– El-Balad
Wednesday, July 10, 2013
Korri Gamtaa Miseensota ABO Kutaalee Amerikaa fi Kanaadaa Adoolessa 04-05, 2013 ti Magaalaalee Lakkuu Minisootaatti Keessatti Geggeefamaa ture Milkiii fi Injifannoon Xumurame
Adoolessa 10, 2013
Nuti miseensotni ABO kutaa Kanaadaa fi Amerikaa walitti dhufnee kora gamtaa bakka tokkotti geggeeffanne kora kana irratti ibsa hoggana ABO irraa haala yeroo dhimmoota QBO, haala jaarmiyaa fi siyaasaa ,haala sochii WBO, haala sochii Qeerroo biyya keessaa fi haala yeroo ammaa QBO keessa jiru akkasumas dhimmoota hawaasa keenya biyya keessatti diinaan iraarfamaa jiru irratti ibsi bala`aa fi ifaa ta`e hogganoota keenyarraa nuuf kenname irratti hundoofnee gaaffii fi deebii erga geggeeffanneen duuba haalaa fi akkaataa gara fuula duraatti Qabsoo hidhannoo jabeessinee itti fufuu qabnuu fi WBO jabeessuuf I cimsuu, Dhaaba keenya ABO fi jaarmiyaa keenya biyya keessaa fi alaan jabeessuu fi ijaaruu irratti marii bal`aa geggeeffachuun Korri gamtaa ibsa ejjennoo armaan gadii baafachuun milkii fi injifannoon xumuranne:
- Sirna bittaa mootummaa Itoophiyaa/wayyaanee ofirraa kaasuuf filmaanni tokkichaan jiru Qabsoo hidhannoo cimsinee itti fufuu ta`uu korri kun sagalee tokkoon murteeffanne.
- WBO bifaa fi sadarkaan ijaarree cimiisuun murteessaa fi fardii ta`uu isaa korri kun erga mariyateen booda waan barbaachisu hundaan bira dhaabbachuun hanga QBO ABO durfamtu bilisummaan fiixa baatutti waan dandeenyu maraan bira ni dhaabbanna.
- Jaarmiyaa keenya jabeessuu fi cimsuuf sadarkaa QBO amma irra jiru irraa gara fuula duraatti tarkaanfachiisuuf murannoo fi kutannoon hojjechuun qabsoo fiixaan baasuuf murteeffanneerra.
- Sochii qeerroon Oromoo biyya keessatti geggeessaa jiru dinqisiifataa barattootni, Barsiisotni, Qotee bulaan, Daldalaan, hojjetaan Oromoo , Hayyootnii fi beektotni, Shammaranii fi Dargaggoon Oromoo Sirna gabroofataa Mootumma wayyaanee ofirraa fonqolchitee Biyya keerratti abbaa biyyummaa keetii mirkaneeffachuuf gamtaa fi gurmuun kaatee QBO tti akka dirmattuu fi Sochii Qeeroo waliin akka hiriirtu waamchi lammummaa isiniif dhaamna.
- Ilmaan Oromoo kanneen Mootummaa Gabroofataa waliin hojjetaa jjrtan, Humna Poolisaa, Humna waraanaa fi hojii addaa addaa keessa hojjetaa jirtan, Haalli yeroo ammaa mootummaan Itiyoophiyaa/Wayyaanee unmmata Oromoorratti hidhaa fi ajjeechaa daangaa hin qabne geggeessaa jiru kan saba keenya Hundeen dhabamsiisuuf saganteeffatee hoijjetaa jiru ta`uu hubattanii QBOtti makamuun ga`ee keessan akka baatan dhaamsa lammummaa fi Oromummaa isiniif dabarisna.
- Shira Mootummaan wayyaanee ummata Oromoo fi saboota qubsumaan ollaa Oromiyaa jiran walitti buusuun tasgabbiin akka hin uumamne godhaa jirtu itti dammaqxani wal dhabbii fedhe kamiyyuu akkuma aadaatti sirna ilaa fi ilaameen akka hiikamuu fi ollummaa gaarii fi nagaan akka waliin jiraattan jabeessinee isiniif dhaamna.
- Dhumaatii Ilmaan Oromoo Godina baha Oromiyaa naannoolee adda addaa qubatani jiran irratti duula shanyii duguuggii humna addaa mootummaan Wayyaanee bobbaaseen raawwatamaa jiru jabeesinee balaaleffanna. Llubbuu ummata keenya galaafatamee fi qabeenyaa saamame maraaf kan itti gaafatamuu fi yakkamu mootummaa Itoophiyaa/wayyaanee ta`uu isaa jabeesinee hubachiisna.
- Tattaafin mooraa Qbsoo Bilisummaa Oromoo jabeesu fi tokkoomsuf jaarmootaa fi murnoota adda addaa waliin jalqabame akka itti fufu jachaa, tilmaamni tokkoomsu moraa Qabsaawotaa Oromoo akkuma duraan lafa kaayameti akka bakka gayu dhaammanna.
- 9. Maqaa Investment fi gurgurtaa lafaa/dachiitiin Qotee bulaa Oromoo qa’ee isaarraa buqqisuun akka hatattamaan dhaabbatu Jabeessinee gaafanna.
- Ilmaan Oromoo kanneen gidiraa mootummaa Wayyaanee dheessuun biyyoota adda addaatti baqatanii jiran irratti roorroo raawwatamaa jiru ni balaaleffanna. Mootummoon itti baqataniis akka mirga baqattummaa isaanii kabajan gaafanna.
- Gochaa diinummaa Mootummaan Itiiyoophiyaa/wayyaanee ummata Oromoo irratti gaggeessaa jirtu sadarkaa duguuggii shanyiitti kan tilmaamamu jannee waan amannuuf Mootummootaa fi hawaasni addunyaa falmaa ummatni keenya mirga isaatiif geggeessaa jiran bira akka dhaabbattan sagalee tokkoon waamicha goona.
- Biyyootni fi sabootni ollaa Oromiyaa martinu Sabni Oromoo saba nagaa barbaadu fi mirga namuu kan hin tuxyne tahuu hubatanii, akka qabsoo/sochii mootummaa nama nyaataa kana irratti gochaa jiru bira dhaabbatan waamicha goona.
Gadaan Gadaa Bilisummaati!
Injifannoo Ummata Oromoof!
Kora Gamtaa Miseensota ABO Kutaa Kanaadaa fi Amerikaa.
Adoolessa 2013.
Injifannoo Ummata Oromoof!
Kora Gamtaa Miseensota ABO Kutaa Kanaadaa fi Amerikaa.
Adoolessa 2013.
Ethiopia, an Identity not only imposed but also enforced upon others
By Adugna Dinka
The expansion of Abyssinia at the second half of the 19th century was the main reason for the creation of less than 130 years old Ethiopian empire. Around the end of the 19th century and the beginning of the 20th century, with the help of some European powers and the alliance they get from some northern Oromo federation, the Abyssinians managed to control and colonize Oromia, part of Somalia (Ogadenia), the sothern people (Sidama, Gedeo, Walaita, Hamar, konso, Burji …ETC), Afar, Gambela and other nations and nationalities.

The Abyssinian took a very old term ‘Ethiopia’ that
Greece used to call the people from the then southern Egypt (now Sudan) to down
to today’s Tanzania and apply it to their new empire. They register their
empire as a member of the League of Nations during the formation of this
organization. It was all after this that, they threw away their Abyssinian
‘Kaabba’ and replace it with that of Ethiopia, though they still want to be
called Abyssinians. They even managed to propagate the idea of Abyssinia being
the old Name of Ethiopia.
They didn’t stop there. They start fabricating 3000
years history for the empire they created. Of course Abyssinia may have a more
than 3000 year’s history alone, but the colonized people in the Ethiopian
empire don’t share the Abyssinian history. On the contrary, every nation and
nationality has its own separate history. The common history with Abyssinians
is not more than 130 years. Almost all the 3000 years history they teach and
advocate is Abyssinian history. They either ignore or hide the history of other
nations and nationalities in the empire.
When foreign historian or anthropologists come to the
country they misguide and provide them with their version of history. They just
try to show the ‘glorious history’ of the Abyssinians by hiding the culture and
history of others. If some historians manage to write a book about Oromo or
other southern people they hide it from the public or ignore it in the empires
educational system.
In Schools, colleges and universities, the curriculums
were designed in such a way that they can advocate and propagate the culture,
language and history of the Abyssinians. The culture of other nations and
nationalities were considered back ward or uncivilized cultures (Goji bahils as
they call it) and they teach that it has to be replaced by ‘modern’ Abyssinian
culture.
In elementary schools, a teacher used to have a full
right to change pupils name if he is not happy with it. That means an Oromo
name given to a student by his parents can be changed to Amharic name at school
by a teacher. A young boy or girl was used to be forced to adapt himself/herself
to a new Identity.
Nations and nationalities were demoralized with their
Identity through giving them derogatory names to the entire population. For
example, they gave a derogatory name ‘gaallaa’ to an Oromo nation, ‘Walaamoo’
to Wolaita, ‘deraasa’ to Gedeo, or ‘Baria = slave’ to nations and nationalities
with darker skin. To escape the application of these derogatory terms to them,
individuals were forced to have Amharic names and identify themselves as Amhara.
Having non Amharic name causes discrimination. Having
Amharic name and identifying oneself as an Amhara used to give one more chance
to get job, more respect and more appearance in front of a public, which of
course was a show of who is smart and a genuine leader. Later on this was
actually replaced by identifying oneself as Ethiopian.
It is not clear when the Abyssinians started using a
‘green – yellow – red’ flag. What was clear was the flag gets the
green-yellow-red configuration during King Minilik time. When the Abyssinians
controlled the southern people and Oromia, they banned everything that helps
identify the nations and the nationalities. They replaced the flag of nations
with the ‘green – yellow – red ‘flag of Abyssinians. For example the ‘ Black –
Red – White ‘ flag/ color/ of Oromos or the ‘ Faajjii Walaabuu or Faajjii Abbaa
Gadaa’ was effectively banned from
public appearance starting from the time of Minilik . The Abyssinian flag was
the one that was imposed all over the empire.
Imposing one’s flag upon others by disbanding theirs
is a complete imposition of one’s Identity upon others. Because, flag is a
symbol of Identity and Nationality. Abyssinians, specifically the Amharas had
managed to impose the Ethiopian Identity upon nations and nationalities during
the last 130 years. The TPLF dominated government of Ethiopia just took over
from where Amhara stopped, but this time the method is a little different.
It is also worth mentioning that imposing Ethiopia
upon nations and nationalities at the expense of their identities carried out through
legal enforcement too. One good example is, as I mentioned above, the ‘green –
yellow – red ‘flag was not only imposed upon people but it is also legally
enforced. This flag is Legally the flag of the empire and breaking the law of
the flag is punishable which in some cases can cause torture until one agree to
obey the law or end in death.
The other legally enforced Ethiopian imposition is the
language. Amharic, though it was the language of one ethnic (Amhara), was and
still is a defacto official language of the empire. It was the working and
teaching language of the pre- TPLF weyane governments and the working language
of the pseudo federal government of today’s Ethiopia. As it is legally the
official language of the empire, it is a must know language, which makes it
legally imposed and the enforcement is through making it the only official
language and a must learn language, which otherwise one is punished through the
system by being unfit. Before the TPLF government one has to know Amharic to
get job throughout the country and now all the pseudo federal government jobs
are reserved for those who speak the language. But if the country has a
multiple official languages people from most part of the country can have job
at all levels (regional or federal).
Ever since Aljazeera stream aired a TV clip about
Oromo, there is a saga between Oromo nationals on one side and Abyssinian
elites on the other side. Aljazeera TV and the well-known Oromo political
analyst and nationalist Jawar Mohammed with journalist Mohammed Ademo promoted
Oromo cause on Aljazeera stream. These two Oromo nationals clearly showed the
world who Oromos are and how Abyssinians imposed the Ethiopian identity on
Oromos. They also showed the world how Oromos identify themselves and how they
distance themselves from Ethiopian identity. In addition to these, Oromo
liberation front’s Fido Ebba clearly showed how oppressive the successive
Ethiopian governments are including the present one.
The Abyssinians who saw the exposure of their system
and what they did to nations and nationalities across the empire during the
last 130 years started to criminalize the Oromo nationals. What they didn’t
know is that, these Oromo nationals spoke the feeling and view of every Oromo.
Abyssinians must get it right that Oromos identify themselves as Oromos and
Ethiopia is an imposed and enforced Identity.
They have to get it right that Jawar Mohammed is not
only Oromo intellectual, but also a hero who brought Oromo cause to international
arena. He took Oromo struggle a great leap forward. He has a personality whom
every Oromo admire and the enemies envy.
Aljazeera took a great initiative by airing Oromo
cause to a global audience. They played a great role in exposing the behavior
of the successive Ethiopian governments and how oppressive they were to the
Oromos. They also exposed how Oromos are prosecuted and imprisoned under
today’s Ethiopian government. They showed the world that a voiceless in an
empire can be heard too.
I wish other international media outlets follow
Aljazeera’s example in exposing the oppressive nature of Ethiopian government
and how Oromos are still suffering under the colonial Ethiopia. Oromo nationals
must follow Jawar Mohammed’s example and try to bring Oromo issues to global
Audience.
Adugna Dinka (re_appear1@yahoo.co.uk)
Tuesday, July 9, 2013
Ethiopia Intelligence, Security Services Powers Extended
Ethiopia Intelligence, Security Services Powers Extended
July 4, 2013
By African Defence Admin
The Ethiopian government has announced plans to transform the National Intelligence and Security Service (NISS) into an autonomous federal government office.
This is expected to strengthen its ability to act on national security issues and ensure it can respond to issues today and in the future.
The National Intelligence and Security Service (NISS) was established in 1994/95 as the Security, Immigration and Nationality Affairs Authority. Its name was changed to the NISS in 2006/07. On Tuesday, the plan to re-establish the NISS was presented to the House of People’s Representatives.
Three reasons were given: To strengthen the NISS to allow it to protect and defend the sovereignty of the country, the constitution and constitutional order; to determine the power, duties and accountability of the NISS to promote peace, development, democracy and good governance; and build a modern and strong NISS, loyal and resilient to the constitution and constitutional order of Ethiopia and conscious of national and international interests The aim of the NISS is to protect national security by providing quality intelligence and reliable security services. Under the plans presented, it is accountable to the Prime Minister.
The proclamation preventing the establishment of other intelligence and security institutions has given other powers to the NISS.
The agency has a wide permit to lead intelligence and security work both inside and outside Ethiopia, formulate national security and intelligence policies and establish and run intelligence and security training institutions.
Under the new plans, the NISS will also work with foreign intelligence and security organisations to share intelligence and conduct joint operations. It will also investigate domestic or foreign threats to the constitution and constitutional order, threats to economic growth or governance within Ethiopia and collect intelligence.
It will also lead on national counter-terrorism co-operation and co-ordination and represent the country in international and continental counter-terrorism relations and co-operation.
The service will follow up and investigate terrorism and extremism and collect information. Its security role includes providing and controlling immigration and nationality services to Ethiopian and foreigners, studying and submitting to the government service charge rates and implement same upon approval; providing the necessary service for refugees based on the Refugee Proclamation and in co-operation with other appropriate organs; leading aviation security activities, providing aviation security services and coordinating other aviation security stake holders in accordance with the Ethiopian Aviation Security Proclamation; providing security protection to the president and prime minister of the country as well as to heads of states and governments of foreign countries in collaboration with other relevant organs. Girma Seifu, the only opposition MP, said that NISS employees should be separate from the civil service, in the interests of professionalism.
He said they should also have different ID cards to distinguish them from support staff. “Other support staff might use the ID to harass people as they might not have the ethics,” he said. He cautioned that the new NISS should provide security to society and should not intimidate people
>african-defence

Monday, July 8, 2013
Knife Attack On Oromo refugees In Egypt
Incident report from Cairo: Knife attack on Abdi Obsa (157/2012) and Attempt Against Yusuf Bariso (UNHCR No.: 1397/2009)
July 8, 2013, Cairo, Egypt
The attack on Oromo refugees in Egypt has continued as we speak. Attached is a picture of a young man attacked by a knife on July 6 as he and his friend were looking for dinner. His friend survived the knife attack by running away. If you can read Afan Oromo you can see their dire situation they are in (below) from the message their chairman sent me. They need your immediate help until the UNHCR is able to relocate them from where they are stranded. Galatoomaa/Mosisa
—
Abdi Obsa and Yusuf Bariso were going to look for dinner when three Egyptian men attacked Abdi at around 9pm on his left hand saying “you are among the Ethiopians who demonstrated in front of the UNHCR and complain against our people. Your country is cutting our Nile and you blame our people to UNHCR.”
They were three young Egyptian men who tried to beat them and finally attacked Abdi on his left hand as shown on the attached picture. Abdi said they felt angry with foreigners and said to them we are done with Mursi and we will remain with you.
At this moment, one of them three pulled out knife and attacked Abdi on his left hand. They also tried to attack Yusuf Bariso and he manged to ran away with Abdi in order to save their lives. We took them to 6 October hospital, and also reported to police station. We kindly ask the UNHCR office to take necessary steps to move our people to safer place in Cairo.
With Kind regards,
Adem Hassen
General Secretary
Tel: +2012 7164 9723
General Secretary
Tel: +2012 7164 9723
tumsa kora miseensoota ABO
Sagalee tumsa kora miseensoota ABO Ameerikaa Bitaa
Toronto fii naannoo isitti
SAGALEE TUMSAA
Guyyaa: July 3, 2013
Gara: Kora miseensota ABO Ameerikaa Bitaa
Garamii: Koree waloo sochii ABO fii THBO naannoo Toronto itti qindeeysuuf dhaabbatte.
Jaallawwan,
Qindoomina sochii siyaasa Oromoo kan yaroo ammaa Toronto fii naannoo isitti dhaaboota kee- nya ABO/OLF fii THBO/ULFOn utubamee deemaa jiru bakka buunee, salaamataa jaallummaa tiifii hawwii bilisummaa tan fedhii Oromummaa tiifii jaalala bilisummaa Oromiyaa irraa burqite sagalee takkaa fii hafuura tokkoon gara keeysan hoggaa dabarsinu, gammachuu honga hin qabneetu nutti dhagayama. Nu ofkolchaa! Qunnamtii gaarii isiniin jenna !
Itti aansinee, korri keeysan kora milkii, kora humnoota bilisummaa Oromiyaatiif qabsaawan mara walitti harkisu, jaalalaafii jaallummaa jidduu itt magarsee walitti itichu, qabsaawotaa fii sabboontota Oromoo walitti urgeeysee walitti mi’eeysu, kora qabsoon bilisummaa Oromiyaa hooggana waloo tokko jalatti deebitee qindoominaa fii waaltummaan akka sossootu qooda isaa gumaachu, kora dhuma irratti murtiilee jajjabduu haala kanaa fii kan kana fakkaatan irratti da- barsee gammachuu fii nagayaan addaan ka’u akka isiniif tahu hawwiin keenya guddoo dha.
Jaallawwan,
Haalli qabatamaan yaroo ammaa akka sabatti keeysa dabraa jirru, gaddisiisaa tahee, haala duk- kanaawaa dha. Haala jeeqamaa dha. Sabni keenya ammallee harqoota gabrummaa jala jira. Bi- yti teenya Oromiyaan ammallee bittaaa alagaa jala jirti. Mootummaa alagaa yartuu Wayyaanee dhaan gaggeeffamtuutu hiree teenya muree murteeysaa jira. Qabeenya keenya hila tokkoon maletti saamaa saamsisaa jira. Ummata keenya roorroorfii miidhaa adda addaatiin lafa irraa duguugaa jira. Beelaa fii dhukkubaan, deegaa fii doofummaan galaafachaa jira. Mootummaa farra ilma nammaa taate tanaatu humnaan bakka saba keenyaa bu’ee addunyaa sobaa jira. Rir- moota keeysaa gargaarsifattee qabsoo bilisummaa Oromiyaa dhaamsuuf yoo dadhabe ammo ukkaamsuufii laamsheysuuf karaa tahe maraan bobbahaa jira. Ummata keenya jiilchuu fii qab- soo isaa irraa fageeysuuf, gameeyyii qabsaawotaa fii sabboontota Oromoo barbaaddee gataa jira. Kaan biyyaa arihaa jira. Kan kana irraa hafan ammo mana hidhatti guurtee lubbuu itti gu- raaraa jira.
Haalli addunyaatiis, akkuma laallee garru itti haala roora’aadha. Waarooma hinqabu. Dhugaa irratti osoo hin tahin dantaa fii jabeenya irratti irkata. Isuma humna qabuutu deeggarsa isaanii qabaata. Kan humna hin qabne ammo dhiitamee jiraata.
Keeysa keenya deebinee hoggaa laalluus, wanni sirraawu qabu hedduu tu mul’ata. Keeysattuu dhimma jaarmayaa tiifii hoogganaa irratti gaaffii gurguddoo tu dhihaata. Humna bilisummaa Oromiyaa itti amantu keeysaa harki guddaan ammallee jaarmayaan alatti faffaca’ee jiraata. Hammi xiqqaan jaaramees garee garee dhaan adda babahee qindoominaan alatti munyuuqata. Walitti baqee jaarmaya waliigalaa tiifii hooggana waaltawaa tokko burqisiisuu hindendeenye. Haalli kun itti fufuu hinqabu. Hatattamatti Jijjiiramuu qaba jennee amanna.
Jaallawwan,
Karaa biraatiin, jijjiiramaa fii geeddaramoota adda addaa kan yaroo ammaa adeemsa qabsoo bilisummaa Oromiyaa keeysatti mul’achaa jiran ifdura qabnee hoggaa laallu, fuuldurri keenya ifaafii fuulbana tahuu isaa haalli nuuf tilmaaman hedduu tu mul’ata. Fakkeenyaaf,
1. Gadi buunee ija gatiitiin yoo laalle, yoom irraahuu caalaa har’a kaayyoon bilisummaa
Oromiyaa dhukkuba Toophiyummaa irraa qulqullaawaa dhufuu isiiti garra,
2. Rirmoonni keeysaa, ayyaan laallattootaa fii seera dhabloonni, gantootaa fii abdii kutat- toonni kaayyoo bilisummaa Oromiyaa dahoo godhatanii yaroo dheertuuf dhukkuba Toophiyummaa qaamaa fii sammuu qabsoo bilisummaa Oromiyaa keeysa facaasaa turan saaxil bahanii qabsoo keeysaa moggatti tufamuu isaanii ti garra,
3. Hafuurri humnootaafii qabsaawota bilisummaa Oromiyaa jidduu jiru yoom irraahuu caalaa urgaawaa, jaaraafii abdachiisaa tahaa dhufuu isaa ti hubanna,
4. Gaaffiin araaraa fii tokkummaa, qindoominaa fii waaltummaa mooraa qabsoo bilisummaa Oromiyaa keeysatti yoom irraahuu caalaa ulfina fii dhageeytii arkachaa finiinaa dhufuu isiiti garra. Yoo irratti hojjanne, haalli kun deebinee ifsirreeysuuf, hireefii dambooba gaarii nuuf laata.
Waliigalatti, haala kana keeysaa injifannoon bahuuf, jaallawwan, humna murteeysaa tahuu qabna. Humna murteeysaa tahuuf ammo diinoota keenyaa olitti qophaawuu fii qabsaawuu tu nurra jira. Humna teenya, dendeeytii teenya, qabeenya keenyaa fii ogummaa teenya, muuyxan- noofii qarooma keenya mara hooggana tokko jalatti hiriirsinee qabsaawuu nu barbaachisa. Kana irratti walqabannee halkanii guyyaa haa hojjannu. Jaarmayootaa fii hoogganoota keenya garasitti haa dhiibnuu. Humna bilisummaa fii walabummaa jabeeysuu fii waalteysuun !! Qabsoo bilisummaa Oromiyaa qindeeysuu fii humneeysuun!! dhaadannoo yaroo tahuu beeynee waliin irratti haa cichinuu. Jabaadhaa haa jabaannu.
Irra deebinee korri keeysan kora milkii haa tahu jenna !
Korri itti aanu kora qabsaawota maraa akka nuuf tahu abdiin teenya guddoodha ! Injifannoo ummata Oromootiif !
Oromiyaan ni bilisoomti !
Koreen sagalee tumsaa isiniif dabarsitu tuni, koree waloo sadarkaa Toronto fii naannoo isitti, sochii dhaaboota keenyaa qindeeysuuf, bakka bu’oota qaamoota ABO sadeen (ShG + QC + GQM) fii THBO/ULFO irraa dhaabbatte tahuu gammachuun isin hubachiisna. Galatoomaa.
Dura taa’aa,
TPLF AND HIS TERRORIST DEPORTMENT
TPLF AND HIS TERRORIST DEPORTMENT.
Firehiwot Guluma Tezera
According to many Ethiopia Medias and FBI has foiled an attempt by the Ethiopian government to assassinate anti weyane or TPLF. Please note here I said the Ethiopian government since there seems to be no thin line between the TPLF party and the government. Why I am not surprised? I am not surprised because for the TPLF violence is sanctioned by the party leaders as a legitimate tool to achieve political, economic and military dominance.
In Ethiopia they are known for carrying weapons conspicuously, brandishing them at will and revealing in their thuggish behaviour. They are the kind that administers summary judgment on street corners, bars and clubs.
How was TPLF Chairman, the recently departed Ethiopian Prime Minister Meles Zenawi able to achieve this goal in Ethiopia? The simple truth is by using violence to silence, intimidate, and eliminate his and the party’s actual or perceived enemies using any means necessary. You do not need to be a Sherlock Holmes to detect this pungent smell of gun powder around most Woyanes.
Mengistu Hailemariam prepared the perfect ground for TPLF to flourish. He has already disarmed the population, delegitimized the family system and used the lowest denominators to be in charge of the Kebeles. TPLF inherited a demoralized, confused and tired population to mold in its own image.

The first target of this terrorist organization was the OROMOS educated citizen. The University was stripped of its most experienced and independent thinkers. In ’94 the University was a former ghost of itself. The political system was dealt in a harsh way.
Violence was the main calling card of the TPLF. Every opportunity he got the sick dictator used to trash our country and our history and every opportunity they got his security department used to bully, intimidate and made to cower with fear. My dear fellow citizens, you know there is nothing new in what I am telling you. Some have witnessed it, plenty have experienced it and a vast majority would try not to think about it. The shame is unbearable.
One thing about TPLF is it is not a behind the curtain type of organization. It practically advertises every hit and all illegal acts. They use their criminal action to send a clear message to the citizen. That is why they insist that all are aware and versed on their mode of operation. They use their Television news, their newspapers and radio to send warning messages before they take action. When the unthinkable happens some are heard to say ‘he/she was warned but refused to listen-they deserve it!” You see the victim assumes the blame.
They have been systematically killing any and all emerging Oromo’s. They have goon squads that go around intimidating anybody they perceive to be a challenge. They use beating and flogging opponents to shame them in front of family, friends and a whole village. They use blackmail as a tool. They use the law to break the law. Meles used to amend the Constitution in a weekend. Even the Constitution is not worth any respect. Once you trash the Constitution what is on your way? As Oromos in exile we should take the actions of these criminals seriously. It is true there is no criminal without the victim. Sometimes it is unfortunate things happen but you really can’t leave your door open and cry about being robbed do you? It is time we accept responsibility. WE OROMO people that are facing the brunt of TPLF abuse should wake up and face their coward enemies. By now it should be clear silence is not the answer. The one year and half anniversary by our Muslim citizens is clear indication the regime does not listen to reason. The steadfastness of our Muslim brother should be applauded and emulated by the rest of us. The call by our Orthodox and protestant church and WAKEFETA OROMOS in exile for every one of us to safeguard our religion and our country is a timely reminder.
The fact that we have muscle now is a very empowering feeling. The cooperation between our OLF and as.
Woyane dogs are not going to wake up one morning and pack and leave.We have to push them out. That is the only proven way. Anything else invites more abuse.

Victory for Oromo peoples.
Oromia shall be free!!!
Oromia shall be free!!!
Subscribe to:
Comments (Atom)