Tuesday, August 27, 2013

WWDO: DC – Hagayya 30 – Sagantaa Yaadannoo Qabsaawaa Inj. Tasfaahun Camadaa fi Oromoota Arsii Kofaletii Ajjeefamanii

Waldaan Walgaragaarsa Dargaggoota Oromoo (WWDO), Jaarmiyaan Hawaasa Oromoo fi Ijaarsi Dubartoota Oromoo Adduynaa (IDOA) wal ta’uudhaan sagantaa guca ibsuu goota Oromoo Injiinar Tasfaahun Camadaa fi Oromoota magaalaa Kofaleetti mootummaa abbaa irree fi faashistii Wayyaaneetiin ajjeefaman yaadachuuf qopheessine irratti Oromooti naannoo Washington, DC, Maryland fi Virginia jiraattan akka irratti argamtan waamicha lammummaa isiniif dhiyeessina.
Guyyaan: Jimaata Hagayya 30, 2013
Sa’atiin: 6:00w.b. (6:00pm)
Bakki: Oromo Center
811 Upshur Street, NW
Washington, DC 20011
Gadaa.com
RELATED:

No comments:

Post a Comment