Monday, August 5, 2013

OLF’s Statement on the Latest Arsi Massacre by TPLF-led Ethiopian Government

Tarkaanfiin Suukaneessaa Sirni Wayyaanee Godinaa Arsiitti Oromoota Musliima Irratti Fudhate Umrii Sirnichaa Gabaabsa Malee Hin Dheeressu

Ibsa Adda Bilisummaa Oromoo

Sirni faashistii Wayyaanee mormii hawaasni Muslimaa ‘Sagaleen keenya haa dhagahamu’ mata duree jedhuun waggoota lamaaf walitti aansee karaa nagaan geggeessaa jiru humnaan dhaamsuuf tarkaanfii gara jabinaa fudhachuu itti fufeera. Sambata dabre Hagayya 3, bara 2013 godinaa Arsii magaalota Kofalee fi naannoo isaa keessatti ummata karaa nagaan sagalee mormii dhageessise irratti humni waraanaa sirnichaa dhukaasa banuudhaan namoota kudhan aduu saafaatiin ajjeesuu fi kudhanoota madeessuun miidiyaalee idil addunyaa hedduu irratti gabaafameera. Namoonni dhibbaan lakkaawaman badii tokkoon maleetti guuramanii hidhaman. Hidhaan kun babal’atee naannoo biraa illee shororkeessaa jira.
Sirni tarkaanfii gara jabinaa kana fudhate muslimoota karaa nagaadhaan ‘hogganootni keenya hidhaman haa hiikamani, barsiisa amantii Ahbash jedhamu dirqiidhaan hin fudhannu’ jedhanii morman rukutee callisiisuuf jecha ‘shororkeessitoota’ ittiin jedhee yakkuu irraa hin dhaabbanne. Dhimma amantii keessa akka fedhe harka naqachuu Wayyaanee waan mormaniif qofa ‘shororkeessitoota’ kan jedhaman musliimonni biyyattii garuu, tarkaanfii shororkeessummaa sobaan itti yakkaman isaanii fudhatu takkaa hin argamne. Waggaa lama guutuuf mormiin geggeessaa turan karaa nagayaan gaaffii isaanii dhageessifachuu qofa ture. Kanas mootummoonni hedduu fi dhaabonni mirga namoomaa idil addunyaa ragaa bahaa jirani.
Mootummaan Wayyaanee humna sodaatu tokkoon ‘shororkeessaa’ ittiin jedhee gara jabinaan rukutuun aadaadhuma isaa ti. Jireenya isaa guutuu mormitoota humna isaanii sodaatu, addatti ammoo Adda Bilisummaa Oromootiin ‘shororkeessaa’ ittiin jechuun addunyaatti lallabachaa yoona gahe. Ammas sirni kun ummata Oromoo irraa hin deebine. Karaa gaaffii siyaasaatiin Oromoo irratti duuluun itti xiqqaannaan dhimma amantii keessaanis Oromoo addatti diinomsatee gara jabinaan rukuchaa jiraachuun isaa beekamuu qaba. Amma duras Onkoloolessa bara 2012 keessa bifuma wal fakkaatuun Kaaba Oromiyaa godinaa Walloo magaalaa Garbaa keessatti lammiilee Oromoo Muslima sobaan yakkee ajjeesuun isaa yaadannoo yeroo dhihoo ti. Hanga ammaatti tarkaanfiin golgaa amantiitiin ummata nagaa irratti fudhatame hundi isaa Oromiyaa keessa.
Addi Bilisummaa Oromoo tarkaanfii faashistummaa sirni Wayyaane godinaa Arsii keessatti ilmaan Oromoo qulqulluu sobaan yakkee ajjeesuu fi madeessuu fudhate gad jabeessee balaaleffata. Mootummaan farra ummatootaa fi farra amantii ummataa tahe kun yakkoota ajjeechaa hanga ammaatti lammiilee nagaa irratti fudhateefis guyyaa tokko seera duratti kan dhihaachuuf jiru tahuu yaadachiifna. Mootummaan mirgootni amantii kamiiyyuu heera kiyya keessatti kabajamaa dha ofiin jedhu baatii Ramadaanaa keessa dhiiga Muslimoota soomana irra jiranii jigsuu isaatiin sirna abaaramaa fi jibbamaa tahuu isaa caalaatti mirkaneeffate. Amantii ummata bulchaan jira ofiin jedhuuf gonkumaa kan ulfina hin qabne tahuu isaa dirreetti agarsiifate. Mootummaan kun Musliimota karaa nagaan qofa mirga amantii isaanii kabajsiisuuf falmachaa jiran dhiibee gara tarkaanfii humnaatti ceesisuuf dhiibbaan taasisaa jirus umriidhuma aangoo isaa gabaabsa malee hin dheeressu.
Injifannoo Ummata Oromoof!
Adda Bilisummaa Oromoo
Hagayya 5, bara 2013

Diina keenya wayyaanee qalbiin jibbuu qofti bilisummaatti nu hi’baassu!

Baarentuu Gadaatin | Hagayya 5, 2013

Dhalataan Oromoo kamiyyuu, kan biyyoota alaa jiraatus ta’ee kan biyya abbaa isaarratti wayyaaneen gabroonfamee jiraachaa jiru hawwiin inni bilisummaa gonfachuuf qabu olaanaa tahuun kan wal nama gaafachiisuu miti. Bittaa halagaa waggoota dhibbaa oliif irra ture kana jalaa bahee biiftuu bilisummaa arguuf xiqqaa guddaan, dhiiraa dubartiin Oromoo hundi hawwii guddaa qaba. Eenyuyyuu wantii oduu hin gaafatamin dubbatuu fi of gaafatu yooman harka diinaatii bahee bilisummaa koo argadhaadha? Yooman ajjeechaa, hidhaa, dararaa fi saamicha murna abbaa irree wayyaanee jalaa bahee biyya abbaa kootii keessatti nagahaa fi badhaadhinaan jiraadha dha? Kan jedhuu dha. Kun hawwiin Oromoo ajjeechaa fi dararaa wayyaanee baqatee biyyaa bahee fi kan biyya keessatti yeroo ammaa kana dararamaa jiruu hundaa ti.
Sabni Oromoo; Oromiyaa kallattii kamittuu argamu, hawaasni Oromoo mootummoota Habashaa kaleessaatii fi mootummaa abbaa irree wayyaanee har’aatiin biyya abbaa isaatii baqatee biyya ambaatti argamu; wayyaanee diina qayee isaa dhuftee nageenya isaa goolaa jirtu, diina qayee isaa dhuftee qabeenya isaa saamtee isa hiyyoomsaa jirtu, diina biyya abbaa isaarratti humnaan isa gabroonfattee ajjeechaa irratti raawwachaa jirtu, diina ilmaan isaa baruumsarraa ariitee doofuumaaf isa saaxilaa jirtu, diina lafa isaa gabbataa saamtee gurgurachaa jirtu akka jibbuu fi ijaan arguu hin barbaanne beekamaa dha.
Har’a Oromoon kamuu yoo gaafatame guyyaa tokkoofilleen tahu uummanni Ormoo bulchiinsa abbaa irree TPLF jala buluun salphinaa fi qaaneessaa akka tahe dubbata. Saamichaa fi dhiittaa wayyaanee jala sabni ammana gahu biyya isaa keessatti dararamaa jiraachuun qaanii fi salphina dorgomaa hin qabne tahuu dubbata. Ajjeechaa, hidhaa, dararaa fi saamicha wayyaaneen Oromoorratti
gaggeesituutti nuffuu aarii fi xiiqiin dubbata. Gaafiin jiru garuu diina keenya wayyaanees tahee kan sanaan duraa; mootummoota Habashaa kan jibbinuu “Qalbii fi haasawa afaanii qofaan moo qaamaa qalbiidhan, gochaan jibbina? ” kan jedhuu dha.
Baayyeen keenya waayeen mootummoota Habashaa kaleessa; warreen saba keenya dararaa turaniis ta’e waayeen wayyaanee har’aa yoo ka’u miidhaa kallattiidhaan akka nama dhuunfaatti murnoota kanaan nurra gahee fi akka Oromootti waloodhan nurra gahe yaadachuudhaan qalbiin diinoota keenya kana jibbina. Afaaniinis mana, mana keenya teenyee ni abaarra, ni arrabsina, osoo haruma gateettii keenyarraa bu’anii ni hawwina. Gaafiin jiru garuu qalbiin wayyaanee jibbinee afaanin mana, mana keenya teenyee abaaruu fi arrabsuu cinaatti gochaan hoo sochii murna nama nyaataa abbaa irree kana diigu keessatti ni hirmaannaa? Amma diina saamichaaf nurratti gurmaawee olaantummaa isaa eeguuf nujjeesaa fi dararaa jiru kanaa; nut Oromoon wal gurmeessinee roorroo jalaa bahuuf qaamaa qalbiin, gochaan TPLF irratti tarkaanfii fudhachuuf socha’aat jirraa? Kan jedhuu dha.
Gaafii kana yoo irra deddeebinee of gaafanne safartuu kamiinuu wal madaaluu hin dandeenyu. Diinni caalaatti nu ukkaamsee nu saamaa jiraachuuf gurmuudhaan halakanii guyyaa hojjeta. Diinni qaamaa qalbiin halakanii guyyaa wal ijaaree biyya abbaa keenyaa saamaa jira, sabboontota Oromoo hidhaa fi ajjeesaa, baruumsa dhabalee godhaa jira. Nuti garuu baayyeen keenya gabrummaa jalaa baanee bilisummaa arguu hawwina malee gochaan waan nurraa egamu gumaachurratti dubatti hafnee jirra. Kanneen hafnes baayyeen keenya wayyaanees haa t’au diinoota keenya qalbii fi afaanin jibbina, ni arrabsina, ni abaarra faa ta’a. jibba keenya garuu gadi baafnee qabatamaan,gochaan agarsiisuu keessatti dirqamni kan qabsaawoota muraasaatii fi kan sabboontoota Oromoo bilisummaa Oromoof cichoominaan qabsaawaa jiraniit goonee ilaalla. Kun ilaalcha dogoongooraa, ilaalcha diinoota keenya humrii nurratti dheereessee gabrummaa nurra tursiisee dha. Osoo saba gama hundaanuu guutuu taanee jirruu balaa ilaalcha dogooggooraa kanaan diinni keenya wayyaaneen nu saamaa, ajjeesaa fi biyyaa nu baasaa akka waggaa 22f nurra turtu ta’eera. Fuunduraafis hanga ilaalcha kana jijjirrannee hundii keenyaa qaamaa qalbiin, Goshaan Tokkummaadhan mirga keenyaaf qabatamaan hin sochooneetti, tarkaanfii keessa deebii hin qabne irratti hin fudhatinitti dhiittaan wayyaaneedhaan Oromoorratti gaggeefamu jabaatee itti fufuun hin oolu.
Rakkina har’a keessa jirru kana furuuf fi bilisa bahuuf dhalataan Oromoo dararaa wayyaanee fi mootummoota Habashaa baqatee biyyaa bahee fi bahaa jiru rakkina biyya keessattii fi kaampii baqattootaa Keeniyaa, Suudaan, Jibuuti, Soomaalee, Misraa, Yemanii fi kanneen biroo keessatti isa muudachaa ture garagalee yaadachuu qaba. Biyya amma dahannaa itti aragte taa’ees tahee karaa biraatiin; hawaasa isaa biyyatti yeroo ammaa kana wayyaaneen dararamaa jiruuf mirmachuu qaba. Gongumaa lammii isaa daqiiqaafilleen tahu dagachuu hin qabu. Miidhaa isaa fi saba isaarra gaheef wayyeenee qalbii fi afaaniin jibbuu qofa akka falaatti ilaalee callisuu hin qabu. Sabni Oroomoo guddichi biyya abbaa isaarratti murna wayyaanee bicuudhaan gabroonfamee jiruus gama isaatiin wayyaanee garaatti jibbuu fi gumgumuu qofaan akka ofirraa buqqisee darbuu hin dandanyee hubatee gochaan, tarkaanfii qabatamaan jibbaa fi diddaa wayyaaneef qabu agrsiisuu qaba.
FDG kana ammoo caalaatti biyya keessatti sochoosuuf Oromoon baqannaan haat’uu sababa biraatiin biyyoota gara garaa keessa jiru deeggarsa irraa eeggamu hunda gumaachuun fardii ta’a. hammeenyaa fi gara jabina, dhiittaa mirga namoomaa fi saamicha wayyaaneen Oromoo fi saboota cunqurfamoo biroorratti gaggeechitu tokkummaan ifatti bahee balaaleeffachuu fi Adduunyaaf saaxiluu qaba. jibba wayyaaneef qabu mana taa’ee abaaruu fi arrabsuu qofaan osoo hin taane gadii bahee hiriirra adda addaa sabboontootaan qophaawurratti hirmaachuu agrsiisuun barbaachiisaa fi fardii dha. Humna, mahaalaqaa fi beekumsa qabun qabsawwota bilisummaa deeggaruu fi jajjeebeesuu aadaa taasifachuu qaba. Tokkummaadhan Hundii keenyaa bakka jirruu wayyaaneerratti qabsoofnaan, qaamaa qalbiin gochaan deeggarree tarkaanfii laaleessaa fudhannaan wanti guyyaa gabaabaa keessatti gateetti keenyarraa diina buufnee biiftuu bilisummaa hin qaammanneef hin jiru.
I.U.Of!
B.Gadaa  gessogeda@gmail.com

Another gap between Habasha and Oromo

Gabi | August 5, 2013
oromia-first1The current media fighting between Oromo and Amhara is not both the beginning and end, it is just approval of the past history. It’s about realizing that ones action or two words, which were Oromo, first may have done exactly that, righting a wrong or demonstrating the primary and secondary enemy of Oromo people and Oromia . As a result amazingly there was a voting in the past three weeks on Ethiopia or Oromo first. For me it was very straight for ward and simple statement just like choosing between black and white, because undoubtedly for those who are Oromo, Oromo first and similarly for whose who are Amhara, Amhara first. However that was not a case for every one. After some group showed up to vote against the statement rather than topic. On the surface, it looks again like an attempt to cover up the trues.
Closing heart and brain from the right and fighting for wrong. Somehow doesn’t surprise me, because I know that every injustice arouses anger, or nightmare. A taste and hanger for oppression is the mark of moral deformation. To have no idea of what it means to be treated unjustly is to have no moral knowledge. The Amhara and their illegitimate puppy believe that the Oromo deserve to suffer or assimilated. This deliberate cruelty of the attack is unmistakable. Some people are still following the pass root of their fathers. Which are subjects is grimmer or more morally compelling than crimes of hate. What we are seeing and hearing on the media in the last three weeks are clearly show that these people are going to repeat the same mistake their ancestors did. It is not what I am saying it is what they are saying, when they deny the existence of Oromo people at all. They are not going to accept the reality. They are not going to accept equality. They are not going to accept humanity. They are not going to respect our difference, and they are not going to share our similarity, but they are using every single available chance to assimilate us. They just want to give us fake name and destroy our identity. They will never ever like us who we are, unless we changed to Amhara and fully accept Ethiopianism.
We as Oromo need to remember the past to protect the present and future. They also need to remember what their ancestors (Amhara) did to our people, our right our land, our law, our belief system, our resource and the list will go on which stand out among acts of injustice. Their viciousness instills horror, which are extraordinary, not ordinary crimes. They are the one who cut off breasts that gave us life. They are the one who take away the soul of thousands of Oromo brave, wise sons and daughters. They are the one who barry our well-known constitution Gadaa system. Let Oromo’s reflect some of the past to stand for present and future.
The current media fighting between Amhara and Oromo rose some unforgivable and unforgettable past history. We sought of genocide have past, we sought the Crimes of hate have a past, we sought the oppression have past sadly they have a future, too, as each of the past criminal offspring eagers to contributes to the climate of demonization and the desire for restoring the past system of one ethnicity, one religion in one country. They still want to repeat the same mistake their father did. The cycle extends across generations.
Let me remind you some of the darkest, most dehumanizing human actions, from genocides to paralyse, are recurrent. Hate crimes and group-based violence and domestic cruelty are elements of everyday life for all Oromo of the past and present.
I would like to ask Oromo’s public and private settings, religious groups, political associations, and youth association to confront these hate crimes on the public view. We all need to work to stop the cycle of hate. Let us confront publicly and privately this special designation of hate rime. Let us confront this awful centuries long action which designed and motivated to acknowledge the hunt of Oromo women and men nationally and internationally, just because their mention who they are and what they want. When we think of the cycle of hatred, we need to think of genocide and unimaginable crimes against Oromo. We need to think of all the indiscriminate crime against Oromo people, Crimes of violence against Oromo are still, for the most part, crimes of impunity. Hate crimes and hate speech, and domestic abuse as aspects of a whole. We must stand up for what we love. We have to stop who ever come to destroy that. Because that is our identity, that is who we are, that is our cultural heritage, which are our values that we cant survive without. Therefore we must stand up to fight this unnecessary hatred crime against as.
So we Oromo need to respond harshly to those who introduce, regulating Hatred, to those who utter Crimes speech, to those who want to distort out great history and great culture. I would like to call on Oromo glorious women and men to fight this hatred preach of mass media hatred. I am not saying we have to cause them and their supporters suffering in turn, but I am arguing this endless discrimination and underestimation need to end now. We need to turn on the true history of Oromo people to stop the fiction. We need to speak out the reality to stop fantasy. We need to able to hold the perpetrators responsible for the past and present verbal and physical crime against single moving Oromo. Oromo first is who we are no one can change that. Oromia is our home we can share with who we want. “We don’t hate, only the unloved one hate”.
BILISUMMAA KAN UMMATA OROMOOTI!!
OROMIYYAAN NIBILISOOMTI!!!!
Gabi

Genocide in Totolamo Village, Ethiopia,Oromia

Genocide in Totolamo Village, Ethiopia,Oromia
Genocide: 11 Oromo Muslims mowed down in the Totolamo village blood bath
The small maize and potato farming Muslim village of Totolamo in south west oromiyya near the strategic town of Shashemene is in deep mourning after 11 of her citizens gunned down in cold blood by the genocidal Tigre People Liberation Front/ TPLF federal police commandos on Saturday August 3, 2013.
A five year old kid, an elderly imam and four teens are among the dead according to information obtained from Shashemne general hospital where the bodies are stashed in a tiny morgue. The number of the wounded is still unknown.
The fate of hundreds who took refuge inside the Erob Gebya Mosque in the troubled village and surrounded by the federal police is also not yet known. Several others are in detention at the nearby Kofele town police station and the town along with Totolamo village is under total control of the TPLF gunmen in police uniform. Today August 4, 2013 residents are warned to stay indoors as the situation remain frighteningly tense.
The brutal attack on unarmed and benevolent villagers began at nine o’clock yesterday morning after the faithful gathered for their routine prayer meeting. Then the commandos poured into the village and started firing indiscriminately, causing massive chaos and mayhem.
Although genocide has become synonymous with the ruling minority junta for 22 years, the Totelamo blood bath is the first mass killing for newly appointed federal police commander Assefa Abiyo who is said to be more ruthless and ferocious than his predecessor Workneh Gebeyhu.
Scores of relatives from the town of Shashemene are currently waiting to hear the names of the dead or the wounded at the main gate of the general hospital.
Furthermore, in the latest update posted on Minilik salsawi’s Facebook account, Federal police commandos are among the dead in the Totolamo blood bath as the people tried to defend themselves by throwing stones at the heavily armed attackers backed by deafening machinegun fire.
In related news coming out of yet another nearby western Oromiyya town of Dodola, federal police rapid intervention force unit members were chased away from the area about fifteen hours ago by residents after they made an attempt to arrest a highly regarded local imam.
According to updates reaching the Horn Times from Dodola, angry residents followed the fleeing police force to the region’s administration offices and the Jaarsolii (elders) are still locked in negotiations with the authorities.

Sunday, August 4, 2013

Tokkummaa Bineensonni Beeke Akkamitti Oromoon Wallaaltee Diina Yartuu Jalaatti Hidhamtee Teysi

Ibsaa Barento
Tokkummaan humna, tokkummaan jabina, tokkummaan mirga fida, tokkummaan walqixxummaa arkamsiisa, tokkummaan mirga namaa kabajjisiisa, tokkummaan tuffii  jalaa nama baasa, tokkummaan daho fi dahannoo, tokkummaan gurmuu fi  waan hundaa fu bu’aa guddaa akka qabu, fakkeenyaaf jireenya bineesota maqaan isaanii asii gaditti tuqamu kana irraa tarii Oromoon  xiqqo waa barachuu danda’aa waan jedhu irrattiin ibsa gabaabaa kana kennuu barbaada.
Yayyii: Yayyiin bineesa laafaa humnaaniis dadhabaa dha. Yayyiin jireenya isii kan ittiin geggeeffattu tokkummaan, wal-jala deemuun, ajaja fudhachuun waliif dhaga’uun fi walii wajjiin hojjechuun cinaacha dadhabaa isaanii akka cinaacha jabatti jijjiiramu godhuun waan isaan barbaachisu ta’uu haalaan waan itti amananiifi. Tokkummaa kana irraa kan ka’e, bineensa bineesota hunda keessaa jabaa ta’e Leenca kan bineensi biraa jajjabaan hundi yeroo isa arke fincaan bubuusu,  Yayyiin sodaa tokko malee ariitee qabdee nyaatti. Kana irraa kan ka’e abboonni keenya yeroo makmaakan, wanti jibrii irra laaftuu hin jirtu, garuu qajjiisni jibrii hedduun yo walitti qabame Leenca hidha  jedhanii ilmaan fi gorsaa turan.
Fakkeeny biraa, nama maqaan isaa Oromoo jedhamu tokkootu ilmaan kudha tokko qaba. Ilmaan isaa kun yaadaaniis, hujiiniis akkasuma iddoon olmaya isaaniilleen garagara. Kana irraa kan ka’e guyyaa hunda joollee ollaa tan isaan irra jajjabduutiin tumamanii bo’aa galgalaa ganama abbaa isaanitti himachaa turan. Abbaan isaanii kun guyyuu tumamuu ilmaan isaa garaan dadhabee  waan takka isaan barsiisuuf dirqame, kuniis  tokkummaan akka hojjetanii fi tokkummaan bu’aa akkam akka qabu.  Kana irraa kan ka’e isaan hundaanuu deemaa ulee takka takka fidadhaa jedheen. Isaaniis akkuma itti himametti ulee takka takka fidatan. Isaan hundaanuu ulee teysan cabsaa jedheen. Rakkoo tokko male cabsan. Ammaas abbaan isaanii taraa lammadaa tiif akka ulee takka takka fidatan ajaje. Akkuma ajajaman godhuun isaan hundi ulee takka takka fidatan. Abbaan isaanii ulee kudha tokko isaan hunda harkaa guuree walitti hidhee isa irra jabaatiin ho cabsi jedheen, gurbaan jabaan ol-jedhee, gad-jedhee, jilbatti qabatee, karaa hundatti laalee cabsuu dadhabe jedhee abbaa isaatti deebise. Abbaan isaanii maal jedheen silaa akka ulee tanaatti isin tokkummaan deemtanii guyyaa hunda joollee gandaa ta isin hin geenyeen tumamtanii bo’aa natti hin galtan jedhen.
Kanniinsa: Kanniisi uumaa bineensaa keessa hedduu xiqqaa fi dadhabaa, ammoo hujii humna isaa tii olii hojjeta. Bifaan ykn zaataan Kanniisaan kan wal-fakkaatu Tiiticha, garuu hujiin isaanii Dibaalaa fi Daabbaa. Dibaalaa fi Daabbaa jechuun kiyya  waan wal-hinfakkaanne jechuu dha. Kanniisi bineensa xiqqaa tokkummaan hujii guddoo hojjatu kan ofbira darbee bu’aa isaatiin namallee gargaaru. Tiitichi tokkummaa hin qabu, wal-jala hin deemu, bakkuma itti dhiite bula, humna hin qabu, bu’aa isaa irra miidhaa isaa irra guddoo. Tiitichi heddomina isaatiin humaa godhuu hin danda’u. Habashaan yeroo hedduu Oromoo Tiitichaa waliin wa-fakkeysiti. Kanniinsi beneensa qooda hujii adda addaa baafatee jireenya isaa geggeyfatu dha.  Kanniisi humna waraanaa/defense  tan gaagura eydu tan diina karaa kamiinu dhufu  hagam jabaa fi humnaan isaanii ol-ta’uus lubbuu isaanii dabarsanii warra eegu qaba. Kanniisi hojjetoota ykn workers warra lafa fagoo fi dhiho, baddaa fi gammoojii, gannaa fi bona deeme daraaraa ykn abaaboon gosa gosaa lafa jiruu funaanee fidu qaba. Warra bishaan fiduus kopha qaba. Kanniisni akkasuma dhaltuu ta dhaltu akka shanyiin isaanii heddomaattu ta gootuus kopha qaba. Kanniisni mootii/king tan isaan hunda ajajju if keessa qaba. Mootiin/king  gaagura keessaa baanaan hundi isaani jala bahan malee jalaa hin hafan. Kanniisni haala kanaan tokkummaan hojjechuun damma mi’aawaa san hojjetee nama fayyada.
Rirma: Rirmi bineesa xiqqaa tokkummaan hojjetu. Abalu Rirma yo jedhan, otoo ati hin beekne qoqoree si fixa jechuu dha. Rirmi muka gurguddaa namni nu yo itti baayyatee qottoon tumaa oole malee jegsuu hin dandenye jala qoqoree jiigsa/jiysa. Rirmi niis akkuma bineesota lamaan olitti ibsine wal-dhaga’uun, wal-jala deemuun, wal-kabajuu fi qooda hujii , dirqama hujii isaanii fudhachuun raawwachuuni fi haga du’a lubbuu walii isaanii tiif dabarsuun bineensota beekkaman. Bineensonni tokkummaan haala kanaan waliin hojjetan kanneen hafan hedduu jira garuu gabaabatti akka fakkeenyaaf ta’u jedheen sadeenuma kana arraaf fudhadhe.
Rabbiin/Waaqni yeroo nama uume uumama lafaa hunda irratti waan lubbuu qabuu fi kan lubbuu hin qabne hunda irratti mootii godhe/irra caalchisee uume. Kuniis jechuun nama sammuu yaaddu tan uumama bineensa alaa tii fii kan mana hunda irraa ol isa gootu waliin uume. Eega bineesi sammuu haga ilma namaa hin geenye qabu hagana yaaduu danda’e, nuti Oromoon uumama sammuu tiin bineensota kanaa gadi mo, sammuun Rabbiin/Waaqni Oromoof kenne kan namoota gara biraatiin ykn saba biraatiin adda mo maali? Tigreen saba biyya Ethiopia jedhamtu san keessa jiru keessaa saba bicu dha. Garuu xiqqeenya isii beektee humna isii bakka takkatti wal-itti kuustee, tokkummaa uummatte hujii humna isii tii olii hojjechuun saboota gurguddaa akka Oromoo gabroomsaa jirti. Oromoon maalif kana irraa waan takka barachuu dadhabe? Wal-diddaa tytaa/aangoo tan jidduu jirtu kan qabaachuun malle yeroo biyya dhunfanne. Amma aangoo eenyulleen ittiin mindaa nyaachaa hin jiru.
Please, please, please/yaaboo, maalo, mee isin kadhanaa warri kaayoon teysan Orimia bilisoomsuu taate tokkummaa nuuf uumaa ummanni Oromoo hundi isin jalatti hiriira, irree fi humni keenyaas ni jabaataa, diinni keenyaas waliigaluu keenya yo dhaga’e otoo nuti hin dhofne naasuunuu ni baqaa maalo mee Rabbii /Waaqa isin uume sodaa dha. Laffeen abbootii , tan aayyootii, tan gootota Oromoo tan Calanqoo lolaa, tan Calanqoo calii, tan Aanoolee isinitti haa mul’attu, tan lafa Oromoon itti wal-itti lallabate waliif tumsaa ture mul-iftu tan akka Odaa bultum, tan akka Odaa nabee hirriiba isin haa dhowwitu.  Harmi murame, dhalli murame, harki murame fi mormi murame akka isin if yaadattan isin haa godhu. Walii galuu dhaba keessaniin gabrummaa Oromoo irratti akk hiitanii teysan hin dagatinaa.

The Unlimited Human Rights Violations In Ethiopia.

The Unlimited Human Rights Violations In Ethiopia.
by Mekonenn Elalla
In Ethiopia , EPRDF has set unconstituional legislation to protect its own crime against the people
and to prolong its life span on power. The new Press Law and the Controversial Anti – Terrorism laws are some of the mechanical devices the dictatorial government muzzles opposition voices and fundamental human rights. Those who dare to ask their right are left behind bars. These days two-third of the population is left to a complete destitution; and more than ever, a great deal of citizens are forced to leave the country as their security or livelihood is drastically under risk. The consistent prejudice and the day to day injustice committed against those who cry for impartiality are clear indications that authorities running the judicial system are not qualified rather hand picked to implement the interest of the governing party without questioning the judgment is unfair or just.
The outcry and misery of Ethiopians are not limited only for those who are living inside the country, under the iron grip of EPRDF. Unprecedented number of refugees and immigrants living on foregin land all over the world, who are not partakers of the oppression , are also crying. The cry longing for the end of tribalism, despotism, racial segregation, and fascism that reigns in the country; and this cry is not merely out of their mouth but flaming out from their gut out of desperation.
As the gruesome human right violations are getting worse, many Ethiopians are left with no other option than leaving the country, crossing borders in tears. In the process of this forced migration, many Ethiopians cry for being victims of illegal and inhuman organ trade (trafficking) in sinai and other dessert s. Quite many cry falling in the fierce Jaw of beasts while crossing jungles. Others risk their life crossing dangerous sea and ocean waves on worn out boats under the shadow of death; and many of them cry while capsizing to be buried under sea bed or becoming live preys for sharks.
Our sisters living in Middle East and Arab countries are crying under the shackle of modern slavery; being denied their wage for the harsh labor work they are subjected for. Some become victim of boiled oil by their employers and cry bearing life threatening burns and scars on their face and bodies. As if these are not enough to bear on their weak shoulder, many of young girls are being raped without their consent and become hopeless to get any legal protection or justice. Some have lost their life being thrown off high building and those who are lucky to survive are crying being disabled. Still a lot are crying as they are being chased for having no residential permit or paper, locked in prison where they sustain inhuman corporal punishments.
Currently , in Ethiopia the Anuak nation is crying as they become victims of genocide. The Amharas are also crying as they are being displaced from place to place and treated as unwanted citizens in their own country. The same fate is hunting Oromo people and they cry in solitary and mass confinement in shaggy prisons scattered all over the country. Scholars are crying as they are being sentenced to death for writing or telling the truth. Religious and sacred places have become war zones. Monks and nuns cry as they are being flogged and persecuted in Waldiba monastery. Who is not crying ? The whole nation is crying; crying by the same cause: unlimited injustice and human right violations of EPRDF.
Through different means of incarceration and even by systematic killing of oppositions, EPRDF has become the sole governing party of the country for the last two decades; yet it couldn’t win the heart and mind of the people. There are times the party applies a fear-appeal management to make people submissive for its power; terrorizing people on racial and religious grounds. Sometimes,it threatens citizens to lose their work or other benefits unless they stay loyal to the party and keep silent to ask their right. At first, the party was playing racism as a winning card to stay in power and to win pubilc trust ; but that couldn`t yield any fruit. Knowing its failure, now, it has been a few years since EPRDF has started to play advocacy for some sentimental and nationally honored concepts which the party doesn`t really committed to or belive on. For instance, recently, the party invested a lot resource to celebrate The Ethiopia Millennium with the people as if it didn`t deny that and said the country has only a history of one century. Again , as if EPRDF didn`t degrade the honor of the country `s flag and called it ” a piece of rug, ” now it has started to celebrate flag and culture days nationally.
Not only these, EPRDF is currently using the Nile dam, Hidase as a hot cake to lure the appetite of the nation to get his back. However, the people are well aware of its motives and understood these acts of the party have no real essence to cheer beyond being instrumental to stay in power. If there is one thing the party doesn`t understand or still not will to admit is that EPRDF was not, is not and will not be able to earn public trust and support.

The Oromo Liberation Movement AND the Line that Must not be Crossed

Bakalcho Barii | August 4, 2013
In his official comment as a president of the United States, in regard to the not guilty verdict by a Florida Jury on the case of  George Zimmerman murdering a black teenager, Trayvon Martin and the feelings of anguish and anger  among the Afro-American communities,  Barack Obama said”
There are very few African American men in this country who haven’t had the experience of being followed when they were shopping in a department store. That includes me. There are very few African American men who haven’t had the experience of walking across the street and hearing the locks click on the doors of cars. That happens to me — at least before I was a senator. There are very few African Americans who haven’t had the experience of getting on an elevator and a woman clutching her purse nervously and holding her breath until she had a chance to get off. That happens often.” 
By quoting President Obama and the feelings of race-relations in the United States, I am describing the feelings of millions of Oromo’s and Southern nations, including myself, who have suffered verbal and physical abuse, bullying and in-humane treatments in the hands of Abyssinians’ since colonization. There is no single derogatory term the Abyssinians’ haven not used to break the Oromo’s physically, socially, economically. What is so sad about the over 130 years episodes of Abyssinian colonialism in Oromia was that, even those Oromo’s and other nations, who denied their nations and their identities and took on the alien Abyssinian identities or “Ethiopiaew” , they never ever all  escaped the mistreatment, denigration , mistrust, abuse and all the derogatory name calling  by their Abyssinian masters.
Much has been said or written about how and when the Oromo and the Southern Ethiopian empire people’s and their country fell prey to the archaic , but brutal and savagery of the Abyssinian colonialism. Also, much has been said and written why Abyssinian colonialism with such inferior advancement  in any sphere of human development  compared with  the superior and democratic culture of the Oromo’s and the Southern nations have managed to invade and conquer them .
Although, there are those the likes of Richard Pankhurst and many pro-Abyssinian Europeans and American writers, who assert that the Abyssinian colonial expansion towards the Oromo and the Southern nations territories was an expansion by a better and civilized group to justify the Abyssinians claim of “ Menelik II conquered Oromo’s and Southern nations countries to enlighten the unenlightened and to teach them modern culture, and introduce religion to the pagans.”
On the other hand, there are those ,(the second groups) including  the Oromo’s and Southern nations scholars, who agree and argue that Abyssinians managed to invade and conquer their countries, not for their superior (actually the Abyssinians were and are less developed, uncivilized, savage, rudimentary compared to their new subjects), but because of the support, particularly the modern guns given to them by the then European colonial powers, who failed to agree on who should colonize the then Abyssinia itself.
The third groups of scholars argue that ,although the introduction and supply of modern guns by Europeans to the Abyssinians played a great deal in enabling the invading Abyssinian army, they point to the evidence  that an internal traitor(s), who sided with the Abyssinians against their own people for short material gain and fame. According to these observers, had the internal traitors were not there in siding with the enemy in crashing the indigenous resistance, the introduction and supply of modern weapons to the Menelik II army could have failed miserably . These groups point their fingers to the likes of the OPDO’s, who led the current wayyane army into Oromo areas and Gobena Dachi, who helped Menelik II army.
The main focus of this article is to expose and argue against the damage modern traitors in the Oromo liberation movement have inflicted so far and are committed to inflict more by siding with the enemy. These internal traitors  will use anything and all means to discredit the genuine and humble anti-Abyssinian colonial struggle  of the Oromo’s and the Southern nations to appease their  colonial masters for any short term individual and material gains. Here, it has to be noted that in the history of anti-colonial struggle in Africa, Asia, Latin America, there were those internal traitors who sided with the enemy until the last minute to delay or even defeat the inevitable anti-colonial war by the indigenous people. Therefore, the rise and fall of internal traitors in Oromo struggle is not new or exceptional to Oromo’s alone. Here, we can mention some few examples where the internal traitors fought to the end with the colonial army. In Algerian war of independence from the French and the East Timorese independent struggle, the internal traitors sided with the invading army until the last minute to bleed their own people.
Who are the internal traitors of the Oromo Liberation Struggle??
Before I embark on who are these internal traitors, who are bent on aborting the Oromo liberation struggle to ascertain their lost independence, I would like to quote what President Barack Obama  recently commented on the not guilty verdict by a Florida jury on George Zimmerman, who murdered a black teenager named Trayovan Martin. In his official comment as a president of the United States, Barack Obama described the feelings of Afro-Americans in the following way, quote “There are very few African American men in this country who haven’t had the experience of being followed when they were shopping in a department store. That includes me. There are very few African American men who haven’t had the experience of walking across the street and hearing the locks click on the doors of cars. That happens to me — at least before I was a senator. There are very few African Americans who haven’t had the experience of getting on an elevator and a woman clutching her purse nervously and holding her breath until she had a chance to get off. That happens often.
By quoting President Obama and the feelings of race-relations in the United States, I am describing the feelings of millions of Oromo’s and Southern nations, including myself, who have suffered verbal and physical abuse, bullying and in-humane treatments in the hands of Abyssinians’ since colonization. There is no single derogatory term the Abyssinians’ haven not used to break the Oromo’s physically, socially, economically. What is so sad about the over 130 years episodes of Abyssinian colonialism in Oromia was that, even those Oromo’s and other nations, who denied their nations and their identities and took on the alien Abyssinian identities or “Ethiopiaew” , they never ever all  escaped the mistreatment, denigration , mistrust, abuse and all the derogatory name calling  by their Abyssinian masters.
The current online and other media abuse on Jawar Mohammed for only saying “I am Oromo First and Ethiopiawent was something imposed on me” is the extension of the long term Abyssinians’ abuse and mistreatments of Oromo’s and others in that evil empire. To be blunt, Abyssinians’ do care or worry about the exploitation of Oromo resources than the Oromo itself. As experience shows, If there is a means  and a way to get away with the Oromos and take hold of their resources, Abyssinians  will not back down to  achieve that goal. The current selling and displacing of Oromo’s from their ancestral land at any cost indicates to this fact.
While all the Oromo’s experiences and evidences with Abyssinians’ shows humiliation and the total disregard to their very existence, why some internal traitors are all bent on siding with the enemy against their people’s wishes and aspirations??  The simplest response to this question would be short term material gain and political power.
Let me go back to the main point of this article, which is “who are these internal traitors of the Oromo Struggle? All of the Oromo internal traitors, like all other internal traitors those who came and gone in human history have the same main characteristics.  This being, denying the existence of grievances caused by the enemy on their own people , and are prepared to prolong these grievances and  sufferings  of their people by siding with the enemy. The focus of this article is on pro-Ethiopian Oromo groups or parties. These Pro-Ethiopian Oromo groups all deny the century old colonial relations between the Oromo’s and the Abyssinians. They all attempt to reduce the anti-colonial Oromo struggle and equate it to class struggle. Another characteristics of Pro-Ethiopian Oromo groups is their attempt to be more Ethiopian than the Abyssinians themselves by bashing and denigrating all independent  Oromo organizations to be accepted as equal to their Abyssinians’ masters. Fore sample, before he launched his pro-Ethiopian Oromo party, Merera Gudina bashed, belittled and equated the OLF with an Organization headed by the current ODF president. Merera also made an attack by associating the OLF with that of protestant religion headed by the followers of that religion. Merera and his party did all these to be accepted as true “Ethiopiaew” in the camps both the Amahara and Tigre camps.
The Other group pro-Ethiopian Oromo group is the called the ODF. As we all know, all of the current ODF leaders are once the top officials of the Oromo Liberation Front (OLF). This group, like the Merera group, first targeted and attacked Oromo anti-Colonial struggle as irrelevant, outdated. The president of ODF even went further in his attack on the Oromo people by saying Oromo’s do not deserve independence because of globalization, the changing political dynamics of the East Africa region, and the growing size of the Oromo population. But he never substantiated his argument how and why one’s own population growth, globalization, and the changing dynamics of the East African region will only hinder the Oromo’s to be free. All the above factors used by the ODF president as hindrances to Oromo’s demanding their freedom, the opposite is true in past and present histories of mankind.  Although the term globalization is not new, it was globalization which enabled Europeans to conquer colonies in Africa, Asia, and Latin America to search for raw materials for their industries at home. It was during recent globalized world, where many Europeans under the Russian empire, the former Yugoslavia, East Timor, Eretria, and South Sudan gained their independence. Therefore, there is no single grain of evidence which suggest(s) that globalization, population growth, and the changing political dynamics of the region will be an hindrances to the Oromo liberation struggle.
The sad part of ODF was not its anti-Oromo freedom struggle stand,  but how the so called ODF leaders  were hidden, protected and given a platform to promote their evil agendas within the Oromo Liberation camp. I remember when the current ODF president was given Oromo of the year by Oromo Studies Association (OSA) some years back. The current secretary of the ODF was the spokesperson of the OLF until the year 2012. The question(s) that dazzles many Oromo’s, including myself is how, why and by whom these internal traitors were protected to remain in the liberation camp until they revealed their true identity? Why OSA bestowed the Oromo of the Year title to the ODF president? Who are or were the OSA leaders who committed such acts? These are among the many questions the Oromo’s want to get an answer. The other intriguing question that needs an answer is such individuals as Brehanu Nega, Negasso Gidada, Merera gudina were invited and spoken without any challenges their anti-Oromo freedom struggle on different Oromo forums  organized by OSA.
By betraying and coming up with the old “Oromo’s are Ethiopians propositions,” ODF and other pro-Ethiopian Oromo groups crossed that imaginary line and showed us their contempt for the Oromo safuu and the millions of heroes, who have paid the ultimate sacrifice so that their people will live in peace and dignity among all nations of the world.
Bakalcho Barii