Saturday, September 7, 2013

Yaamicha Walga’ii Dubartoota Oromo Maraaf

idoa iowo

Yaamicha Walga’ii Dubartoota Oromo Maraaf
Ijaarsa Dubartoota Oromo Addunyaa (IDOA) irra
Ijaarsi Dubartoota Oromoo Addunyaa (IDOA)Walgahii Dubartoota Oromo Fulbana 15, 2013 godhata.
Dubartoonni fi shamaran Oromo umriin (daaddaan) keesan waggaa 18 fi ol taatan, DC, MD fi VA jirattan Walgahii kana irratti akka argamtanii kabajaan isin afeerra.
Teesson: Mana Hawassa Oromo Washington D.C.
6212 3rd Street NW
Washington DC, 20011       
Yeeroon : waarree booda sa’a 2:00 (pm) irraa jalqabee

IDOA

No comments:

Post a Comment