Monday, March 31, 2014

KAANSARII FINFINNEE QABATEE OROMIYAA GUUTUTTI DARBUTTI JIRU KAN FAYYISU BILISUMMAA OROMIYAA QOFA

BY FAYISA LEMMA | Bitootessa 30, 2014
fayisaAkkuma beekkamu Finfinnee hardha hafteen nafxanyootaa fi wayyaaneen keesaa iyyitu kana waggaa 128 dura gosa Oromoo kan akka Gulallee, Galaan fi Oromoota biraa malee  osoo qorichaafuu barbaadamee habashaan tokko keesatti hin argamu ture. Finfinnees kaansariin hin qabne ture.Qabeenya uumamaanis badhaatuu kan turtee fi lafti ishees bosinaan kan uwwifamte turte. Birbirsa/piyassa bakka yeroo ammaa siidaan nafxanyicha seexana gurraachaa Minilik irra dhaabbatu kana Odaa Yaa’a Gulalleettu irra dhaabbata ture, kun hundi jijjiiramee , qilleensa bareedaa fi qabeenya uumamaa ishee dhabdee gammoojjii tahuu ishee caalaa kan nama gaddisiisu abbaa ishee Oromoota ishee kunuunsaa irra jiraachaa turan sababa kaansarii kanaa dhabuu isheeti.Oromoon akka kaansariin kuni finfinnee hin qabannee wareegama guguddaa kafalee jira,hunda caalaa lubbuu qaqqaalii isaa itti dhabee duguuggin sanyii irra gahee jira.
Erga Finfinneen dhukkuba kanan qabatamtee eegalee keessattuu waggaa 23 darbe babaldhachuu dhukkuba kanaatin Oromooti naannawa finfinnee jiraatan seeran ala Wayyaaneen lafa isaanii irraa buqqiffamanii bakka jiraatani fi waan ittiin jiraatan waan hin qabneef maatiin bittinaa’ee kun wardiyaa tahee,kun hojii humnaa qarshii baayyee gadi bu’aa taheen qacaramaa lafa irraa ari’ame irrattti hojjataa kan jiru yoo tahu kan humna hin qabne ammo kadhattuu karaa gubbaa tahee hafee jira.  Akka fakkeenyaatti bara 2012-2013 keessa maqaa “Bole Lemi Industrial Zone” jedhun maatii Oromoo abbaa warraa 800 ol kan buqqisan yoo tahu lafa kana wayyaaneen kampaanii biyya Chaynaa,Turkii, Hindii, Koriyaa fi Xaaliyaniif addaan qooddee gurgurattee jirti. Kana qofa osoo hin taane fabrikooti bakka kana irratti ijaaraman fi kan naannawa finfinnee bakka biraatti ijaaraman hundi kunuunsa fabrikkaan tokko naannawa itti ijaarameef godhuu qabu osoo hin godhin summiin xuraawaan fabrikkaa isaanii keessaa yaa’u lagoota naannawa san jirutti dabalamuu dhaan bishaan qulqulluu faalee yeroo adda addaa horiin baayyeen dhumatee jira,lubbuu namaatirras rakkinni gahee jira . Xuriin adda addaa kan mana fincaanii dabalatee kan FINFINNEE keessa yaa’u laga akka AQAAQII faaluun uummata keenya miidhaa jira, garuu kan miidhamu Oromoo waan tahef wayyaaneen furmaata laatuu hin barbaaddu. Misooma abaaboo maqaa jedhunis  akka fakkenyati Oromoota naannawa Magaalaa Mannaagashaa fi Sabbataa lafa isaanii irraa buqqifaman baayyinnaan warra isaan buqqise kanaaf  hojii humna kan hojjatan yoo tahu, bakka hojiitti akkamitti akka of eeggatuu qaban waan leenjin hin fudhatinif kemikalota  adda addaan dhukkuba gogaa fuudhanii kan du’ani jirus, kan waliin rakkatutti jirus baayyee dha.Kun hundi kan isaan irra gaheef Oromiyaan, lafti abbaa isaanii, kan akaakilee fi abaabileen isaanii, kan isaan hardha irra jiraachaa jiran badhaatuu fi barbaadamtuu waan taatef malee balleessaa tokkollee qabatanif miti.
Gidduu kana osoo rakinni olitti tarraahe hundi uummata Oromoo irra gahaa jiru furmaata kanaa kennuu dhiisanii kansaricha babaldhisuf,lafa daangaa finfinnee keessaa hunda gurguranii waan fixanif,lafa Oromiya tan gurguramtee hin dhumannetti darbuuf shira wayyaaneen lafa jala xaxxe maqaa magaalota naannawa Finfinne jiran Finfinnee waliin “ master plan”  tokko jala galchuu jedhuun baastee dhageenye jirra, ‘ Osuma beeknuu huuba waliin nyaanne jette sareen’, kan hanga hardhaatis wallaallee osoo hin tahin falmannee falmisiisaa oromoon baayyeen itti hidhamee,tumamee, hujii fi barnoota irraa itti ari’amee,biyyaa itti baqatee malee kaansarichi Finfinnee qabate salphaan hin babaldhanne.Hardha murteen kun Oromoof du’aa fi jiruu tahuu qaba,dhukkubi kaansarii kan Finfinnee qabe kun yoo babaldhate Oromiyaa ajjeesuu akka dandahu hundi keenya beekuu qabna.Oromoon kaabaa kibbatti, bahaa dhihatti tokkummaadhaan shira wayyaanee kana dura dhaabachuu qabna,’madaa quba miilaa irra jiruf mudaamuddin nama dhukubdi’, Finfinnee irraa fagaachuu keenyaa yookin rakinni Oromoota naannawa Finfinnee irra gahaa ture fi jiru waan nurra hin gahinif yoo caldhisne seenaan nu gaafata, keesattuu dhalooti qubee  “QUBEE GENERATION”  shira wayyaanee kana hatattaman uummata baldhaa Oromiyaa biraan gahuu fi fincila finiinsuu irratti akkuma asiin dura godhaa turre gahee guddattu nurraa eeggama. Hanga gaafa Oromiyaan bilisoomtutti kaansarin Finfinnee qabate akka hin babaldhanne godhuu qabna,garuu kaansarichi kan fayyu yoo Oromiyaan bilisoomte qofa.

Barreessaa qunnamuuf :  fayis2003@gmail.com

Sunday, March 30, 2014

A rule-based Afan Oromo Grammar Checker

Debela Tesfaye
Information Technology,Jimma Institute of Technology
 Jimma, Ethiopia

Abstract—Natural language processing (NLP) is a subfield of
computer science, with strong connections to artificial
intelligence. One area of NLP is concerned with creating proofing
systems, such as grammar checker. Grammar checker
determines the syntactical correctness of a sentence which is
mostly used in word processors and compilers.

For languages, such as Afan Oromo, advanced tools have been
lacking and are still in the early stages. In this paper a rule based
grammar checker is presented. The rule base is entirely
developed and dependent on the morphology of the language .
The checker is evaluated and shown a promising result.
Keywords- afan oromo grammar checker; rule based grammar
checker.

I. INTRODUCTION

Natural language processing (NLP) is a subfield of
computer science, with strong connections to artificial
intelligence. Natural language processing (NLP) is normally
used to describe the function of computer system which
analyze or synthesize spoken or written language [3]. One area
of NLP is concerned with creating proofing systems, such as
spell checkers and grammar checkers. A grammar checker
looks for grammatical errors and, in many cases, suggests
possible corrections. Grammar checking is one of the most
widely used tools within language engineering. Spelling,
grammar and style checking for English has been an integrated
part of common word processors for some years now.
The great challenge of intelligent automatic text processing
is to use unrestricted natural language to exchange information
with a creature of a totally different nature: the computer.
People now want assistance not only in mechanical, but also in
intellectual efforts. They would like the machine to read an
unprepared text, to test it for correctness, to execute the
instructions contained in the text, or even to comprehend it well
enough to produce a reasonable response based on its meaning.
Human beings want to keep for themselves only the final
decisions.

Read More at thesai

Is this the most farcical use of taxpayers' money ever: Ethiopian gets legal aid from UK - to sue us for giving aid to... Ethiopia

  • The farmer claims aid is funding a despotic one-party state in his country
  • Alleges regime is forcing thousands from their land using murder and rape
  • Prime Minister David Cameron says donations are a mark of compassion
  • If farmer is successful, Ministers might have to review overseas donations

By IAN BIRRELL
Gift: Prime Minister David Cameron claims the donations are a mark of Britain's compassion
Gift: Prime Minister David Cameron claims the donations are a mark of Britain's compassion
An Ethiopian farmer has been given legal aid in the UK to sue Britain – because he claims millions of pounds sent by the UK to his country is supporting a brutal regime that has ruined his life.
He says UK taxpayers’ money –  £1.3 billion over the five years of the coalition Government – is funding a despotic one-party state in his country that is forcing thousands of villagers such as him from their land using murder, torture and rape.
The landmark case is highly embarrassing for the Government, which has poured vast amounts of extra cash into foreign aid despite belt-tightening austerity measures at home. 
Prime Minister David Cameron claims the donations are a mark of Britain’s compassion.
But the farmer – whose case is  set to cost tens of thousands of pounds – argues that huge sums handed to Ethiopia are breaching the Department for International Development’s (DFID) own human rights rules.
He accuses the Government of devastating the lives of some of the world’s poorest people rather than fulfilling promises to help them. The case comes amid growing global concern over Western aid propping up corrupt and repressive regimes.
If the farmer is successful, Ministers might have to review major donations to other nations accused of atrocities, such as Pakistan and Rwanda – and it could open up Britain to compensation claims from around the world.
Ethiopia, a key ally in the West’s war on terror, is the biggest  recipient of British aid, despite repeated claims from human rights groups that the cash is used to crush opposition.
DFID was served papers last month by lawyers acting on behalf of ‘Mr O’, a 33-year-old forced to abandon his family and flee to a refugee camp in Kenya after being beaten and tortured for trying to protect his farm.
He is not seeking compensation but to challenge the Government’s approach to aid. His name is being withheld to protect his wife and six children who remain in Ethiopia.
‘My client’s life has been shattered by what has happened,’ said Rosa Curling, the lawyer handling the case. ‘It goes entirely against what our aid purports to stand for.’
 
Mr O’s family was caught in controversial ‘villagisation’ programmes. Under the schemes, four million people living in areas opposed to an autocratic government dominated by men from the north of the country are being forced from lucrative land into new villages.
Their land has been sold to foreign investors or given to Ethiopians with government connections.
People resisting the soldiers driving them from their farms and homes at gunpoint have been routinely beaten, raped, jailed, tortured or killed.
Exodus: The farmer claims villagers are being attacked by troops driving them from their land
Exodus: The farmer claims villagers are being attacked by troops driving them from their land
‘Why is the West, especially the UK, giving so much money to the Ethiopian government when it is committing atrocities on my people?’ asked Mr O when we met last year.
His London-based lawyers argue that DFID is meant to ensure recipients of British aid do not violate human rights, and they have failed to properly investigate the complaints. 
Human Rights Watch has issued several scathing reports highlighting the impact of villagisation and showing how Ethiopia misuses aid for political purposes, such as diverting food and seeds  to supporters.
Concern focuses on a massive scheme called Protection of Basic Services, which is designed to upgrade public services and is part-funded by DFID.
Force: Ethiopian federal riot police point their weapons at protesting students in a square in the country's capital, Addis Ababa
Force: Ethiopian federal riot police point their weapons at protesting students in a square in the country's capital, Addis Ababa
Critics say this cash pays the salaries of officials implementing resettlements and for infrastructure at new villages.
DFID officials have not interviewed Mr O, reportedly saying it is too risky to visit the United Nations-run camp in Kenya where he is staying, and refuse to make their assessments public.
A spokesman said they could not comment specifically on the legal action but added: ‘It is wrong to suggest that British development money is used to force people from their homes. Our support to the Protection of Basic Services programme is only used to provide healthcare, schooling, clean water and other services.’

BRUTALLY DRIVEN FROM HIS FERTILE LAND - AND HE BLAMES BRITAIN 

Intimidation: Riot police confront a man (not the claimant) near the Tegbareed Industrial College as officers beat rock-throwing students during a demonstration
Intimidation: Riot police confront a man (not the claimant) near the Tegbareed Industrial College as officers beat rock-throwing students during a demonstration
As he showed me  pictures on his mobile phone of his homeland, the tall, bearded farmer smiled fondly. ‘We were very happy growing up there and living there,’ he said. This was hardly surprising: the lush Gambela region of Ethiopia is a fertile place of fruit trees, rivers and fissures of gold, writes Ian Birrell
That was the only smile when I met Mr O in the Dadaab refugee camp in Kenya last year. He told me how his simple family life had been destroyed in seconds – and how he blames British aid for his misery. ‘I miss my family so much,’ he said. ‘I don’t want to be relying on handouts –  I want to be productive.’
His nightmare began in November 2011 when Ethiopian troops accompanied by officials arrived in his village and ordered everyone to leave for a new location.
Men who refused were beaten and women were raped, leaving some infected with HIV.
I met a blind man who was  hit in the face and a middle-aged mother whose husband was  shot dead beside her – she still bore obvious the scars from  her own beating and rape by three soldiers. 
Unlike their previous home, their new village had no food, water, school or health facilities. They were not given farmland and there were just a few menial jobs. 
‘The government was pretending it was about development,’ said Mr O, 33. ‘But they just want to push the indigenous people off so they can take our land and gold.’ 
After speaking out against forced relocations and returning to his village, Mr O was taken to a military camp where for three days he was gagged with a sock in his mouth, severely kicked and beaten with rifle butts and sticks. 
‘I thought it would be better  to die than to suffer like this,’ he  told me. 
Afterwards, like thousands of others, he fled the country; now he lives amid the dust and squalor of the world’s largest refugee camp. He says their land was then given to relatives of senior regime figures and foreign investors from Asia and the Middle East.
‘I am very angry about this aid,’ he said. ‘Britain needs to check what is happening to its money.
‘I hope the court will act to stop the killing, stop the land-grabbing and stop your Government supporting the Ethiopian government behind this.’ 
As the dignified Mr O said so sagely, what is happening in his country is the precise opposite  of development.


=>dailmail

Friday, March 28, 2014

Pride Versus Humility The Self-Perceived Paradoxical Identities of Ethiopian Journalists

Birhanu Olana Dirbaba

ABSTRACT

This is the first national and multilingual survey of Ethiopian journalists, resulting in, first, a comprehensive demographic profile of Ethiopian journalists; second, the overwhelming evidence of antipathy between government-employed and private-sector journalists that undermines the possibility of a collective identity or cooperative relations among Ethiopian journalists; third, the discovery of an apparent paradox between Ethiopian journalists’ pride in their country’s history as a sovereign nation and their regret at the lack of strong press traditions which is a by-product of this history and, finally, the tension that emerges in the data between Ethiopian journalists’ pride in and embarrassment about their chosen profession.

INTRODUCTION

Ethiopia is an ancient country that shows many faces to the world. It is respected variously as the cradle of humanity (homo sapiens), the birthplace of one of the world’s oldest but now defunct forms of democratic governance (the Oromo Geda System), the stronghold of African independence, and the homeland of the world’s most outstanding long-distance runners. At the same time, it attracts much more international media coverage as the land of famine, hunger, poverty, civil war, and autocratic governments.
Politically, modern Ethiopia has known three different types of governments: the imperial rule of Emperor Hailesilassie (r. 1930-1974; except for the Italian East Africa interregnum from 1936 to 1941), the Marxist military junta led by President Mengistu Hailemariam (r. 1974-1991), and the Ethiopian People’s Revolutionary Democratic Front’s (EPRDF’s) revolutionary democratic government, led by Prime Minister Meles Zenawi (r. 1991-2012), one of Africa’s longest serving leaders, who died in office in August 2012, and was replaced by Prime Minister Hailemariam Dessalegn.
In 2012, the Federal Democratic Republic of Ethiopia (FDRE) had an estimated population of 92 million, making it the second most populous nation in Africa. The country is landlocked, has a predominantly agrarian economy, and regularly suffers extreme weather events such as drought and famine. The country depends on significant amounts of humanitarian and development aid from Western countries to alleviate its economic problems and food shortages. In the last decade alone, US$26 billion in aid was donated, primarily from the European Community, United States of America, and United Kingdom (Dereje, 2011).
The official language is Amharic. It is spoken by only 32.7% of the population, with another 31.9% speaking Afan Oromo, the language of the largest ethnic community of the country. In terms of religion, some 43.5% of the population are followers of the Ethiopian Orthodox Tewahido Church, another 33.9% identify as Muslims and there are smaller Protestant and Catholic congregations as well as followers of traditional beliefs (Central Statistical Agency [CSA], 2008).
Ethiopia has very limited media and communication resources. According to a recent Ethiopian Broadcast Authority report, by 2013, there were only 16 newspaper titles and 25 magazines available in the market (Ethiopian Broadcasting Authority [EBA], 2013). The country’s Telecom and Broadcast industry is under government monopoly. There are an estimated 1,400 professional journalists in the country or one journalist for every 65,000 Ethiopians. This number does not include around 200 EPRDF cadres that staff the party-owned media. The EPRDF government tightly controls both the state-run media organizations and the commercial press. These adverse conditions have dampened the professional ambitions of many dedicated and courageous Ethiopian journalists. It is a grim fact that those who take their work seriously live with the constant threat of prosecution, imprisonment, or exile. In a recent survey, Ethiopia is named among the countries most likely to imprison journalists or to force them into exile (Committee to Protect Journalists, 2011a2011bHuman Rights Watch, 2010Witchel, 2011).
Thus, despite creating a constitutional and legal framework to protect press freedom and independent journalism in the 1990s as part of the post-junta democratization process, the Meles government then proved more than willing to contravene its own media rules and stifle media commercialization in the 2000s to ensure its own political survival. The recently appointed Prime Minister Hailemariam Dessalegn seems set to follow the same path as his predecessor (“Ethiopia’s Hailemariam,” 2012).
Read More at sgo

Waammicha Ummata Oromoo Maraaf.

Mootummaan Oromiyya Heera Ethiopia fi Mirga Oromoof maluu faalaa  hojeechaa jira.
Heeri Mootumma Ethiopia Keyati 49 lakobsa 5 irrati Finfinnen waan Oromiyya keessa jirtu fi lafa Oromoo waan tateef Tajajila fi dhiiyeesii  hunda Oromiyaa irra waan argatuuf Oromiyyan Finfinne irratii mirga qabdu fi fayida isheen argachuu qabduu kun amoo balinan seeran mirkana’af jeedha. Mirga Oromiyyan Fifinnee irrati argachuu  qabuu Qooratamee akka hojii irra oluu Oromiyya bara 2003/1995 koree tokko hundese ture, koree kana keessa wara jiran kessa Dhabba Dabalee, Ittigafatama wajjira Dargagoota  yeeros (----- ----),fi Jamal Abaso  kkf koreen ijramee hoji isaa hanga amatii hin xumuree. Finfinee keessati Aannaa hunda keessati mani barumsaa Afaan Oromoo banamee akka ijooleen Oromoo Afaan isaani baratan karorii bayee sagantan ba’’e Ittinan Mootumma Nannoo Oromiyya obbo Dagafee Bulaa bu’uura isaa ebban banani ture. Kun utuu hin xumuramin hafee, haraa afaan Oromoo Finfinnee keessa ba’ee jira.  Mirga Oromiyaan Finfinne irrati qabachuu qabdu Heera Fedrerala Ethiopian murteese TPLF hojii irra olchuu didee wagoota 23 ukamsee jira. Mirgi Oromoo Heeran keenameef kun hoji irra oluu utuu qabuu faallaa isaa tuu dalagama jira. OPDOn yaakka Oromoo irrati dalagamuu caalisee ilaalaa jira, Ergamtoon amoo Ergama TPLF kana raawachisuuf wixifacha jiru. Uumani Oromoo kana caalisuu hin qabuu, TPLF kana yoo dafee dhaabbuu yoo batee Ethiopian lafa dhiyooti Siriya ykn Libiya ta'uun ishee hin oluu.

Finfinnee lafa isaa Hanga Kara Gingoo Finfinnee marsuun ala hin darbuu ture. Siirna TPLF keesa utuma Oromiyaa dhiibbun babalifacha jiru. Amoo Seera atatama qoophesun Godiina Adda Oromiyya dhunfachuuf deemuu. Kana dura yaadi kun dhiyaatee Preezdantiin Oromiyaa Alemayo Atomsa goochaa kana waan mormeef dhabatee ture.. Alemayoon du’uun isaa sababefachuun atataman lafa Oromoo gugurachuuf ergamtoon TPLF murasii OPDO keessa folacha jiru. Namoon kun wara mirgi Oromoo Finfinnee irrati akka egamuu dirgamii kenameef ta’ee utuu jiru, garuu wara mirga Oromoo ukamsan ta’an argaman jiru. Oromoon bakka Jirtan  Dirba Kuma, Dhaabbaa Dabale fi Abdulaziz Mohamad Godina Adda Oromiyya Gurgurachuun yakkaa isaan hojeecha jiran balalefachuu qabdu. Lafi Oromoo gara Finfinneeti ciituu hin qabu jeedhe namii morma ture Alemayoo Atomsa du’ee utuu Iji isaa hin buruqiini warii isaa sumii nyachisan ajeesan lafa Oromoo gurgurachuuf deemu Miseensoon OPDO Oromoo ta'aan  kan dura dhabachuu qabuu.

Wayyanen mirga Oromoo dhiibuu, lafa Oromoo samuu fi samsisuu, Afaan Oromoo dhiibuu, Beektoota Oromoo biyya ari'achuu Daldaltoota Oromoo Ashura heeduu  akka kafalan goochun hiyoomsuu, baratoota Oromoo university keessa ari’uun akka Oromoon beekkaaa dhabuu goochuu, shamaran Oromo biyya Arabati gurgurun Oromoon akka wal hin hooree goochu, Aannoolee Oromoo murani naannoo birraf keenun Oromoo xiiqeesuu, salphisuu hôjii goodhatan jiru. Kun amoo Wayyanen of ishee kufsuuf of qoopheesuu ishee argisisa. Uumani Oromoo utuu mirgi isaa dhibamuu kana caalaa sagoo Tigire ittin batuu hin qabatuu. Oromoo TPLF of irra busuu qaba. Kun yoo ta’uu didee mootummaa mataa isaa dhabachuu qaba. Kana caalaa Nafxanya Haraa (Tigire) ykn Nafxanya moofa (Amhara) banee jirachuu hin dandeenyu.

Gaafi WFDO Paarlamaa Ethiopia keessati kassa ture keessa ini tokko Umman Oromoo Naannoo Finfinnee Siirna Menelik egale hanga haraati qabeenya isaa irra buqisun dhabachuu qaba kan jeedhu ture. Dhaabilee Oromoo tokko tokko amo dhimmi akkasi yeero ka’uu kun waan xixinoo dha kun Bilisumùmaa Oromoo dukka furmataa waan argatuuf ama wayee kana dhiphachuu dhifnee wayee Qabsoo Bilisumma qoofa irrati hojeechu qabna jeedhu. Kun siiri miti. Wayee Qabsoo Bilisumma fi dursa keenanif irrati hojeechun gariidha. Garuu gaafa Bilisumman dhufee hunda siiresina jeene yeero uumatii keenya lafa isaa irra buqa’uu fi afaan isaa fi enymaa isaa dhabamuuu caalifnee ilaalun dogogora. Kanaafu Oromoo mirga isaa waan tokko dabarsee lachuu hin qabuu. Mirga isaa waan xuqamee irrati falmachuu qaba. Ummani Oromoo (Shawa ) Nannoo Finfinne siirna Miniliki kasse hanga Haraati mootummaa dhufuu hundan lafa isaa irra buqa’uun dhabachuu qaba, Oromoo naannoo Finfinee bu’qauuf lafa isaa fi enyumaa isaa dhabuun Oromoon Ethiopia irra akka cituuf sababa ta’uu isaa hin oluu, Oromoon buqa’uu, xiiqachuu fi salphachuun dhabachuu qaba.

Dargagoon Oromoo hundi, Baratoon Oromoo, Diasporan Oromoo, dhaabileen Oromoo fi hayuuleen Oromoo hundi goocha Diribaa Kumaa, Dhaabbaa Dabbalee fi Abdulalziz Mohamad fi Naxanyoon OPDO keessa jiran lafa Oromoo gurguruuf yaalii isaan goodhan hundi atataman dhabsisun,  namoon hoji faraa Oromoo hojeetan kun akka angoo irra buqa’aan fi adabaman goochun dirama. Namoon kun maatii isaan dabalatee yaakka kanaaf akka gaafataman goochunmurtesadha.  Gummin Paarlamaa Oromoo TPLF/Nafxanyoon OPDO lafa Oromoo gurguruuf yaali isaan goodhan kara hunda dura dhaban TPLF wayee Finfinee babalisuu fi lafa Oromoo dhiibuuti yoo itti fufan waraa Ethiopian bakaa 5 gargari kukutuf deeman waliin hojeechuuf kan dirqamnuu ta’uu isaa akka beektan Mootummaa wayyanee akkekachisuu feena. Ethiopian Miigri Oromoo dhiibduu jirachuu hin qabduu.

Bilisumman Uumataa Oromoof !!!

Gummi Paarlamaa Oromoo

 27/03/2014




OPDO Elects Muktar Kedir as its president

Gobana Jama | March 28, 2014
Muktar Kedir, OPDO Presient
Muktar Kedir, OPDO Presient
Muktar was born in Jimma. He earned his first degree in Law from the Civil Service College (security) and his second degree in International Leadership from Azusa Pacific University in California in August of 2008.
Muktar joined the OPDO in the mid-1990s, and was appointed administrator of the Jimma Zone in 1999, serving in the post until 2003. Unlike, his predecessors, Muktar is not prisoner of war (POW), who formed OPDO, but awesome loyal and confidant to the late Prime Minister, Meles Zenawi. From 2008 to 2010 he served as Vice-President of the Oromia Region state and head of the office of the Ethipian People’s Revolutionary Democratic Font (EPRDF) council.
Under Meles Zenawi, Muktar enjoyed considerable influence especially after he was appointed to run the affairs of the prime minister’s office in 2010. He also joined the national security council at the time, a post that helped him to gain a great deal of knowledge and skill managing large operations that harassed millions.
Muktar is known as a politician of considerable will, and ego. He is an orator given to addressing mass meetings, and is one of few senior EPRDF figures who can communicate with the people. His biggest problem could come from OPDO where there are already two distinct factions, one supporting him, from Islamic areas and the other from largely Christian areas. Muktar was unpopular with the later faction for approving Wahabist groups to organize gatherings when he was vice minster of the Oromia region, a job with much influence in the party.
Dr. Debretsion Gebremichael, is architect of security apparatus in Ethiopia
Debretsion Gebremichael is an architect of security apparatus in Ethiopia. One can comfortably say, he is the ruler of the country after Zenawi. 
From 2012 to 2014 he was one of the country’s three deputy prime Ministers, serving with Debretsion Gebremichael and Demeke Mekonnen, considered “a loyal politician and trusted ally of Prime Minister Hailemariam Desalegn” and he was appointed as minister for the civil service.
Now, Muktar is a personal confidant of a ruthless security chief, Dr. Debretsion Gebremichael, who is responsible for the disappearance of millions in Ethiopia. Debretsion is an architect of the security establishment in the country, inlcuding wire tapping technique, internet access limitations, depriving citizens rights, adopting torturing menus in prisons, etc. He is also reponsible for retardation of the country’s information technology growth. Ethiopia is far lower than the lawless coutnry, Somalia, when it comes to information technology growth.
Muktar will be closely watched by his boss, Dr. Debretsion, who will test him how he handles the relationship with OLF. The growing popularity of OLF, especially among youth, will consume his office. Will he negotiate or follow his predecessors’ hardline approach, who finally ended up in exile?
Muktar’s second problem is the rampant regional corruption within the Oromo communities, which was deliberately designed and created for divide and rule strategy by the TPLF. The third is the unresolved religion issues.
Observers say that Muktar will be another headless, puppet of Debretsion, who will exercise or apply his security knowledge and skill on innocent citizens. Any way time will tell whom he will be working for.

Abyssinians’ Deplorable Bigotry Remain as active as it was 50 years ago.

Before I briefly discuss why Abyssinian bigotry is wholly deplorable, let’s have critical look at the definition of bigot (individual) and bigotry (attitude, perception and action). OXFORD DEFINITION of a bigot is ‘’Intolerance towards those who hold different opinions from oneself’’, CAMBRIDGE DEFINITION, ‘’a person who has strong, unreasonable beliefs and who thinks that anyone who does not have the same beliefs is wrong’’; DICTIONARY.COM’S definition for bigot is ‘’ stubborn and complete intolerance of any creed, belief, or opinion that differs from one's own’’. Oxford dictionaries further define Bigotry (noun); as prejudice, bias, partiality, partisanship, sectarianism, discrimination, unfairness, injustice; intolerance, narrow-mindedness, fanaticism, dogmatism; racism, racialism, sexism, chauvinism and more.   
People of Abyssinian creed have explicitly or implicitly assume that the people of subjugated nations and nationalities aren’t ready to manage their own affairs.  Therefore, they strongly believes that they have to create a kind of nanny state under which they rule, as is the case under the pretext of ethnic federalism (the current). TPLF’s key players’ remote control others from the level of locality to the federal apparatuses under these assumptions. The incumbent didn’t create this attitude within 22 years’ rule, but it’s a deep seated Abyssinian bigotry against their subjects since they invaded the lands of Oromo, Sidama, Ogadenia, Gambela, Kaffa, Shakacho and others nations and nationalities; as was the case with European colonialists.  
Such deep seated bigotry of the current regime further manifests itself in a number of ways. For instances, the regime states that it is ready to fully allow nations and nationalities to manage their own affairs as per its constitution; however, it contradicts its words by denying these rights under various justifications including subjects’ inadequacy and lack of experiences to take up the leadership roles (of course we might lack experiences of brutalising and dehumanising fellow human being). In Ethiopian military for example there are not proportionate numbers of the vast nation of Oromo whose population constitute at least 40% of the total; whereas the Tigray nation’s (less than 7% out of all population even less than Sidama 8.5%) Generals, colonels, Majors, Lieutenants and others military leadership positions are exclusively reserved for themselves, leaving only jockos’ share for the rest of Empire’s population, 93%.  Its justifications are based on deep seated bigotry that emphasises other than Abyssinian cousins, nations and nationalities aren’t prepared to manage their own affairs; therefore they must be ruled by bigots, whereas the predecessors are fighting to reclaim their lost hegemony under simpler belief.    

On Several occasions, the regime in power insists that the Sidama nation doesn’t have enough people with leadership calibre to allow the Sidama nation to be able to be regionally self-administrative. It uses similar justifications whenever its attempt to federalise their capital Hawassa, despite the fact that Hawassa’s being the first town in the Empire to show tremendous development in the past 22 years under the leadership of Sidama.
Moreover, the current TPLF’s regime never accepts that its guerrilla fighters’ once were bunches of illiterate fighters’ who have struggled to read and write; however eventually were given absolute power to rule over a highly educated Oromo, Sidama, Ogadenia nationals’ supported by a handpicked groups of short sighted cadres from respective nations and nationalities to do their heinous jobs in our lands. If one asks those who are unnecessarily elevated to power (TPLF’s illiterate guerrillas and cadres’) they unashamedly tell our people that they can’t manage their own affairs.  
Although this is the case in Oromia, Ogadenia, Gambela and Benshagul; however, it becomes worse when it comes to 56 nations and nationalities of the direction - south. The regime in power clinically exemplify these nations and nationalities as having no one to give then strategic directions; therefore they attempt to logically justify their occupation of these 56 distinct nations and nationalities. The main secret which makes them to forget about their own calibre is simply because of their deep rooted bigotry upheld by both of Abyssinians.  
For example Amahara’s news groups known as Ethsat TV/Radio operating from Diaspora discusses such bigotries officially clarifying their position on the fact that the South, Oromia and others occupied lands of the subjects aren’t ready to manage their own affairs without being lectured by the settlers. The personnel of Abyssinian Ethsat seem to be agreeing on this particular point with TPLF in addition to others key areas sharing on bigotry. Utterly failed to understand the need to see people with their individual merits, they show their ignorance by surreptitiously supporting and promoting an on-going bigotry against others under various pretexts. They don’t want to hear anything contrary to their deep seated belief.  
Finally, banning peoples’ who dare to disagree with Ethiopianists’ ideology from their circles, further show their ignorance towards those people who uphold diverging beliefs and attitudes which is normal and genuine democratic exercises. Thus, both the current and its predecessor Abyssinians’ are bigots who’ve inherently been bigots and directly promoting bigotry; the attitudes and beliefs wholly deplorable. Therefore, the sons and daughters of Nations and nationalities must reject their bigotry attitudes and continually demand for their rights until the concerned nations and nationalities can assert these to prove these backward travelling bigots wrong!