Saturday, June 21, 2014

Gumaan Barattoota Oromoo Milishuu Mallasaa fi Bilisummaa Lammii Tarkaanfii Boonsaa Humni Addaa WBO Baha Shawaa Keessatti Fudhateen Baafame

Gadaa.com
(Photo: File)
Humni Addaa WBO Miseensota Koree Basaasota Wayyaanee Baha Shawaa Keessatti Iccitiidhaan Ijaaramuun Barattoota Oromoo Milishuu (Abdii) Mallasaa fi Bilisummaa Lammii dabalatee ilmaan Oromoo ajjeesisuu, hiisisuu fi yakki adda addaa akka irratti raawwatamu ajaja dabarsaa turan irratti tarkaanfii boonsaa fudhateen 3 ajjeese.
Waxabajjii 19, 2014 Humni Addaa WBO miseensota Koree basaasota wayyaanee namoota 15 of jalaa qabu iccitiidhaan ijaaramuun Baha Shawaa (Adaamaa, Bushooftuu, Mojoo, Hoolancitii) fi manneen barnootaa godinicha keessa jiran keessatti barattoota Oromoo fi sabboontota Oromoo basaasuun akka ajjeefaman, hidhamanii fi dararaman hoggana kennaa turan galgala keessaa sa’aa 8:25 irratti tarkaanfii magaalaa Hoolancitii keessatti basaasota korichaa kan damee Adaamaa walgahii dhoksaa geggeeffataa turan irratti fudhateen 3 battalumatti ajjeesuun gumaa barattoota Oromoo Milishuu Mallasaa fi Bilisummaa Lammii Caamsaa 16, 2014 magaalaa Adaamaa keessatti koree kanaan ajjeefamanii baasuu isaa oduun SBO dhaqqabe mirkaneesseera.
Barreessaan koree basaasota wayyaanee kan damee Adaamaa Tigirtichi Mazgabuu jedhamu kan dhiiga ilmaan Oromootiin dhihoo duroomee konkolaataa fe’umsaa 3 as kaluu kana bitate kanneen ajjeefaman keessatti akka argamus Humni Addaa WBO tarkaanfii kana fudhate beeksiseera.
Koreen basaasota wayyaanee Baha Shawaa keessatti barattootaa fi sabboontota Oromoo ajjeesisuu fi hiisisuuf dhaabbate namoota 15 of jalatti hammatee kun Tigirticha Kolonel Kibra-qaal jedhamuun kan hoogganamu yeroo ta’u, miseensotni koree kanaas Tigrootaa fi Amaarota Afaan Oromoo dubbatan akka ta’e oduun kun ni hubachiisa.
Basaasotni wayyaanee tarkaanfiin irratti fudhatame kun bakki isaan itti ajjeefaman magaalaa Hoolancitiitti kan argamu mana walitti qabaa koree basaasota wayyaanee kan damee Adaamaa Abbittii Kiflee jedhamuutti oggaa ta’u, Abbittii Kiflee walgahii dhoksaa kana irra turee yeroof tarkaanfii kana jalaa kan miliqe ta’us, yeroo isaa eeggatee kan hin oolleef ta’uu Humni Addaa WBO tarkaanfii kana fudhate hubachiiseera. Dubartiin deggertuu sirna wayyaanee taate basaasota wayyaanee dhiiga ilmaan Oromoo dhugan kanaaf ittisa ta’uuf yaalte tokkos tarkaanfii kanaan akka madoofte gabaafameera.
Koreen basaasota wayyaanee kan damee Adaamaa afran (4)n magaalaa Adaamaa keessaa ba’anii walgahii isaanii dhoksaan magaalaa Hoolancitiitti geggeeffachuuf murteeffatanis hordoffii fi tarkaanfii Humna Addaa WBO jalaa miliquu akka hin danda’in oduun SBO dhaqqabe kun ifa godha.
Mootummaan wayyaanee tarkaanfii Humni Addaa WBO qaamota basaasaa isaa irratti fudhate kanatti rifatuun sa’aa tarkaanfiin kun fudhatamee qabee karaa Adaamaa irraa Hoolancitii, Matahaaraa irraa Awaash geessu cufuudhaan sakattaa geggeessuu irratti argama.
Tarkaanfiin humnoota diinaa fi lekkeelee isaa kanneen ummataa fi barattoota keenya irratti yakkoota adda addaa hojjetanii fi gufuu QBO ta’an irratti fudhatamu bakka marattuu babal’atee ciminaan kan itti fufu ta’uu WBOn beeksisee jira.

Friday, June 20, 2014

Kabajaa fi Salphinni Keenya, Harka Keenya Keessa Jira!

SEENAA Y.G (2005)*
Wareegamni kafalaa jirru, Kabajaa Umamaan qabnu deeffachuudhaafi. Wareegamni salphina keessatti of gatuuf kafallee jira jedhee hin amanu. Addunyaa kana irrattis, Salphina gonfachuuf jedhee, wareegama kan kafalu jira natti hin fakkaatu. Sadarkaan Siyaasa Oromoo walii galaa maal irra akka jiru har’a walitti himuuf yaaluun yeroo ofii gubuudha. Sadarkaan dammaqiinsa Ummata keenyaa Biyya keessaa fi alaa irra ga’ee jirutti dhimma yoo baanee, kabajaa keenya addunyaa irratti deeffachuuf amni deemnu gabaabaa ta’a. garuu, yaada ofii guuttachuuf jecha, Seenaa Ummata keenyaa kabajamaa kanatti qoosuu egalame itti fufna taanaan, salphinni akka dhunfaattis ta’ee walotti nu mudatu dhihoo jira. Sochii amma itti jirru kana daran jabeessinaan, kabajaa keenya diina harkaa fudhanna osoo hin taanee, kabajaa harka keenya keessa jiru bakkatti deeffachuun salphaa ta’a. diinni kabajaa namaaf gumaachu hin jiru. diinni kabajaa namaa hin beeku. addatti warri habshaa. Kana irraa eeggachuun gonkumaa balballi isaa cufamuu qaba. Obsi kanaaf jirus dhumateera. Kabajaan keenya harkuma keenya keessa waan jirtuuf, hojiin ykn wareegama barbaachisu baafnee ofiin goonfanna.diinni kabajaa qabnu kana bakkatti akka hin deeffanneef karaa nutti cufee jira. Kabajaan keenya Oromummaa keenyadha. Kabajaan keenya, Aadaa, Seenaa, Biyya, Qooqaa fi jiruu fi jireenya keenyadha. Kun ammoo harka keenya keessa jira malee, harka diinaa hin jiru. Kanaaf, kana bakkatti deebisuun qooda keenya. diinni Aaadaa, Seenaa fi kkf nu fidee bakkatti deeffadhaa jedhu hin jiru. Kanaaf, Sochii amma itti jirru kana irraa tarkaanfi tokko illee duubatti jennaan, ykn diinni akka nu seenu karaa saaqinaan garuu, salphina harka keenya keessa jiruf carraa laannee jechuudha.
Dhalli Oromoo kabajaa Umamaan waaqayyoo isaaf kenne deeffachuuf, eenyun illee daboo kadhachuu dhaquu qofaa odoo hin taanee, yoo kadhaa dhaqe illee daboo kan isaaf ba’u akka hin qabne, sochiilee baatiilee lameen kana irraa barachuu qabna. Of-irratti hirkannoon keenya kan yeroo kamirrayyuu caalaa amma nu barbaachisa. Akka siyaasaatti nama ijoollee keenya waliin hiriiree mormii keenya deeggaru ykn ijoollee keenya ykn Ummata keenya waliin wareegama baasu arguu dhabuun keenya, kabajaa eenyummaa keenya deeffachuuf sochii itti jirru duubatti deebisuu akka hin dandeenye hubachuu nu feesisa. Ummatootaan wal ta’anii socha’uun akka siyaasaatti barbaachisaadha. Ummatoonni ilaalachaa fi sochii mataa isaanii irraa ka’anii, yeroo nuuti barbaannutti nu waliin dhaabbachuu dhabuun isaanii, qabsoo Ummata kanaa ykn Ummanni Oromoo kabajaa isaa deeffachuuf carraaqu gufachiisa jennee yaanna taanaan, bakka Loon hin oollee dikee barbaacha dhaquun tokko ta’a. gama kanaan ejjannoo jabaa qabaachuu nu barbaachisa. kabajaa mirga Umamaa keenyaaf adda durummaan kan hiriiruu fi bakkaan ga’achuuf tattaafachuu qabu nu qofaadha. Nuuti kabajaa keenya goonfachuu miti, daandii kabajaa keenyaa eenyatti nu geessu irra imaluu eegallaan, Ummatoota nu waliin jiraatan miti, Addunyaatu nu waliin dhaabbata. Kanaaf, gochii diinaa nuun biyya sana keessaa moggeessee nu miidhuuf deemu, caalaatti akka sibiilaa walitti nu jabeessu qaba malee, seenaa kaleessaa gannee dirree salphinaa keessa nu dhaabbuu hin qabu.
Haala amma itti jirru irraa, mata duree salphinaa kaasuun dhageettii dhabuu ta’a jedheen amana. Waan keessa dabarree irraa garuu, Addunyaa kana irratti waan akka “salphachuu” fokkiftuun akka hin jirre akkaan nu galeera jedheen yaada. kanaaf salphachuun yoo jiraate illee sadarkaa nama dhuunfaatti akka gadi bu’u hin shakku. Kun ammoo, Umama namaa waliin waan wal qabachuu danda’uuf, adeemsa keenyaaf rakkoo ta’a jedhee hin dhiphadhu. Jallannus jibbinus, dinnis jaallatus jibbus, “KABAJAA MIRGA UMAMA KEENYAA” bakkatti deeffachuu akka dandeenyu mirkaneessineerra. kana wayita jennu, Kabajaa Mirga Umama keenyaa bakkatti deebisuuf wareegamni baafamuu kan eegale har’aa jechuu miti. Kan Bilisummaa isaaf jedhee wareegama bifa kamiitu, bara gabrummaa jalatti kufnee kaasee baafmaa jiru ni hammata. Yoo waggoota 15n dabran keessa, rakkoo keessa keenyatti umame irraa kaafnee kan ilaallu yoo ta’e garuu, kan akka baatiilee lameen dabranii kana Oromoon Biyya keessaa fi alatti kabajaa isaaf of kennee sagalee isaa dhageesise of kabachise jira jennee kan dubbannu hin jiru. kanaaf sochii kana itti fufsiisuuf haalli fuldura keenya jiru mijataa waan ta’eef, caalaatti akkamiin waan kana jabeeffanna? kan jedhu irratti yaada walii laachuun dansaadha jedhee amana.(har’aaf muraasa isaaniin kaasa. Yeroo isaatti ammoo kanneen hafanitti deebi’a)
= Lammiilee Oromoo Ummata isaaniif jedhanii hanga har’atti lubbu isaanii bakka bu’aa hin qabne, Ummata isaaniif dabarsanii kennaniif, eenyun olitti kabajaa kennufiin barbaachisaadha. itti aansee kanneen jireenya isaanii guutu qabsoo Bilisummaa Oromoof of kennaniif kabajaan kenninu kan waan xiqqoon sharafamee, akka Alaabaa ganama ol baafnee, ganama gadi buufnuu ta’uu hin qabu. Akka walii galaatti, Injifannoo kan caalaa galmeesisuu fi kabajaa keenya bakkatti deeffachuu barbaanna taanaan, kabajaan walii keenyaaf qabnu bakka ol aanaa qabaachuu hundumtuu hubachuu qaba. wal dhaga’uu fi wal kabajanii waamicha walii dhaggeeffachuu, akkasumas, kabajanii argamuu irraa baatiilee lameen kana bu’aan gama siyaasaan argame mee ilaalaa . kanaaf adeemsi kun haalaan jabaatee itti fufu qaba. keessattu miisiyaalee Oromoo walaba ta’anii sagalee Ummata isaanii dhageesisuu irratti ejjannoo tokko qabaachuun isaaniin Seenaa yoomillee hin haqamne hojjataniiru.
= Rakkoolee kaleessa gidduu keenyatti dhalatanii har’a garuu irraa barannee jirru akka hin deebineef, hundeedhaa akka nu keessaa buqqa’uu taasisuun, adeemsa keenya caalaatti wal irratti amantaa jabaa akka qabaannu taasisu irratti haalaan hojjachuu nu barbaachisa. Tolaas hojjannu, badaas hojjannu bu’aan gama lameenii, salphina ykn kabajaa keenyaaf ta’uu beeku nu barbaachisa. Waan hojjannu hundumaa akka yaada dhuunfaatti odoo hin taanee, hojii salphinaa irratti bobbaanus, kabajaaf bobbaanus, hundumtuu, kabajaa fi salphina Ummata keenyaa irratti dhiibbaa akka qabu, dursanii xiinxaluu akka nu barbaachisu qalbeeffachuun gaariidha. Addunyaa odeeffannoon barruu harkaa irratti ilaalamaa jirtu kana keessa wanni hojjannu hundi Ummata bira ga’uu fi miidhaan isaaniis, gaarummaan isaaniis ammuma sana akka ariifatu beekuun baroodha.
= Jabiinni Hawaasa Oromoo Biyyoota alaa keessatti qalbifannee keessaa tokko, Dhimma Oromoo irratti hundumtu tokko ta’ee dhaabbachuudha. Qabsoon keenya lubbu godhatee rakkoo keessa ture keessaa ba’ee miila Lamaan dhaabbchuuf kan isa geesisaa jiru tokko, Tokkummaa Ummata keenyaati. Wanni nama raaju, Dhalli Oromoo ani Oromoo miti jedhee halgaa ta’ee hojii halgaa Ummata isaa irratti gaggeessu jiraachuu dhibuudha. fakkeenyaaf Oromoo , Ani Tigireedha jedhee dhaabbate hin dhageenye jechuu kiyya. Garuu Ani Oromoodha jedhee kaan jalatti hiriiree yaada Halagaa raawwachiisuuf kan hojjatu guuteera. Kana jabiinuma keenyatu karaa irraa maqisa. Isaan asitti garuu ilaalchaa fi fedhiin sadarkaa Ummataatti, Dhaabbilee siyaasaa Oromoo yeroof karaa irraa maqan waliin daddabee rakkate gonkumaa hin dhageenye. Kana jechuun, Tokkummaan Ummata keenya keessatti mul’atu dhaabootuma siyaasaaf iyyuu fakkeenya ta’un isaa, addunyaa irraa addaa nu taasisa. Kana addunyaan nu faarsite jennee hin eegnu. Nuumatu waan harka keenya keessa jiru dhugeeffatee addunyaatti baafata malee. Kanaaf Hawaasi Biyya alaa, Dhimma Oromoo irratti waliin dhaabbachuu, sagalee Oromoo dhageesisuuf hojiilee gama hundaa walitti fufiinsa qaban qopheessanii gama hundaan itti fufutu irraa eegama.
Kanaan ala Sochiilee nuuti Biyya alaa keessatti gaggeessinuf humna nu barbaachisa taanaan, toftaalee humna nu taasisan ummachuun barbaachisaadha. Qabsoo Ummata kanaa itti fufsiisuuf deeggarsa waa hundaa barbaada. Kana gochuuf ammoo, Ummata Biyya alaa bakkaa fi hojii kamuu keessa jiru hirmaachisuuf, qooda inni gumaachuu danda’u adda baasanii, karaa isaaf mijatuun akka hirmaatu taasisuuf hojjachuu nu barbaachisa. ABOUmmati miliyoona 40 ol miseensa koo ta’uun dirqama jedhee wayita barsiisuu dhaga’ee hin beeku. kan Ummata isaa barsiifatu garuu miseesomsee, sirnaa fi seeraan hogganee hojjachiisuun addunyaa irraa adda isa hin taasisu. Waanuma addunyaan itti jirtuudha. ABOn hojii isaa keessaa harka guddaa xumureera. Kan hafu yoo jiraate, qajeelfama laatee Ummata sochoosee galii isaa rukuchuu qofaadha. Kun ammoo yeroo isaati. Kana milkeessuuf sochiin gama hundaan jiru argaa fi dhaga’aa jirra. Kana Utubuuf, sochii akkamiitu Ummata Biyya keessaa fi alaa irraa eegama? kana akka dansaatti irratti hojjachuu barbaachisa. Kan dhaaba ilaalu dhaabaaf dhiisee, akka Ummataatti garuu odoo dhaaba hin eeggannee dhimma Oromoo addunyaatti dhageesisuuf kan hojjannu ammallee hedduutu jiraa itti haa fufnu.
Akka deeggaraatti, akka Afooshaatti, akka waldaalee adda addaatti, akka ogummaatti, akka walitti dhiheenya jireenyaatti, kkf wayita wal gurmeessinu, kaayyoo itti gormoofnee fi maaliif akka gurmoofne akkuma yaannu hundaa, Qabsoo kanaaf gama maaliin deeggarsa gochuu dandeenya? gurmaa’uu keenya kana irraa warri kaan maal barachuu qaban? fakkeenya gama kami ta’uutu nu irraa eegama? jedhanii dhaabbii hin daddaaqamne qabatanii, waliin dhaabbachuun fardiidha.Tokkummaa Ummata keenyaa kan hawwiinu yoo taanee, akkamiin gormaa’uutu nu irraa eegama? jedhanii of gaafachuu. Rakkoon tokko yoo dhalattee gargar faca’uu odoo hin taanee, rakkoo sadarkaa kamittu umamu, hiiku qabna jedhanii waliin dhaabbachuu irratti cichoomina keenya argisiisuutu barbaachisa. Siyaasa miiraan oofamu keessaa ba’uun hedduu barbaachisaadha. bubbeen yeroof dhufu yeroo hundaa waa hedduu akka gaaga’u beekuun dansaadha.
= Akka walii galaatti kabajaan keenya harka keenya keessa jira yennaa jennu, sadarkaa dhunfaa fi maatii irraa akka eegalu hubachuu nu barbaachisa. Yaadi Afaanii hanga funyaanii yeroo hundaa nu miidha. Ejjannoo dhaabataa qabaachu dhabuunis nu miidha. Kabajaa keenya goonfachuu barbaanna taanaan, kana hundaa keessaa baanee sochii itti jirru jabeessutu furmaata nuf ta’a. waan jiru hundaa saganteeffachuu fi of gamaagamaa deemuun, karoora yeroo dheeraa fi gabaabaa baafatanii Mormii Biyya keessaa fi alaa ammllee itti jabeessuun waan itti wareegamaa jirutti kabajaa horuu danda’a. yoo ta’uu baate warra yeroo tokko iyyee yeroo biraa callisu taana. Dhimmi keenya addunyaa irratti akka belbeltuu kan taasise sochii keenyadha. Sochiin kun boruu humna waraanaatti geeddaramuun isaa waan hin hafneedha. Kanas nuumatu tolfata. Kanatti ce’uuf hojiilee dursa hojjatamuu qaban dhumachuu qaban.
Ummati tokkummaa hin qabne, waraana qabaateef milkaa’uu hin danda’u. dhaabbileen Siyaasaa tokkummaa waa maraa odoo hin qopheeffatiin waraana qabaataniif hin injifatan. Kana hundaa qindeeffachuuf yerootu ga’ee jira. Warri Afaan Qawwee kana qajeelfatan ammoo, daandii tokkon imaluuf sochii keessa deebii hin qabnetti jiru. Ummatis gama kanaan qophaa’uun barbaachisaadha. dhimmi Oromoo Qawween alatti furmaata akka hin arganne dhugoomee jira. Kanatti ceene kabajaa keenya horachuun ammoo, filannoo biraa hin qabu. Muranoo fi hojii jabaaf of qopheessuun yeroon kan laatamuuf miti. Kanaaf waan duubatti nu danqu hundaa of keessaa buqqisuun hedduu barbaachisaadha. haa jabaannu. Kabajaan keenya wareegama keenyaan, harka keenya keessaa baafnee katabnee labsanna. Kun raaga miti. Haqa qarqara irratti nu hafteedha. Wanni eegalame tokko xumura qabaachuun seera umamaati. Nu bira ga’ee hin faalla’u. yoo yeroo fudhatees, milkaa’uun isaa waan hin hafne. Addunyaa irratti Kabajaa barbaannuf, kabajaa nuuti waliif qabnu bu’ura. Kabajaa nuuf malu nuun alatti eenyullee beeku hin danda’u. beekanis nuf hin kennan. ega of kabachiifnee booda garuu, kabajaa nuuf malu, addunyaatu nu dursee labsa.
GALATOOMAA!
HORAA BULAA!
* SEENAA Y.G (2005): Burqaa430@gmail.com

Human Rights League of the Horn of Africa (HRLHA) 26th Session of United Nations Human Rights Council Geneva, Palais des Nations,

Presented By :Garoma B. Wakessa : Executive Director of HRLHA

June 19, 2014

Ethiopia: Gross Violations of Human Rights and an intractable conflict

Introduction: It is common in democratic countries around the world for people to
express their grievances/ dissatisfactions and complaints against their governments by peaceful
demonstrations and assemblies. When such nonviolent civil rallies take place, it should always
be the state's responsibility to respect and guard their citizens' freedom to peacefully assemble
and demonstrate. These responsibilities should apply even during times of political protests, when
a state’s own power is questioned, challenged, or perhaps undermined by assemblies of citizens
practicing in nonviolent resistance. If a government responds to peaceful protests improperly, a
peaceful protest might lead to a violent protest- that could then become an intractable conflict.
Government agents, most of all the police, must respect the local and international standards of
democratic rights of the citizens during peaceful assemblies or demonstrations.
 The Constitution of the Federal Democratic Republic of Ethiopia (1995), articles 29 and
30, grants democratic rights to Ethiopian citizens without distinction1
. Under these articles, the
right of thought, opinion and expression, the right of assembly, demonstration and petition are
the legitimate rights of Ethiopians through which they can express their opinions and
dissatisfactions with the performances and activities of their government. The UN Human Rights
council 19th
 Session (A/HRC/19/L.17), on March 19, 2012 and 25th Session
 (A/HRC/25/L.20,) on
March 24, 2014 Resolutions #2 calls upon governments to uphold their responsibilities to
promote and protect human rights in the context of peaceful protests “ States have the
responsibility, including in the context of peaceful protests, to promote and protect human rights
and to prevent human rights violations, including extrajudicial, summary or arbitrary executions,
arbitrary arrest and detention, enforced disappearances, and torture and other cruel, inhuman
or degrading treatment or punishment, and calls upon States to avoid the abuse of criminal and
civil proceedings or threats of such acts at all times;”
Read more at ayyaantuu

Washington State Senators write to Secretary of State John Kerry about ‪#‎OromoProtests

letter_to_kerry_full


Thursday, June 19, 2014

UNPO Condemns Recent Crackdown of Oromo Student Protests by Ethiopian Government - See more at: http://www.unpo.org/article/17246#sthash.OgZufWki.dpuf

Following last month’s violent answer of the Ethiopian armed forces against peaceful protesters in Oromia, UNPO expresses its support to the victims’ families. Urgent attention from the international community to the situation of the Oromo people in Ethiopia is required.
Over the course of the month of May, students in Oromia have been facing harsh repression by Ethiopia’s authorities. The peaceful student protests against the government’s planned education reforms, were met by excessive violence, causing the death of approximately 30 students and teachers. Reportedly, the youngest victim was only 11 years old. Ever since, international outrage spread, and in many cities solidarity protests were held. The Ethiopian Government has denied any responsibility, and is exercising a strict control over the local media.
By staging the protests, the students wanted to express their concern about the government’s project to expand the municipal boundaries of the capital city, Addis Ababa. This would imply that the Oromo students’ communities, currently under regional jurisdiction, would no longer be managed by the Oromia Regional State. In addition, the reform would include the displacement of Oromo farmers and residents. Considering their vulnerable status in Ethiopian society, this would make the situation for Oromo individuals even worse than it already is.  
The discrepancy between the nature of the protests and the Ethiopian authorities’ reaction is extremely alarming, and gives further evidence of the human rights abuses to which the Oromo community is systematically subjected in Ethiopia. The Oromo suffer from severe discrimination, not only in terms of freedom of expression, as was the case in these recent events, but also in terms of basic human rights, cultural expression, socio-economic conditions and political representation.
Housing development in Ethiopia regularly happens at the expense of Oromo farmers, who are forced to give up their lands, with insufficient or no financial compensation in return. These acts of forced removal or land grabbing are mostly achieved through violent attacks and killings. Over the past few years, many reports stated that Oromo individuals had been killed by the Ethiopian Special Police Forces, including women and children. According to a recent report published in 2013 by Human Rights Watch, numerous Oromo political prisoners were tortured and executed in secret prisons in Oromia and Ethiopia. 
UNPO strongly condemns the crackdown on the Oromo community and urges that those responsible are held accountable. UNPO furthermore calls on the Ethiopian government to stop violating the fundamental human rights of its citizens, and to respect and abide by the international conventions it signed and ratified.  
- See more at: http://www.unpo.org/article/17246#sthash.OgZufWki.dpuf



=>unpo

The 1991 Resolution of the Oromo Assembly at Odaa Bultum

By Leenjiso Horo

Introductory Note
It was in May of 1991, the Tigrayan People’s Liberation Front (TPLF) marched into Finfinnee – the capital city of Oromia, using force and violence. That is, it seized political power in the empire in blood and violence. As soon as it set its feet in Finfinnee, it embarked on a widespread campaign of killings and kidnappings, intimidation, incitements, abuses, terror, and violence of varying proportion against the Oromo people. Since then, it has been ruling the empire with an iron fist, blood and violence. It did not take long time for the Oromo people to recognize and understand the TPLF’s true nature, its character and its mortal danger to Oromia and to themselves. It was with this understanding that they called upon the Oromo political organizations to unite and fight. The call was not well received by some political organizations. It was during this time that the Oromo representatives from eleven regions of Oromia gathered atOdaa Bultum in December of 1991 and passed important resolutions. In the resolution, the representatives stated that the Oromo people would never sacrifice their birthrights, their dignity, their honor, and freedom to make peace with the alien force that had occupied their country, and so they demanded the TPLF to immediately and unconditionally terminate its interference in the internal affairs of Oromia. Hence, TPLF regime has been suffering serious crises of legitimacy since it assumed the political power in the empire. It has never earned legitimacy since it appeared on the political stage of the empire.
Finfinnee is a three-way capital city. It is a capital city of Oromia, the empire of Ethiopia and Africa. Neither Oromia nor the other two invited TPLF to Finfinnee. It had no legal base to entry Oromia, and hence, Finfinnee. Hence, its entry was illegal. And, ever since, it has remained an illegal and illegitimate entity. Moreover, the Oromo people are uniquely the sole owner of Finfinnee. It is Oromo’s socio-political and cultural center. However, the Oromo people have become the victims of TPLF rule in their own country. It specifically targeted the Oromo population for total annihilation. The TPLF regime is prone to murder people en mass. It is a regime that has encapsulated every evil of the Nazis. From the pinnacle of power, it has initiated and implemented a state-sponsored and a state-organized genocide against the Oromo people. Its goal is and has been to drive the Oromo from Finfinnee and its vicinity. It is an enemy with unbridled greed, and insatiable lust for wealth and power. It has usurped the ownership of land from our people. Since then, it has been destroying Oromia’s landscape, Oromo’s economy, social cohesion and environment in Oromia. Ever since it arrived in Oromia, it has been vandalizing, plundering and pillaging the wealth of the Oromo nation. It sees Oromia as its oilfield and the Oromia’s fertile farmland as its oil that brings wealth and power to it, to its members and its supporters.
By now, it must be understood that the TPLF is a fascist regime with an insatiable propensity to committee genocide. In Oromia alone, it has already set in motion policies of destruction primarily aimed at the total extermination of the Oromo people. The Addis Ababa Master Plan (AAMP) is one of its policies. The initiator, instigator, and implementer of this policy is the TPLF regime. Since its seizure of political power in violence, it has been persistently engaged in mass massacres of civilians. Now, it has made the Oromo school children its latest victims in its waves of mass massacres. Consequently, the streets in cities towns, and villages in Oromia are stained with the slaughtered bodies of the Oromo school children. Such mass massacres have given rise to genocide unseen in the Ethiopian empire since the conquest of Oromia by Menelki II of Abyssinia, a century ago. Despite all these, in a strange twist of history, the OPDO is still working with this fascist regime to implement its policies, and the others are still seeking for some type of accommodation with it. Furthermore, by using State power, the TPLF regime has annexed the Oromia region of Wollo and has given it to the Amhara region. In so doing, it has set in motion a time bomb for the future conflict between Amhara and Oromo over Wollo. Along with this, it has also been inciting to violence people against each other – those peoples who have been living side by side as good neighbors in peace and harmony for centuries. Simply put, TPLF has been preparing conditions for the peoples of the empire to descend, step by step, into a war of all against all.
Today, the TPLF regime has engaged in the process of partitioning Oromia. Its “Addis Ababa Master Plan” is a euphemism for partition of Oromia and annihilation of the Oromo population. This must be clearly understood. If it is allowed to be implemented, this “Master Plan” destroys Oromia, and with it, Oromummaa (Oromoness), the Oromo people and their institutions. Such are the objectives of the TPLF in this plan. Hence, in the name of this “Master Plan,” the TPLF regime has been committing genocide against the Oromo people on a mass scale, and now against the Oromo youth. As a consequence, today, streets in cities, towns and villages in Oromia are filled with dead and dying Oromo children. Unless we stop this sinister plan here and now, we may run the risk of Oromia marching to its death with its people. And, it goes without saying that a nation that fails or that is unable to defend, protect itself and its children against a genocide, and a nation that fails to defend, protect and control the territorial integrity of its country, its natural resources – the land, the rivers, the lakes, mountains and etc, and its environments – from destruction by the enemy, is a nation that marches to its death. Here, it must be crystal clear to all the Oromo nationals that the greatest threat to Oromia and to the survival of its people is TPLF. For this, the eviction of TPLF from Oromia and its liquidation must be the first order of the day of the Oromo national liberation struggle.
The Oromo question is a colonial question. A colonial question is a question of total independence. It is for this, the Oromo people have been fighting since their colonization, and the Oromo Liberation Front (OLF) since its inception in 1970s. In a colonial question, the phrase the right of nation to self-determination means the right of colonialized nation to establish its own independent and sovereignty state – a separate polity. It has no other meaning than this. Hence, a colonial question is neither a question for regional autonomy, nor a question for federalization – nor for democratization of an empire, but it is a question for independence. In a struggle against a colonial occupation, to abandon armed struggle in the fight for independence and to opt for empire federalization or empire democratization is to opt to see one’s own country and people degraded and dishonored and their people’s aspiration for liberation destroyed. And such is construed as a crime against one’s own country and people. Armed struggle must be seen as the only solution for the colonized peoples to fight and defeat colonial occupation. With this in mind, one must also clearly understand that it is only the independent and sovereignDemocratic Republic of Oromia that alone can decide as to whether Oromia opt to remain independent state, or opt to re-join other nations and nationalities in a form of a new political arrangement. Hence, on these issues, no one has such jurisdiction, except the Oromo people. This means, no organization or group has the right to decide on the future of Oromia and its people. This is clearly stated in the Political Program of the Oromo Liberation Front (OLF) and in the Resolution of Oromo Assembly atOdaa Bultum of 1991.
Oromia Shall Be Free!
Gadaa.com
The Oromo Assembly at Odaa Bultum
December 11, 1991
To Oromo Economic Association
Dear Sirs:
We, the representatives of the associations of the eleven Oromo regions, have deliberated a meeting at Odaa Bultum, Habro District, Western Hararge. There we thoroughly discussed the current political situation prevailing in Oromia and passed the resolutions. That is enclosed.
Thank you!
Gadaa.com
THE RESOLUTION OF THE OROMO ASSEMBLY AT ODAA BULTUM
(DECEMBER 4, 1991)
The Representatives of the Oromo Regions at Odaa Bultum
1. Wallaga Oromo
2. Hararge Oromo
3. Arsi Oromo
4. Jimma Oromo
5. Wallo Oromo
6. Ilu Ababora Oromo
7. Gojam (Wombera) Oromo
8. Shewa Oromo
9. Bale Oromo
10. Boran Oromo
11. Guji Oromo
12. Oromo Health Professional Association
13. Oromo Lawyers Professional Association
14. Oromo Economists Professional Association
15. Oromo Workers Professional Association
Resolutions of representatives of Oromos drawn from eleven regions, various professional associations and mass organizations
It is nearly over a century now since Menelik II, using modern weaponry and expert military advice supplied to him by Europeans, colonised Oromia and that the exploitation of human and material resources of Oromo land started.
Ever since the colonisation, the Oromo people have waged uninterrupted struggle to regain their lost sovereignty. This uninterrupted struggle of the Oromo people, together with the struggle of other peoples in the Empire, resulted in the downfall of the Haile Sellassie I regime, and subsequently in the crumbling of the Derg regime.
In the long history of the struggle against the Derg regime, the “London Peace Conference” was a turning point. It paved the way for the July Conference that was held in Addis Ababa. This historic conference gave birth to the Charter governing the transitional period in Ethiopia. In this Charter, the rights of nations to self-determination is unequivocally affirmed. This attempt to resolve conflicts in the peaceful way gave hope to all concerned that people’s demands would be addressed democratically.
This is not to be, and the EPRDF is the obstructing the smooth implementation of the Charter. To give political competition a chance and prevent it from being transformed into armed conflict, we, the representatives of various professional associations and mass organizations, have gathered here today at this historic place Odaa Bultum, in Habro district of Hararge, and discussed the prevailing situation in Oromia. After exhaustive discussion and long deliberation, we have resolved the following:
1) The EPRDF is currently engaged in harassing, intimidating, imprisoning, torturing and killing the Oromo people. We demand the immediate coming to end of these unwarranted acts and that the EPDRF army returns to its barracks unconditionally.
2) The right to decide Oromia’s future has to be left to the Oromos. Accordingly, we demand the immediate termination of interference by alien forces in the internal affairs of Oromia.
3) In different parts of Oromo regions, such as Arsi, Bale, Jimma, Walo, Hararge, Shawa and etc., forces of the former Amhara ruling class, in collaboration with the EPRDF forces, have been engaged in mass massacring of innocent Oromos, and in destruction of Oromo shelters and crops. We demand that such atrocities be stopped immediately that the victims of this crime be compensated and provided for.
4) The EPRDF forces, through their actions, have made their anti-Oromo stand clear. Therefore, the Oromo people do not entertain the illusion that such a force would guarantee its peace. In the light of this fact, the EPRDF force’s role of maintaining peace in Oromia goes contrary to the interest of the Oromo people. We fear that the move would aggravate the already existing problems of our people. Condemning their atrocious acts, we strongly believe that the right to maintain peace and order in Oromia should be left to Oromos.
5) Currently, the EPRDF has stepped up its malicious propaganda, directed at creating mistrust and hostility among the Oromo people and their neighbours with the objective of alienating the Oromo people from natural allies. We strongly demand that they immediately refrain from such ill-intended maneuvers.
6) With the ill-intention of creating artificial divisions among the Oromo people, the Wallo Oromos are arbitrarily annexed and included in the Amhara region. Condemning this arbitrary division, we demand for the re-incorporation of Wallo into Oromia.
7) In the struggle aimed at overthrowing the Derg regime that the part played by the EPRDF forces was decisive is recognized. Therefore, the Oromo people owe to it a debt. But Oromos will never ever sacrifice their birthrights and freedom in exchange for the debt payment.
8) We hereby would like to bring to the attention of peace-loving and democratic forces, and international communities that failure to meet our demands is in breach of the articles 1, 2 and 13 of the Charter, and is a violation of the Charter on the part of the EPDRF. On the behalf of the Oromo people, we appeal to the international community to urge EPRDF to abide by the July Charter and express their solid support to avert the suffering of our people.
The Oromo Assembly at Odaa Bultum
December 4, 1991

Ethiopian military killed civilians in Ogaden.

Jijiga, June 18, 2014 – Ethiopian troops committed killing and detention on several people at Fik town in the remote region of Nogob, located in the west of  the Somali region..
The residents in the town told the Nogob news website reporter in Jijiga.  Ethiopian military based in outskirt of the town carried out an investigation raid during sleeping hours on last Sunday. The incident came while two elder Ethiopian envoy Ahmed Yusuf Habane and Mahdi Ayub escaped nearly to catch ONLF Insurgent army.
The armies took out from their homes eleven people, where they executed three men and detained eight people include two females.
A resident in Fik who refused to be revealed his identity in this news for safety reasons confirmed to the reports the execution and detention in the town. Resident told that they had buried three bodies of young men found at the center of the town on Monday morning. And families revealed two females detained  in Fik town named Hodan Tamaan and Ubah Abdi and unnamed six men.