopia, but it has impacted the lives of Ethiopians in the area. Similar to Ethiopians in the other troubled states, those who reside in Bentiu town are seeking refuge at the UN compound. Among them, 13 Ethiopians were airlifted to Juba on Wednesday morning and sheltered at the compound of the Ethiopian Community Association in Southern Sudan (ECASS).
“We put them into a tent,” the board secretary of the ECASS told Fortune. “In addition to what the community provides, Ethiopians in Juba brought them food and clothes.”
Unlike the Unity State, which has no reports of causalities, confirmed reports that came out from Bor in Jongeli State revealed that three Ethiopians were killed. The deceased Ethiopians were among the 14,000 people sheltered inside a UN compound.
The three Ethiopians were killed while they were on their way to fetch water from a river, according to an Ethiopian who talked to refugees in Bor over the phone. Two Ethiopians that accompanied them also had gunshot wounds, he said.
After the government forces recaptured Bor town on Tuesday, December 24, the violence in the area stopped, but still around 300 Ethiopians are sheltered in the UN compound there. Ethiopians in the area requested to return to their country and pleaded the government to evacuate them. They repeatedly voiced their plea to the call in service of the Voice of America (VoA) Amharic Program.
Almost all Ethiopians Fortune talked to on the phone in South Sudans hare these appeal. They are bewildered on why the government is dragging its feet in evacuating them while other neighboring countries of South Sudan, such as Kenya and Uganda, have already airlifted their citizens.
“Our government has neglected us,” an Ethiopian in Malakal, who requested anonymity, told Fortune. “Do we have less value than Ugandans or Kenyans?”
Uganda started to evacuate its citizens right after the United States and United Kingdom. It sent its army, the Uganda Peoples Defense Forces (UPDF), to Juba in order to provide assistance for the evacuation of Ugandans. The army used its C130 transporter plane to evacuate 450 Ugandans last week, according to a local paper – Daily Monitor.
Uganda went as far as deploying its soldiers on the 200km corridor that stretches from Juba to the border town of Nimule, in order to provide a safe passage for Ugandans and Kenyans to return to their home country. The Daily Monitor reported that the East African country evacuated close to 5,000 Ugandans and Kenyans through this corridor.
The Kenyan government carried out a similar evacuation mission. Subsequent to the order of President Uhuru Kenyatta, the Kenyan Defence Forces (KDF) have evacuated hundreds of Kenyans from South Sudan. The Kenyan government also set up a crisis management centre through the Ministry of Foreign Affairs to provide information for its citizens stranded in South Sudan.
In addition to the military, the government organised a charter flight with Kenyan Airways, which suspended all flights to and from Juba between December 24 and 31, to transport Kenyans. On Thursday, December 26, alone, 250 Kenyans return to Nairobi. Out of the estimated 30,000 Kenyans living and working in South Sudan, 10,000 of them have returned, according to local media reports.
Despite the outcry of many Ethiopians in South Sudan, the Ethiopian government has not yet started any evacuation from the troubled East African country. The Ethiopian Embassy in South Sudan claimed that only a few Ethiopians showed interest in evacuation.
“When we tried to evacuate Ethiopians in Juba, we only found 14 people,”Fre Tesfamichael,Ethiopia’s ambassador to South Sudan, told Fortune. “The plane was returning with empty seats.”
The Ambassador referred to the outcome of the meeting between Foreign Minister Tedros Adhanom (PhD) and a few Ethiopians in Juba on December 21. The Minister met Ethiopians on the conclusion of his main task of mediation between President Kiir and Reik Machar. On his official Facebook account, the Minister reflected a similar view with the Ambassador.
“Back to Addis and brought with us 14 Ethiopians who were selected by the Juba Ethiopian community to be evacuated – mainly women and children,” Tedros posted on Facebook. “We offered to evacuate more, but many preferred to stay.”
Nonetheless, those who attended the meeting said that the Minister briefed the participants about the joint evacuation plan of the Inter-Governmental Authority on Development (IGAD) member countries. The Minister promised them that if things were worsening, they would be evacuated.
After the first few days of fighting,Juba remained calm. Violence persisted, however, in areas located in the five troubled states. The Ambassador claimed that his Embassy even offered evacuation to those who located outside of Juba.
“Out of the 300 registered Ethiopians in the UN camp at Bor, only 35 of them are willing to go back to their country,” Ambassador Fre said. “The rest of them prefer to wait and see whether the situation will improve.”
While collecting information about the dead, injured and displaced Ethiopians, the Ethiopian Embassy is mainly working on “protection” of its citizens and “moving them to safe places”, according to the Ambassador.
He said that their effort to move Ethiopians from the rebel controlled Bentiu to the border town of North Sudan was fruitful. The plan is designed for those who may not be interested to get back to Ethiopia. The Ethiopian government set up a shelter in the border town of Heglig and keep them there until peace return to their area. The government will provide food and other necessities to the displaced Ethiopians, according to senior government sources.
Local media reported that the UN, in collaboration with the United Nations Interim Security Force in Abyei (UNISFA), evacuated 250 Ugandan, Kenyan, Ethiopian and Somali nationals to Heglig on Friday. UNISFA, whose troops are drawn from Ethiopia, sent two helicopters for the operation.
Ambassador Fre said that after the ongoing information collection was finalised, the evacuation of Ethiopians would be started within two to three days. The Ethiopian Community Association in Southern Sudan (ECASS) has so far registered 3,000 Ethiopians in Juba. Some Ethiopians, however, are less convinced of the Ambassador’s promise.
“As usual, what the Ethiopian government says is all misleading,” an Ethiopian who has been working on information systems in Juba for the last four years, told Fortune. “There is no preparation for evacuation.”
Businessmen in Gambella went one step ahead of the government. Many of them have business interests in the youngest nation of the world and send their relatives to various parts of South Sudan.
They formed an ad-hoc committee and met in the Gambella regional administration to evacuate Ethiopians from towns nearby to the Ethiopian border. They sent two boats, each with the capacity to carry 500 people, to South Sudan.
Their target was those Ethiopians stranded in Nasir, a previous stronghold of Machar. One Ethiopian shop owner was reported dead after the clash erupted between government forces and defectors of the South Sudan army. Around 600 Ethiopians fled to the border town of Matarin the Gambella region.
The businessmen, in collaboration with the Baro Gambella Bus Owners Association, sent 11 buses and six trucks to Matar on Wednesday. The buses and trucks, which carried Ethiopian returnees and their belongings, returned to Gambella on Thursday evening.
While Ethiopian officials seem reluctant to take swift measures on evacuation, they were busy on striking a deal between the two rivals, Kiir and Machar. Using its current rotational chair position of the African Union (AU) and IGAD, Prime Minister Hailemariam Desalegn and Foreign Minister Tedros spearheaded the mediation of the South Sudan crisis ignited by the power struggle between the ruling party leaders.
The mediation effort mainly focused on the ceasefire and the release of prisoners. A number of politicians, who the government claimed have a link with the foiled coup, have been arrested last week. These include ousted Secretary General of the ruling Sudan People’s Liberation Movement (SPLM), Pagan Amum, and Deng Alor, former Foreign Minister and Minister of Cabinet Affairs. Along with these two known critics of President Kiir nine former senior ministers, are also kept in jail.
After rounds of talks by IGAD Foreign Ministers, Hailemraim and Kenyatta, President Kiir agreed on ceasefire and promised to release eight of the 11 senior politicians. Pagan Amum, who is chosen by Machar to lead his delegation of future talks, and Deng Alor will likely remain under custody and could face criminal probing, according to a political analyst based in Juba.
Reading between the lines of the communiqué that was issued after the conclusion of IGAD Heads of State and governments Summit on Friday in Nairobi, it is obvious that the ball is now in Machar’s field. Leaders of IGAD member states have got an assurance from the South Sudanese government to immediately start “unconditional dialogue” and “cessation of hostilities.”
They, however, called for Machar and his allies to make similar commitments. They threatened that if hostilities do not cease within four days as of Friday they would consider taking “further measures.” Political pundits predict that the measures they contemplate may include “military intervention.”
Regardless of the outcome of the negotiation, embassies, consulates and representatives of countries in South Sudan have ordered their citizens to leave the country as soon as possible.


Freedom is never voluntarily given

Ibrahim Amae Elemo
Dear Friends and Colleagues, Obboleeyyan Oromoo akkam jirtu, nageennii isan badhaadhaa:
The bigotry against the Oromo people continues unabated to date. It is an established historical fact that the Oromo people, the Somali and other peoples of the South were conquered and incorporated into the Abyssinian Empire at the end of 19th century through an earth scorching policy and savagery of Menelik’s army supported by western powers such as the Great Britain and France. Twenty years ago we were close to defeating the remnants of the genocidal regime of Menelik and Haile Selassie had it not been for the voice of moderation by some politicians in the Oromo Liberation camp. Back then some of the Oromo elites wanted to give peace a chance, wanted to negotiate with the colonial settlers. They chose the path of peace and reconciliation. We recall the famous saying of Leenco Lata, “I am not an Ethiopian. However, I would like to negotiate to be an Ethiopian”. The answer to that offer from these remnants twenty years later is the formation of the revivalist groups who are planning to tour Oromiya to dance on the graves of the millions of Oromo martyrs and other peoples of the South who were brutally massacred while defending their homeland. The aftermath of the conquest was what we now know as one of the worst slave trade empire built by Menelik. I can hardly imagine the extent of the brutality when hundreds of thousands of Oromo children were taken way from under the arms of their loving parents and sold into slavery; tragically, several of whom died en route owing to harsh conditions. These were a people, reduced in to slavery and tenancy, were once the master of their own destiny and produced to the world a civilization superior to the Abyssinian civilization in East Africa. This is also an established historical fact.

Today, many Oromo scholars, including myself, are profoundly enraged by a decision of a beer company to sponsor a singer that diminished the memory of the victims by glorifying the legacy of one of the worst tyrants of the modern Ethiopian empire into the Abyssinian hall of fame. This may cause the buried emotions of the Oromo nationalists to re-emerge again. There are millions out there, including myself, are willing to lead the Oromo people to a full victory through a well-controlled and disciplined struggle. We don’t like to see bloodshed between the oppressor class and oppressed masses, like what we have witnessed in Rwanda. The unwise campaign of these ignorant, never learning and unrepentant sons of our colonial masters may lead to undesired consequences. This is our worst fear. We remember what Dr. Gamachu Magarsa recently said when he was asked about his take on the Oromo people being bullied by the northern “superior race” of Ethiopia from one generation to another. He said “what will happen may not be good for them and for us as well”. That is the voice of moderation we hear from some of our elites. Even these very elites who are working to prevent the worst case scenario from happening are despised and bullied non-stop by the Abyssinian chauvinists.

Freedom is never voluntarily given. It has always been earned! Which means we Oromos must be willing to pay the necessary sacrifice to earn what all people love, cherish and celebrate every year, Freedom! Talking about earning what you deserve, I always remember what I told one of the college professors on the occasion of my graduation from Gondar College of Medical Sciences after I was suspended and penalized for a year and half for leading students’ protest against the current regime in Ethiopia. She said, “Congratulations Dr. Ibrahim, we have given you your degree and now you are ready to leave us”. I then boldly told her “Dear Dr. Thank you for congratulating me. You may have given others their degrees. But, as far as I am concerned, I earned it.” Just to distinguish myself from others who bowed to the puppets and all bullies in order to graduate from college with a degree. I was willing to pay the utmost price, and I knew I was not alone. I knew there were millions who suffered and continued to suffer. They needed me more than I needed my very much desired degree, they needed us. The purpose of this short piece is to show our ignorant brothers in the opposite camp that they must cease and desist from their provocative actions. That is precisely what most of us want in this counter-campaign. Or else, they are responsible for all the consequences of their campaign to re-conquer Oromiya.
Last but not least, it is worth mentioning the fact that judging by their past rhetoric the forces currently ruling Ethiopia may not be on the side of these sycophants who are so blind as to see the irreversible change of the mind sets of the oppressed masses of Ethiopia. Finally, I would like to conclude by using the words I used to love hearing from the mouth of my late Somali friend, Abdida’ad Ibrahim Bulala, whom I proudly call my Oromo friend, , Egereen kan Ummata Oromooti!
Ibrahim Amae Elemo, M.D., M.P.H