(Note: more photos of the injured Oromo students can be viewed below.)
BACKGROUND
On April 26, 2014, Oromo students’ nonviolent protest was held at Wallaggaa University against the plan (called the Addis Ababa Master Plan) to evict millions of Oromo farmers and dispossess them of their land in Oromian districts surrounding Finfinnee under the pretext of the “urban development of Addis Ababa.” At the peaceful rally, the TPLF Ethiopian regime’s Military-Police shot at, battered and injured several unarmed students. Photo below shows the peaceful rally up to the point of the intrusion by the TPLF Military-Police into the Wallaggaa University campus to shoot and batter the unarmed students.

According to published data, under the current TPLF regime, Addis Ababa has expanded by ~400% since 1991 (from ~13,763.3-ha in 1991 to ~52,706.2-ha in 2014 – see data here); even though the Oromiyaa Region is a federally constituted state, it continues to be annexed by the Habesha government of Addis Ababa.
Political analysts have stated recently that the current Addis Ababa Master Plan will potentially divide the Oromiyaa Region into two by the proposed Addis Ababa’s annexation of Central Oromiyaa, and the subsequent eviction of the Oromo farming communities in Central Oromiyaa under the pretext of “industrial zones.” There are at least 8 industrial zones all over Oromiyaa, such as the Malka Jebdu area under the Dire Dawa Industrial Zone, the Ambo Industrial Zone, the Chinese-owned Bishoftu Eastern Industrial Zone – which is slated to extend all the way to Asella in Arsi Zone of Oromiyaa in the coming few years.
————————–
QEERROO.org: FDG Gootota Barattoota Oromoon Qabate Itti Fufuun Har’as Yuuniversitii Wallagga Keessatti Haalaan Jabaate. Barattooti Oromoos Waraana Wayyaanee Agaazii Jedhamun Reebaman
(QEERROO.org) – Gabaasaa: Ebla 27/2012 FDG Gootota dargaggoota Barattoota Oromoo Yuunivarsiitii Wallaggaa jabaatee itti fufuun guyyaa har’aa Ebla 27,2014 falmaa jabaa keessa oolan.Goototni barattootni Oromoo gaaffii keenyaaf deebiin nuu kennamuu qaba jechuun guyyaa lammaffaa ganama irraa eegaluun dhaadannoo dhageesisa turanii jiru.
Mootummaan abbaa irree akkuma amala isaa gaaffii barattoota karaa nagaa fi demookiraasii dhiyaateef deebii humna waraanaa fi loltuu of harkaa qabuu fi qawweetti dhimma bahuun barattoota Oromoo dararuu irratti argama. barattootni hedduunis humna waraanaa kanaan qabamanii hidhamaa jiraachuu maddeen keenya gabaasaniru, barattootni Oromoo hedduun humna polisii federaalaatiin rebbichaa cima irra ga’ee yeroo amma Hospitala Naqamatee galanii jiraachuun ibsamera. barattoota humnota federaala wayyaaneen midhaan qaama isanii irra ga;ee kunis:
1. Barataa Dawuti Gonfaa,
2. Barataa Abdiisaa Nagaasaa,
3. Barattuu Geexee Tafarii,
4. Barataa Ababa Kumarraa,
5. Barataa Tashoomee Daawuti,
6. Barataa Dasitaa kanneen jedhaman kan keessatti argamaan humna poolisii Federaalaa Wayyaaneen reebamani midhaan qaama kan irra ga’ee ta’uun ibsamera.

Goototni Barattootni Oromoo Yuunibarsiitii Wallaaggaa akkuma gootota barattoota Oromoo Yuunibarsiitii Jimmaa, hidhaan, reebichii, doorsifnii, barnoota irraa arii’atamuun duubatti nu hin deebisu jechuun guyyaa har’aas FDG itti fufanii olaniiru.Maqaa barattoota hidhamanii guutuu fuula duratti dhiheessina.
Gama biraan waraanni Wayyaanee kan Agaazii jedhamee beekamu magaalaa Naqamtee qubachuun uumata goolaa jira. Addatti Yuuniversitii Wallaggaa keessa namoota barattoota basaasan dabballoota OPDO kanneen akka:
1. Tafarii Xiyyaaroo Bulchaa Godina Wallaggaa Bahaa
2. Tolasaa Waggaarii Bulchiinsa magaalaa Neqemtee irraa
3. Eebbaa nama jedhamu itti aanaa President Yuunibarsiitii Wallaggaa kanneen jedhamanii qabachuun barattoota itti roorrisaa jiraachuun beekame.
2. Tolasaa Waggaarii Bulchiinsa magaalaa Neqemtee irraa
3. Eebbaa nama jedhamu itti aanaa President Yuunibarsiitii Wallaggaa kanneen jedhamanii qabachuun barattoota itti roorrisaa jiraachuun beekame.
Muktaar Kadir haala kana dhaamsuuf jecha naannoolee FDG ka’an mara irra naannawuun milishootaan qabatee uumataa fi barattoota akka sodaachisaa jirus odeessi jiru ni addeessa.
=>gadaa
No comments:
Post a Comment