Sunday, September 1, 2013

Humiliation of Woyane bond-sale campaigners in Sweden on August 31, 2013

Hawaasni Oromoo fii Toophiyaa guyyaa ar’aa (Hagayya 31, 2013) magaalaa lammaffaa biyya Suweedin Goteborgi keessatti harka wal qabachuun garee Wayyanee ta maqaa jaarumsa kuurii laga Abbaay jedhuun maallaqa ummatarraa funaanuuf guyyaa ar’a Hagayya 31 bara 2013 dhufte turte. Haata’uu hawaasni wal yaame gurmuun bakka isaan walgayuuf itti karoorfatanitti itti dhaquun akeekni saanii akka hin milkooyne addaan facaasan, qarshiin namarraa funaanuuf dhufan hafee mataa ofiitiifuu poolisaa jalatti dheessuun achirraa baqatanii jiru..Guutuu dhimmaa kanaa viidiyoo kana daawwadhaa!

No comments:

Post a Comment