Sunday, February 2, 2014

Mooraan Yuuniversitii Haromayaa Goolame.Barattooti Hedduun Nyaata Summaaye Nyaachuu Irraan Miidhaman.

Photo0402Diddaa barattooti Yuuniversitii Haromaayaa kaasaniin wal qabatee guyyaa har’aa sirni abbaa hirree mootummaa Wayyaanee baraa gara baraatti barattoota mala adda addaan fixuu aadeffate har’as caalmaatti jabeeffatee itti fufee jira. Haala kanaa har’a 31/1/014 dallaa university Haromayyaa keessatti nyaata barattootaa keessatti summii lubbuu dabarsaa makuun barattootni nyaata kana nyaatan kumaatamni miidhaan guddaa irra gahuun kan mana yaalaa seenan yoo tahu, kanneen maqaan isaanii adda hin baane lakkoofsi isaanii tilmaamaan ja’a tahan lubbuun akka darbee jiruus dhagahamaa jira. Barattootni mana yaalaa galan illee lubbuu darbuu irraa akka hin baraaramne dhagahamaa jira. Kanneen maqaan isaanii adda hin bahiinii fi haala gabaasa kanaa jala jalaan kan gabaafnu tahuu gamanumaa Qeerroon hubachiifna.


=>qeerroo

Ayyaanni WBO Magaalaa Perth keessatti Kabajame milkii fi injifannoon xumuramee

Ayyaana WBO Perth4

Guraandhala 2, 2014,  MOA, Perth;- Ayyaanni WBO Amajjii 26/2014 magaalaa guddittii “West Australia” kan taate “Perth” ti sirna hoo’aa fi miidhagaan ayyaaneffatame. Sirni ayyaana kanaa akkuma aadeeffatametti eebba manguddotaa fi Faaruu Alaabaa Oromoon eegale. Itti aansuun Konyaa ABO Perth bakka bu’uun hirmaattotaan bagan nagaan dhuftanii fi galata kan galchan Ob. Gammachuu Dambalii ti. Ob. Gammachuun keessummoota hirmaattotaan erga wal barsiisaniin booda, akeeka qophichaa fi sagantaalee jiran beeksisuun MGS fi MBBA – ABO Ob. Gaashuu Lammeessaa fi gaafatamaa Jaarmayaa fi Siyaasaa kutaa ABO Australia Ob. Gammachuu Fayyeeraa gara waltajjiitti afeeran.
Ob. Gaashuu Lammeessaa seenaa Ayyaana Guyyaa WBO yaadachiisuun dirree qabsoo fi caayaalee ABO qofaa biratti waggoota muraasaaf erga kabajamee booda guddachaa fi babal’achaa deemuun ayyaana Ummata Oromoo bal’aa ta’uu ibsan. Kan seenaa hayyoota seenaaf keenyee, akka qabsaa’aatti kan itti xiyyeeffannu haala qabatamaan har’a harkaa qabnuu irratti kan jedhan Ob. Gaashuun qabsoon bilisummaa Oromoo yeroo ammaa qabatamaan irra jiru ayyaaneffattootaaf bal’inaan ibsan.
Qabsoon bilisummaa Oromoo ABOn hogganamu bu’aa bahii fi gufuun keessaa fi alaan itti heddummaatu illee gufuulee hunda injifannoon irra aanee akeeka QBO; Bilisummaa Ummata Oromoo fi Walabummaa Oromiyaa dhugoomsuuf qabsoo hidhannoo, siyaasaa, dipilomaasii fi Warraaqsa Ummataa qindeeffatee gaggeessuun humna guddaa ta’uutti Ummanni Oromoo ittiin boonuu qaba jedhan.
Wabii fi Gaacha Umaata Oromoo kan ta’e WBO ilaalchisee Ob.Gaashuun yommuu ibsan dirree sochii kaabaa-kibba, bahaa-dhiha, akkasumas jeddu gala Oromiyaa keessaatti babal’ifachaa tarkaanfilee jajjabduu diina irratti fudhachaa akka jiru, tarkaanfii kanas jabeessee akka itti fufu ta’uu firootaa fi diinota keenya maraaf ifa goona jedhan.
Sochii biyya keessaa ilaalchisees caasaalee ABOn ijaaraman fi qabsichi kan of keessa uummate Sochii Qeerroon Bilisummaa Oromoo taasisu akka jabaatee humna jijjiirraa bu’uraa argamsiisuu danda’utti Addi Bilisummaa Oromoo tumsa irraa eegamu mara of qusannaa tokko malee taasisa jedhan. Kanuma waliin hojii dipilomaasii kan ilaalu sagalee Ummata Oromoo  fi sochii QBO dhageessisuun cinatti shiraa fi yakka Wayyaaneen Ummata Oromoo fi Oromiyaa irraan gahaa jirtu saaxiluuf ABO jabaatee hojjataa akka jiruu fi dhageettii  hedduun argamuu kan ibsan Ob. Gaashuun hojii gama kanaa humneessinee gurra horuun;  adda durummaan hawaasa Oromoo biyya alaa jiraatan irraa kan eegamu ta’uu jabeessanii dhaaman.
Ibsa bal’aa viidiyoo fi suuraaleen deeggaramee kenname si’aa’inaan kan dhaggeeffatan ayyaaneffattoonni waantota ifa hin taane hunda naamusaa fi naamusa  ijaaraa ta’een gaafataniiru. Ob. Gaashuunis  deebii qubsaa deebisaniiru. Dabalataan ABO maal nurraa eega? Maal nuuf dhaamtu? Gaafii jedhuuf;
Diinonnii QBOs ta’ee Ummata Oromoo cabsuuf dhama’an Wayyaanee qofa otoo hin taane kanneen bakka kufanii ka’uuf ekeraa faarsuu eegalan akka dabalatu yaadachiisuun kana hunda irra aanuuf injifannoolee amma har’aatti argame eeggachaa qaawwa diinni ittiin nu seenuu danda’u mara cufachuu keenya marikaneeffachuu akka feesisu; kanuma waliin mooraa Oromummaa  keessatti of eeguun ulaagaa sabbonummaa ti kan jedhan Ob. Gaashuu yeroon ammaa taa’anii kan hojjatu yeroo itti qeeqan otoo hin taane kan beekumsa qabu beekumsaan, kan ogummaa qabu ogummaan, kan humna qabu humnaan, kan maallaqa qabu maallaqaan qabsaa’otaa fi WBO cina dhaabbachuun gaafatamuummaa seenaa jalaa yeroo of baasuu qabnu waan ta’eef bakka dandeettii keenyaa adda baafannee dirqama keenya haa baanu jechuun dhaaman.
Ayyaana kana irratti kabajamtuu fi jaalatamtuu kan taane artiisti Ilfinash Qannoo Norway irraa kan argamte yommuu ta’uu haasaa gabaabaa taasifteen jabinni qabsaa’otaa obsaa fi cichoomina akeeka dhaabbataniif qabaniin akka madaalamu ibsuun obsa waliif qabaannee tokkummaan dhaaba keenya ABO cinaa haa dhaabbanu jechuun dhaamsa qabdu dabarfatte.
Ob. Gammachuu Fayyeeraa gama isaaniitiin sochii ABO biyya Australia keessatti taasisaa jiruu fi tarsiimoo diinni ittiin hawaasa Oromootti seentu yaadachiisuun, hawaasni Oromoo akkuma aadaa isaatti jabaatee sochii diinaa akka fashalsuu fi dursee irratti hojjatu dhaaman.
Ayyaana kana irratti Vidiyoon sochii WBO fi diddaa sabboontota Oromoo biyya keessa qalbeeffachiisu  kan agarsiifame yommuu ta’u; hirmaatonni ayyaana kanaas vidiyoolee sa’aa dheeraaf agarsiifame gammachuu fi marartoo guddaan erga ilaalanii booda battalumatti tinnisa WBOf oolu kumoota hedduun lakkaa’amu gumaachuun gumaachi fakkaataan jabaatee akka itti fufuu fi  waan qaban maraan ABO waliin akka hiriiran waadaa galan. Gumaata taasifameenis ta’ee hirmaannan hawwan Oromoo Perth fakkeenya gaarii fi abdii qabsaa’otaa Oromoo ta’uu isaanii kan mirkaneesse ture.
Ayyaana WBO Perth5Ayyaana WBO PerthAyyaana WBO Perth3Ayyaana WBO Perth2
















Video: Al Jazeera – Will Ethiopia be able to convince Egypt over Nile?

http://ogadentoday.com/new/video-al-jazeera-will-ethiopia-be-able-to-convince-egypt-over-nile/

Saturday, February 1, 2014

America exports death to Ethiopia” I The White Mountain’s Independent Online

America exports  death to Ethiopia


I just returned from two weeks in Ethiopia, one of my many trips to that ancient, fascinating country. My time was spent working in the maternity home my husband and I founded five years ago.
The Ethiopian culture is made up of over 80 different ethnic groups and languages. It is diverse both in geography and culture. But there is a common thread … it is the belief that abortion is wrong. In fact, in nearly all of these groups, abortion is anathema. There is an instinctive understanding that when a woman’s body swells with pregnancy, she has a life inside of her that is not to be cut short.  They know this without the visual impact of ultrasound clearly showing a baby sucking his/her thumb, yawning, playing with his/her umbilical cord or sleeping. In their culture, they believe that abortion is a shameful thing.
The current pro-abortion leadership in America gives lip service to multiculturalism. Yet they are forcing abortion on this culture.  In partnership with the U.N. and the Bill & Melinda Gates Foundation, they are using money, dangling at the end of a stick like a carrot, to “buy” the Ethiopian government’s acquiescence.
In October, the Third Global International Council on Family Planning was held in Addis Ababa. Bill and Melinda Gates are two of the underwriters of this event. Their goal is to make abortion available to every woman in Ethiopia. They want clinics across the landscape, in every city and town. They cannot get enough doctors to perform abortions so they plan to train nurses and midwives.
This is appalling. Nurses there are not like their American counterparts in schooling and ability. Midwives are even less qualified. Already many of the clinics are primitive. I can’t imagine the carnage on the women, much less the unborn babies, when this goes into effect. But to abortion peddlers, the women are simply collateral damage in their war on the unborn.
Dr. Seyoum and his wife, both Ethiopians, speak all over Africa. He quit his practice and together they have dedicated their lives and resources to educating people on the humanity of the unborn and the reality of abortion, hoping to stop this evil. We sat in on one of his speeches. Part of his PowerPoint presentation was photos of aborted babies and baby parts from dumpsters and waste buckets from American abortion clinics. I have seen these pictures many times here in the states, but they always shake me. That day in Ethiopia, I saw them through Ethiopian eyes. The horror, the recoil and then the tears. There is something horrific about tearing a baby limb from limb and wrenching it out of the mother’s womb. Or partially delivering a third trimester baby, who with one push could be born and live, and killing it in the most unspeakable way. Isn’t it ironic? America is forcing the most barbaric practice on Africa and Africans are recoiling in the face of it!
Millions are being poured into this bloody business. Imagine if that money was used instead to help better mothers’ lives in Third World countries. Train them. Educate them. Help them set up small businesses. It would revolutionize this continent! These women don’t want to kill their babies. They don’t want to go against their culture and their conscience. They don’t even want a handout. They want a hand up.
Obianuju Edeocha, an African woman, penned this statement in response to the ICFP Conference: “We are thirsty and they give us condoms! We are hungry and they offer us contraceptive pills! We are sick and they offer us the most modern techniques of abortion! We are naked and they lead us into the arms of sexual hedonism! We are imprisoned by poverty and they offer us sexual liberation! Silent tears roll down for Africa in a modern world that can neither see our pain nor hear our cry for help. We mourn deeply for the destructive seeds of sexual revolution which were sown last week in Addis Ababa.”
How tragic that America, once the exporter of progress and hope to Third World countries, is now the exporter of death.
Dinah Monahan is the founder and former executive director of Living Hope Women’s Centers in the White Mountains and a national pro-life speaker and author. She is currently involved in Living Hope Maternity Home in Adama, Ethiopia, in Africa, which she and her husband founded.

INTERVIEW WITH ARTIST UMAR SULEYMAN PART 2

http://www.youtube.com/watch?v=PRoB1Uh13KY&feature=youtu.be

Interview with Lencho Bati – Pt 1

http://www.sbs.com.au/yourlanguage/amharic/highlight/page/id/315299/t/Interview-with-Lencho-Bati-Pt-1

Ethiopia: Ethiopia Confirmed the Abduction of the two-Key ONLF negotiators

Ethiopia: Ethiopia Confirmed the Abduction of the two-Key ONLF negotiators 
Ali Ahmed Hussein (Ali dhere) Left Sulub Abdi Ahmed (Right)
By Ahmed Abdi
Five days later after the Kenyan Police says that it was investigating the Ethiopian Security agent’s abduction of two-key Ogaden National Liberation Front’s negotiators,who were abducted from outside a popular restaurant in Upper Hill, Nairobi,reliable sources confirmed that those involved in facilitating with the mission are at Kenyan Police’s hand but Ethiopian masterminders confirmed that Mr, Sulub Abdi Ahmed and Ali Ahmed Hussein are at their hands.
Speaking with Harun Maruf’s VOA Somali service, Ethiopian regional adviser,Abdinur confirmed that the two-key negotiators are at their hands but failed to identify the exact place they are being held and when they as usual by gunpoint be forced to speak without their consent to the media,however,it is obvious now that the action was intended to jeopardize the international backed peace-talks between the government and ONLF.
It’s likely to be that the Ogaden puppet administration of Abdi iley and Ethiopian generals stationed at Ogaden are behind this critical and unethical incident that violated the essential international norm and violated the Kenyan sovereignty.
It has been reporting that the Ethiopian ethnic Tigre generals at Ogaden and the Ogaden puppet administration were unhappy and opposing any peace-talks aiming to solve the long-standing Ogaden Conflict by means of political solution.
Somali diaspora from Ogaden Region reacted angrily and condemned the Ethiopian agents’ abduction of the senior ONLF-negotiators.
Analysts say that this move may affect diplomatic negotiations between ONLF and Ethiopia brokered by Kenyan Government on 2012.
ONLF is a separatist rebel group fighting to make the Somali region of illegal Ethiopian Occupied-Ogaden in eastern Ethiopia an independent state.
ONLF, established in 1984, demands for the autonomy of this region which is a home to about 8-10 million Somali Muslims.