Monday, November 11, 2013

Urgent !!! Urgent !! Assistance…

Abdulkadir Noor Gumi | Sadaasa 10, 2013
Namoota Su'ud Arabiyaa irraa baqatee gara biyyatti galaa jiran
Namoota Su’ud Arabiyaa irraa baqatee gara biyyatti galaa jiran
Ilmaan Oromoo biyyaa Awropaa fii Ameerikaa kan jiraattan, akkasuma kan Australia jiraattan hundii keesanuu , isaan  kanneen carraa jiruu argattanii biyyaa nagaa jiraattan hundii keesanuu, carraa argattanii  mirgi namummaa keesan isaniif  eeggamee jirru dirqama lammummaa kan Oromummaa akka baatan marii hatattamaa roorroo Obboleeyan kanneen Gabrummaa warra Itoophiyaa jalaa baqatanii lubbuu ofii baafachuufi biyya Saudi Arabiyaa, Masrii, South Africa , Kenyaa, Djaboutii, Somaliland, Yemen jiraatanratti  yeroo adda addaa rakkoon irraatti argamtee jirtuu tana Embasii biyyootaa kanaa kan akkaa Saudii Arabia, Kenyaa, Masrii kan biyyoota isan  keeysatti argamtan duratti hiriira bahuun  balaaleyfachuu fii lubbuu ilmaan Oromoo kan isaan jalatti baqatanii osoo jiranii ajjeechaa fii roorroo Nama suukanneeysitu Tana akka irraa gaafatamuu jiraatanii fii, haala fokkataa bineensummaa kana ilmaan Oromoorraa akka dhaaban gaafachuun  dirqama lammummaa Oromoo waan taheef Communitiin Oromoo biyyaa  alaa Jiraatan hundii akka hiriira akkasii qopheeysanii gaafatan , Oromoon Itoophiyaa miti ! Oromoon Biyyiti isaatii fii lammiin isaatiis Oromiyaa dha!nuu rakkoo qabnaa , rakkoo san nuuf baraa jechuudhaan akka namaa  keenna biyyaatti hindeebifneefi ammaas mirgii isaani akka eegaman.
Abdulkadir Noor Gumi

No comments:

Post a Comment