Sunday, March 23, 2014

Siidaa Aanoolee fi Siidaa Minilik

Abdii Boruutiin 
Biyya tokko keessatti, siidaan yaadannoof dhaabbatu ykn ijaaramu tokko kan uummatootni biyya sanaa ija takkaan ilaalani fi fedhii irraa qaban akkasumas kan waan waloo tokko calaqqisu ta’uu qaba. Siidaan akkanaa kun ammoo siidaa biyyoolessaa ti yoo jedhame waan dhara ta’u natty hin fakkaatu. Waayee siidaa Aanolee fi kan Minilik yoon ilaalu, gaafiilee tokko tokkotu sammuu kiyya keessatti uumamu. Siidaaleen wal faallessan lamaan kun biyya takka keessa dhaabbachuun isaanii, biyyi tun akka takka hin taane agarsiisa. Biyyi tun takka miti yoo jedhame ammoo, gaafii: “Aanooleetu biyya Itoophiyaa jedhamtu tana keessa hin jirre moo Finfinneetu qaama Oromiyaatii miti?” kan jedhu kaasa. Aanolee fi Finfinneen dachee Oromiyaa (biyya takka) akka ta’an waan mormisiisu waan hin taanef, siidaan waayee uummata Oromoo faallessu tokko dachee Oromiyaarra jiraachuu hin qabu. Kanaaf, gabaabumatti, siidaan Minilik handhuura Oromiyaa, Finfinnee keessa jiraachuu hin qabu jechuu dha.
Asirratti wanti hubatamuu qabu, kaayyoon barreeffama kiyyaa, siidaa Minilik ajandaa godhachuuf otuu hin taane, siidaaleen walfaallessan kun Oromiyaa keessa jiraachuu hin qaban; siidaan ajjeesaa fi ajjeesamaa akkamitti biyya tokko keessatti ijaaramu jechuufi. Uummatni Oromoo uummata weerara Minilik keessatti lammiilee isaa miliyoonaan lakkaawaman dhabe dha. Kanaaf, yaadannoo lammiilee dhuman kanaatiif Aanooleettis ta’ee bakkee birootti, siidaa ijaaruun barbaachisaa dha; kun mirga uummata keenyaatis. Nafxanyoonni warri Minilik isaaniitiin boonan, siidaa isaa yoo barbaadan biyya dhaloota isaatti ijaaruu danda’u. Siidaan kun Finfinnee keessatti kan ijaarame, waan nu mooyatanii fi nu gabroonfachaa turaniifi. Har’a garuu, yeroo QBOn injifannoolee hedduu galmeesse kana keessatti; yeroo biyyi teenya Oromiyaan xinnaatullee kaartaarratti beekamte kana keessatti, akkuma kaleessaa biyyi kan Minilik ijaare jechuudhaan; maaliif siidaa Aanolee ijaartu jedhanii nuun mormuu barbaadu. Seenaa uummata keenyaallee dhara jechuurraa of hin qusanne.
Akkuma miidiyaalee adda addaarraa hubatamuu danda’u, diinotni qabsoo bilisummaa Oromoo, keessumaayuu ilmaan nafxanyootaa, waayee siidaa Aanolee kanarratti wacaa akka jirani dha. Harkaa fi harma muraa nama-nyaataa Minilik isaanii faarsaa; kan harki fi harmi murame ammoo, dhara fakkeessuudhaaf, seenaan akkanaa barreessamee hin argamne jechuudhaan asi fi achii wacaa jiru. Siidaaleen Aanoolee fi Calii Calanqoo diigamuu qaban jechuudhaan hawwii isaanii ibsuurraa duubatti hin jenne, ifaa ifatti dubbachaa jiru. Siidaaleen walfaallessan kun (kan Minilik fi Aanolee) biyya takka keessa jiraachuu hin qaban jechuu isaanii ti. Akkana jechuun isaanii ammoo, siidaa’umti Minilik Finfinnee (Magaalaa guddoo Oromiyaa) keessa bara baraan haa jiraatu; kan Aanolee sun biyya Minilik ijaare tana keessaa haa diigamu jechuu dha. Karaa biraatiin, biyyaa hin qabdanii, maaliif siidaa kana biyya keenya keessatti ijaartu jechuu fedhu. Akkuma Madagaaskaar irraa dhuftan jedhan, har’as biyya keenya nu dhabsiisuuf abjootu.
Haa ta’u malee, wanta firas ta’ee diinni uummata Oromoo hubachuu qabu, har’a abbaabiyyummaa dhabnee, nafxanyoonni moofaa fi haaraan (Wayyaanotni) dabareedhaan biyya keenyarratti abbaa qabeenyaa ta’anii uummata keenya gabrummaa keessa tursiisanillee, gaaf tokko injifannee, bilisummaa fi abbaabiyyummaa keenya deebisnee akka argannu mamiin ykn shakkiin akka hin jirree dha. Gaaf sana ammoo, siidaa Minilik isaanii fe’atanii gara irraa dhufanitti kan godaanan isaani malee uummatni Oromoo achuma biyya isaa keessatti, siidaa Aanolee biratt walgayee; bara baraan lammiilee keenya kan dhuman yaadachaa jiraata. Hanaga guyyaa bilisummaa fi walabummaa keenyaatti, isaanis (nafxanyootni) nuyis biyya hin qabnu. Biyyi kan abbaa irree, kan abbaa qawwee, kan Wayyaanee ti. Biyya takka hin taane fi abbaa hin qabne kana keessatti ammoo, ammaaf siidaan lama yoo jiraates waan nama dinquu miti.
Dubbii guddoon hubatamuu qabdu, wanti ilmaan Oromoorraa eegamu, nuyi akka isaanii waayee siidaarratti wacuuf yeroo hin qabnu. Siidaa ijaaramuu qabu bakka danda’ametti ijaarrachaa, garuu qabsoo tana yoomiyyuu caalaa jabeessaa; bilisummaa fi abbaabiyyummaa keenya deebisnee argachuurratti ciminaan hojjechuu dha. Wanti nuyi dagachuu hin qabne ammoo, wacuu isaanii kanas akka laayyootti ilaaluu dhiisnee; akkamitti akka tokkummaa keenya cimsinu fi humna jabaa horannu irratti halkani fi guyyaa hojjechuu akka qabnuu dha. Yoo kana hin taane, yoo jarri kun humna cimaa horachaa deeman, sirna dulloomaa duri sana nutti deebisuu qofaa otuu hin taane, yoo haalli isaaniif mijate, dachee keenyarraa nu dhabamsiisuuf akka carraaqan mamiin hin jiru. Kun sodaa otuu hin taane, balaa namatti dhufuuf deemaa jirus alaalatti hubachuu danda’uu dha. Furmaatni balaa kana hanbisuu danda’u, tokkummaa keenya cimsuu fi humna Oromoo jabeessuu dha.
Yoo tokko taanee; harka walqabannee; karaa hundaan walgargaarree hojjechuu dandeenye; yoo wanti hin danda’amne hin jiru jennee ofitti amantaa qabaanne, waan hawwinu fi barbaadnu tokko wanti hin arganneef sababni hin jiru jedheen yaada. Akka fakkeenyaatti fudhachuuf, kunoo akkuma miidiyaa Oromoo walaba ta’e (OMN) jabeenya ijoollee teenyaa fi gargaarsa uummata keenyaatiin milkaayuu danda’e, haaluma kanaan tumsa waliif taanee; cimnee yoo irratti hojjenne, boru waraana cimaa diina injifatee bilisummaa fi abbaabiyyummaa keenya nuuf argamsiisu wanti hin ijaarreef ykn hin qabaannef sababni hin jiru. Wanti hunduu harka ilmaan Oromooti jira. Oromoon wal malee gargaarsa biraa akka hin qabne hubachuu qabna. Waan guddaan tokko, kan Oromoon hubachuu qabu ammoo, akkuma seenaarraa hubatamaa jiru, dhimma uummata ykn saba ofii dhiisanii, diina fi alagaa tajaajiluun booddeen isaa salphina malee bu’aa akka hin qabne dha.
Biyyi Itoophiyaa jedhamtu tun, uummatoota ishiitiif biyya takkaa miti. Akka ilaalcha kiyyaatitti, biyya takka ta’uus waan dandeessu natti hin fakkaatu. Kanaaf, warri (Oromootni) tooftaafis ta’ee dhugumatti kaayyoon isaanii tokkummaa impaayara tanaatiif hojjechuu ta’e, ofduuba garagalanii waa hundaa mil’achuu fi hubachuu qabu. Projektii hin milkoofnerratti beekumsa, qabeenya fi dandeettii isaanii balleessuurra, gara qabsoo saba isaaniitti deebi’anii hojjechuun; yoo du’anillee seenaa boonsaa barreessanii dabru; uummata isaanii biratti maqaa bareedaadhaan yaamamu. Kan faallaa kanaa dalagan ammoo, akkuma argame fi argamaas jiru, wanti boodarra isaan muudatu salphina fi seenaa badaa barreessanii dabruu dha. Asii fi achi jechuun eessanuu nama hin gayu. Murannoo, kutannoo fi obsa qabaatanii qabsoo uummata keenyaa kana keessatti gahee ofii taphachuu ykn/fi qooda ofii gumaachuutu gootummaa dha. Gootummaa akkanaa qofaatu injifannoo xumuraa argamsiisuu danda’a.
Galatoomaa!
Abdii Boruu: aboruu@gmail.com

Cairo Analyst Proves Ethiopia Dam won't hurt Egypt

Prototype of the under construction Ethiopian Nile damPrototype of the under construction Ethiopian Nile dam
Somalilandsun - A water expert from the AUC university in Cairo has confirmed that Ethiopia's hydroelectric dam will not hurt Egypt's share of the Nile waters. According to the Egypt-based water resource management specialist Richard Tutwiler, the Ethiopian dam will never stop the flow of water downstream to Egypt.
"It is unlikely that Ethiopia will severely choke or stop the flow of water. Ethiopia needs the electricity...and hydroelectric dams don't work unless you let the water through" said Mr. Tutwiler.
The Sudanese government has also supported the Ethiopian dam because "the dam would have minimal impact on its (sudan's) water allotment...and the mega-project's other benefits became clear. "
Water experts have confirmed that the dam is expected to improve flood control, expand downstream irrigation capacity and, crucially, allow Ethiopia to export surplus electricity to power-hungry Sudan via a cross-border link. Some studies indicate that properly managed hydroelectric dams in Ethiopia could mitigate damaging floods and increase Egypt's overall water share. Storing water in the cooler climes of Ethiopia would ensure far less water is lost to evaporation than in the desert behind the Aswan High Dam in Egypt.
Despite these assurances from the international community and water experts, some Egyptian warmongers and politicians have unnecessarily threatened Ethiopia and other upstream African countries. Some Egyptian generals have been seen undercover in southern Somalia and the Ogaden, arming rebels and agitating more anti-Ethiopia sentiment among the public. Analysts say that Egyptian military leaders want to distract the pro-democracy movement in Egypt from domestic problems by diverting their attention to a nonexistent external threat.
Some Egyptian politicians also claimed that Egypt deserves to eternally keep over 90% of the Nile even though it contributes less than 1% to the Nile. They cite outdated colonial agreements from 1959 signed between Egypt and Britain, which excluded eight out of ten Nile African countries. The Mubarek cairo regime also took advantage of the civil war in Ethiopia to sign vague agreements in 1993. However, for the first time in history, the majority of Nile basin African countries signed in 2010 the binding international treaty, the Cooperative Framework Agreement (CFA), for the fair and equitable utilization of the Nile river among all countries.
Egypt ignored the eleven years of negotiations that led toward the CFA treaty, which was adopted by all other nile African countries. Despite threats from Egypt, Ethiopian government has continued the dam construction. Analysts say that Ethiopia's growing population need to utilize the Nile river since it can not depend on erratic rains to produce energy or to feed its people who have already suffered numerous famines over the last few decades.
The author ,John Lucas is a freelance journalist based in Egypt and Africa.

Saturday, March 22, 2014

Dr.Mohammed Rashaad Abdulle About Oromo language

Brief Update: The Aannolee Oromo Martyrs’ Statue and Cultural Museum


Will Ethiopia's Grand Renaissance Dam dry the Nile in Egypt?

View of the grand Renaissance dam


Ethiopia is pressing ahead with construction of a major new dam on the River Nile, despite stiff opposition from Egypt. BBC correspondents in both countries report from both sides of an increasingly bitter water dispute.
Emmanuel Igunza, Ethiopia
A vast section of northern Ethiopia has been turned into a giant building site.
Construction of the Grand Ethiopian Renaissance Dam (known as Gerd) is now about 30% complete.
The whole project spans an area of 1,800 sq km (695 sq miles).

Once completed, in three years, it will be Africa's largest hydropower dam, standing some 170m (558ft) tall.
At a cost of $4.7bn (£2.9bn) it will also be hugely expensive - mostly funded by Ethiopian bonds and taxpayers.
The dam is located in the Benishangul region, a vast, arid land on the border with Sudan, some 900km north-west of the capital Addis Ababa,
Temperatures here can get as high as 48C (118F). Most of the vegetation that existed on the dam site has been cleared to make way for the construction, and the area is now extremely dusty.
In May last year, the builders achieved their first milestone when they diverted the course of the Blue Nile.
View of the Nile near the site of the Renaissance Dam
What used to be the river bed is now being lined with layers and layers of concrete that will form part of the main dam.
The construction site
Some 8,500 people working at the site, where construction carries on 24 hours a day.
Construction site
Part of the actual dam structure is already taking shape. The workers are busy at work on what looks like a huge floor of concrete.
Downstream, Egypt - which relies almost totally on the waters of the Nile, says their supply will be under threat.
Egypt and Sudan currently get the lion's share of the Nile's waters under colonial-era treaties. While Sudan backs Ethiopia's plans, Egypt has remained opposed.
Talks to ease tensions between the two countries have collapsed.
Despite this, Ethiopian foreign ministry spokesman Amb Dina Mufti describes the dam as a "win-win" project.
"Sudan has already seen the benefits and has come on board, we hope Egypt will see that too," he says.
Sally Nabil, Aswan, Egypt
The River Nile at Aswan
The concern in Egypt is about the potential threat to its dominance over the Nile.
Egypt fears Ethiopia's dam will restrict the flow of this strategic waterway - the main source of water in a country where rainfall is scarce.
The row started in 2011, and Egypt has been worried ever since that its annual quota of the Nile water might be reduced.
This conflict comes at a time when different parts of Egypt are already suffering from a shortage of water. In the northern Nile Delta, the agricultural heart of Egypt, a lot of farmers are waiting with a heavy heart to see if they will be able to cultivate their land next summer.
"With even less water, we will die. We can't survive," says Hafiza, one of the farmers.
Ethiopia says its hydro-electric dam will not harm either of its downstream countries, Egypt or Sudan. However, Egypt is highly sceptical.
"It is a matter of life or death, a national security issue that can never be compromised on," says foreign ministry spokesman Badr Abdelatty.
Egypt is aware that some 30% of the Ethiopian dam is completed. It is still unclear what's Egypt's next step will be.
The River Nile at AswanMost of Egypt's farmland and population depends on the Nile

=>bbc

Dispatches: Removing the Bar for Ethiopia


Leslie Lefkow

On March 19, the Extractive Industries Transparency Initiative (EITI) decided to admit Ethiopia as a candidate country. With this move, the EITI may have added a member, but it lost its credibility as a good governance initiative.
Bringing together stakeholders from government, industry and civil society organizations, the EITI is supposed to provide incentives for governments to improve transparency in the oil, gas and mining sectors. One key criterion for membership in the group is that governments commit to meaningful participation for civil society on issues related to natural resources. The EITI Standard instructs that, “government must ensure there are no obstacles to civil society and company participation in the process,” including with regard to “relevant laws, regulations, and administrative rules as well as actual practice in implementation of the EITI.”
The logic is simple: publishing data on natural resource issues can only lead to better government decisions if there’s real public scrutiny and an opportunity for civic engagement.
Ethiopia, however, is one of the most repressive countries in the world when it comes to the ability of independent civil society and media to function. Admitting Ethiopia to EITI isn’t just lowering the bar on the need for civil society participation, it’s removing the bar entirely.
The EITI decision is all the more disturbing because in 2010 the EITI Board rightly rejected Ethiopia’s candidacy. It recognized that a draconian 2009 civil society law fundamentally represses civil society in the country, and stated that it would reconsider Ethiopia’s application only when the law was “no longer in place.”
The law prohibits nongovernmental organizations from working in human rights and good governance if they receive more than 10 percent of their funds from abroad. As a result, today there are few organizations working on these issues and those that do, self-censor and straddle a knife-edge, always concerned about a potential crackdown. The situation for media freedom is equally dire: Ethiopia has jailed and forced into exile more journalists than anywhere else in Africa, except Eritrea.  
Yet, in a complete reversal from its 2010 stance and despite considerable and sometimes bitter debate at a session in Oslo, EITI endorsed Ethiopia’s candidacy.Troublingly, EITI Chair Clare Short claimed that the decision showed “the Board was convinced by the government’s commitment to the EITI’s principles.”
But without a change in Ethiopia’s law, the EITI itself has undermined those principles. 

=>hrw

Friday, March 21, 2014

Group: Ethiopia regularly records phone calls

Associated Press

NAIROBI, Kenya (AP) — A rights group says that Ethiopia's government regularly listens to and records the phone calls of opposition activists and journalists using equipment provided by foreign technology companies.
Human Rights Watch said in a report Friday that the foreign equipment aids the Ethiopian government's surveillance of perceived political opponents inside and outside the country.
The group's Arvind Ganesan said Ethiopia is using its government-controlled telecom system to silence dissenters. The group says that recorded phone calls with family and friends are often played during abusive interrogations.
Human Rights Watch said most of the monitoring technology is provided by the Chinese firm ZTE. Several European companies have also provided equipment, the group said, including from the U.K., Germany and Italy.