Oromo Protests – 100 days of Public Protest
(Ayyaantuu) Oromia, the largest regional State in the Ethiopian Federation, has been rocked by series of protests in the past 100 days since mid-November 2015. The protests began with the aim of having the proposed Master Plan of the capital, Addis Ababa, officially referred as the ‘Addis Ababa–Finfinne[1] Integrated Development Plan’ (‘Master Plan’) scrapped. The Master Plan was designed by Addis Ababa City Administration in collaboration with the government of Oromia Regional State and introduced early in 2014. The protestors opposed the Master Plan, which covers 1.1 million hectare of land (approximately twenty fold the current size of Addis Ababa), saying that its implementation will result in the eviction of millions of farmers and families from their land. The first protests against the Master Plan were held mainly by students of Oromia regional State in April/May/June 2014 which resulted in deaths, injuries and imprisonment of many people all over the state. The protests erupted again in November 2015 and continued up until now.
The ‘second round protests’, as it is called by activists, took wider area and longer time than its antecedent. Police brutality have reached its climax and deaths, injuries, mass arrest, kidnapping have tragically been reported in the State. In only the first hundred days of these protests, hundreds of towns and villages have witnessed mass incidents. In addition, death tolls have reportedly reached more than four hundred, thousands of people were injured and tens of thousands people were briefly arrested. Even though the Master Plan has been officially been scrapped by OPDO, ruling party in the regional State, on 13 January, 2016, fifty four days after the second round of the protest erupted, the third round of the protests have continued with a new momentum; what has started as an opposition to the Master Plan seems to end up looking for answers of political questions that have grown in the past two decades.
The Ethiopia Human Rights Project (EHRP) has actively followed the first 100 days of the protests and summarized the issues, causes, and the human rights violations perpetrated by government security forces in response to the protests in Oromia region.
For Full Report Click Here
ሰበር ዜና ! !
የህወሓት ብሔራዊ መረጃ ከፍተኛ ሚስጥራዊ አባላት ተገደሉ!!
የብሔራዊ መረጃ የቅድመ ዝግጅት ማሰራጫና ማከናወኛ ክፍልን መሰረት ባደረገ መልኩ ለመረጃ ክፍሉ ሐገር ለሐገር እየርተዘዋወሩ ሲሰልሉና ወሬ ሲያቀብሉ እንዲሁም ያለአግባብ ወገኖቻችንን ሲያሳስሩና ሲያስገድሉ የነበሩ አራት ቁልፍ አባላቶች መገደላቸዉን ታማኝ የመረጃ ክፍሉ ምንጫችን ሚስጥር አዉጥተዋል። ተጠሪነታቸዉ ለመረጃዉ ክፍል ዳይሬክተር ብቻ እና በከፍተኛ ሚስጥር ከሌሎች አባላት እንኳ በተሰወረ መልኩ የሚንቀሳቀሱ ብዛት ያላቸዉ አባላቶች ላይ እርምጃዎቹ ያነጣጠሩ ናቸዉ ሲሉም ምንጫችን የገለጹ ሲሆን እርምጃ የተወሰደባቸዉ ግለሰቦችን ስም ከዚህ በታች አስቀምጠዋል ።
1. አቶ በኩር ባዘዘዉ ገብረህይወት
2. ቀሲስ ትንሳኤ ሃይለ መለኮት
3. ሲስተር ሳምራዊት በቃሉ
4. መምህር ጣፋ አጋፋሪ
በየካቲት 28/2008 ለመረጃዉ ክፍል የወረደዉ የሞት መርዶ ብዙዎችን ያስደነገጠ ከመሆኑ ባሻገር የአራቱም ግለሰቦች አሟሟት በተመሳሳይ ወቅትና በተለያየ ክልል መሆኑ እንዲሁም አራቱም ከተገደሉ ወዲህ ለመረጃ ክፍሉ ካልታወቁ ግለሰቦች የስልክ ጥሪ ተደርጎ በሐገሪቷ ላይ እየተካሄደ ያለዉ አፈናና ግድያ እስካልቆመ ድረስ እርምጃዉ እንደሚቀጥል ማስጠንቀቂያ መሰጠቱ ዉጥረቱን አባብሶታል።
በተለይም በኦሮሚያ ክልል እና በጎንደር እንዲሁም በኦጋዴን ክልል አካባቢ ተሰማርተዉ የነበሩ የመረጃዉ ሰራተኞች በሙሉ እርምጃ ሊወሰድባቸዉ እንደሚችል የጠቆመዉ ምንጫችን በእነዚህ ክልል የተሰማሩ አባላቶች ጠርገዉ እየወጡ እንደሆነ ለማወቅ ተችሏል።
Guyyaa Har’aa Bitootessa 10.2016 Godina Wallaggaa Anaa Jaarsoo Gandaa Haroo Biruu keessattii FXG bartoota mana barumsaa sadarkaa 1ffaa Gandichaaf ummaata waliin mormii jabaa dhageessisa jiru!
Haalumaa kanan ummannii Gadaa Gaarjoo Torbaan guyyaa har’aa Kaabinoota wayyannee kan walga’ii teesisu deeman qanneessuun nun marisistuu jechuun of irraa ari’aanii jiru!
Haalumaa kanan ummannii Gadaa Gaarjoo Torbaan guyyaa har’aa Kaabinoota wayyannee kan walga’ii teesisu deeman qanneessuun nun marisistuu jechuun of irraa ari’aanii jiru!
Godina Iluu Abbaa Boratti aanaa alge magaala Algetti mana barumsaa qophaayinaa fi sadarkaa 2ffaa kan magaala suphee sadarkaa 2ffaanis barattootni waltahuudhaan kaleessa Bitootessa 9/2016 FXG guyyaa guutuu uummatallee ida’atani fininsa olan. Manneen jireenya kaabinoota fi milishoota irrattis tarkanfi fudhatanii jiru. Guyyaaa har’as barumsi dhabbate barattootni FXG bifa qinda’aadhaan gaggeessaa jiru uummannis deggeraa jira dhukaasni isaan irratti dhukaafamaa jiraatuu qeeyron nuuf
gabaasaa jira. qonan bulaan daandii cufee jira. magaalli Algee fi suphee humna diinaan toohatamtee jirti sagalen uumatas diina sodaachise jira.
gabaasaa jira. qonan bulaan daandii cufee jira. magaalli Algee fi suphee humna diinaan toohatamtee jirti sagalen uumatas diina sodaachise jira.
#BilisummaaOromoo- (10.03.2016, #XumuraGarbummaa, Oromiyaa) Diddaa fi mormii Oromoon jeequmsa keessa kan seene OPDOn dabaree isaa, miseensota sadarkaa adda addaa irra jiran gaggaragalchuutti jira. Yeroo ammaa kanatti karaa koreen qindeestuu Godinaalee fi kaabinee Naannoo Oromiyaa qorannoo gaggeessaa jiran. Qorannoo kanas Bitootessa 10, 2016 jechuun guyyaa har’a xumuru jedhamee egama.
Qorannoon kun gaaffii uummataa gara gaaffii bulchinsa gaaritti micciruuf hojjacha ajiru. Haala kanas gaggeessitoota bakka tokko irra bakka biratti jijjiruuf hojjachaa jiru; yoo kana gochuu baatan gooftoliin isaanis ni dheekkamu. Kana sirnaan hubachuun barbaachisaa dha.
OPDOn akeeka Tigiree dhugoomsuu fi bara garbummaa ummata Oromoo irratti dheeressuuf waadaa ergamtummaa raawwachaa jirti. Kana namuu hubatee tarkaanfii fashalsaa fudhatuu qaba.

#OROMOPROTEST
Bitooteessaa 10,2016
Oduu haara ammaa magaalaa Buraayyuu nu qaqqabee
Sa’aa ammaa kanatti waraanni mootummaa wayyaanee, mana barumsaa qophaa’ina sadarkaa 2ffaa Burayyuu humna Poolisii Federaala fi waraana Agaazii itti naquun baratoota dhiiga dhangalaasa fi reeba jiraachun himamaa jira.
ammaa yoona baratoota meeqa irraa akka miidhan ga’ee hin beekamnee.

namooni gochaa kana rawwachisaa jiran keessaa ammi tokkoo maqaan isaan kan armaan gadiitti argamudha.
#OromoProtests– (10.03.2016, #EndSlavery, Oromia) This is a rally of members of Victoria’s Oromo community, Australia Melbourne, at the state Parliament House today to protest treatment at the hands of the Ethiopian government.
The protest is in response to a crackdown on Oromo protesters in Oromia, who have opposed government plans to evict farmers from their land and to demand Oromo self-determination.
Hundreds of Oromo — the largest nation in East Africa, — have been killed by the Ethiopian government since last November, and thousands more have been imprisoned for opposing the government.

======================
#BilisummaaOromoo– (10.03.2016, #XumuraGarbummaa, Oromiyaa) Kun hiriira deeggarsaa hawaasti Oromoo Australia Melbourne guyyaa har’aa fuuldura Paarlamaa Victoria biratti gaggeesse. Hiriira kana irratti haadholii, abbootii, dargaggooti fi qaamoti hawaasicha argamaniiru. Hiriira kana irratti kanneen hirmaatan wareegama ummati Oromoo bilisummaa Oromoof baasaa jiran dinqisiifataniiru. Miidhaa mootummaan Itoophiyaa ummata Oromoo irratti yeroo ammaa kanatti geessisaa jiru immoo jabeessanii balaalefaftaniiru

No comments:
Post a Comment