Tuesday, March 8, 2016

#OromoProtests – In Finfinne and other places, March 8, 2016

(Ayyaantuu#‎BilisummaaOromoo‬– (08.03.2016, ‪#‎EndSlavery‬, Oromiyaa) Yeroo ammaa kana barattootni university Finfinnee fuula embassy America kan finfinneetti argamuu fuulduratti hiriira mormii gocha ajiru. Mootummaan Ameerikaa sirna garboonfattuu deeggaruu akka dhaabu gaaftaa jiran.
Kun kanan osoo jiruu humnooti Agaazii fi waraana wayyaanee dirmachuun barattoota bittinneessaa jiru; barattoota hedduus rebanii miidhaa irraan gahaniiru; kanneen ukkaamfamanis ni jiru. Diddaan itti fufee jira!!
12799265_10207761297702139_4937138426040612947_n

‪#‎KonsoProtests‬- (08.03.2016, ‪#‎EndSlavery‬, Oromia) The Konso people have been protesting over the last several months against land grab, demanding self-governing province and improvement in basic development. Last week, the regime arrested leader of their elders council. This led to eruption of protests on Saturday when farmers from various villages marched to the city. The city is currently under military control.
==============
የኮንሶ ህዝብ የጀመረውን የአከላለል ጥያቄ ጋር በተያያዘ በህዝቡ ላይ በደቡብ ልዩ ኃይልና መከላከያ ሰራዊት እየደረሰ ያለው የአፈና ተግባር ተጠናክሮ ቀጥሏል፡፡ በዚሁ መሰረት በከተማው የሰፈረው ታጣቂ ከከተማዋ አጎራባች ቀበሌዎች እየዘመተ በህዝቡ የተዘጉ መንገዶችን ለማስከፈት በሚል በዜጎች ላይ በሚወስደው የኃይል እርምጃ በ- ደቤና ቀበሌ ገ/ማ አቶ ‹‹ሷይታ ጋራ ›› ህይወታቸው ያለፈ ሲሆን ወጣት ‹‹ ተስፋዬ ማሙሽ›› ከ -ከርታሌ ቀበሌ እግሩ ተሰብሮ በባህል ህክምና እየተደረገለት በካራት ከተማ የሚገኝ ሲሆን አንድ የ65 ዓመት አዛውንትም ተሰብረው ባሻ ጤና ጣቢያ ይገኛሉ፡፡
konso

Fincilli xumura garbummaa bitootessa 8/03/2016 halkan eddaas yuunversiitii wallaggaa keessatti jabaatee itti fufee jira. Mootummaan gabroonfataan Wayyaanee akkuma amala isaa aangoosaatiin biyya bulchuu bare barattoota hidhuu, ,dararaa fi reebicha hamaa kan gara laafina hin qabne ammas baratoota yuunversiiticha keessa jiran irratti raawwachuu itti fufee jira. Halkan eddaas humni federaalaa baratoota nagaan hiriba rafaa jiran doormii cabsuudhaan tarkaanfii hamaa baratoota irratti raawwachaa buleera. Barattoota heedduunis akka malee waan miidhamaniif gara oospitaalaatti guuramaniiru. kanneen badii tokko malee mana adabaatti eeffamanii dararaan irra ga,aa jirus baayyini isaani gara hin qaban.Ganama kanas fincilli xumura garbummaa kun jabaachuun baratoonni uummanni fincilicha waliin hirmaachaa jiru . barnoonnis kaleessa ganama irraa eegaluun hanga bilisummaatti jechuun baratoonnii yeroo ammaa kana mooraa gadhiisanii ba,aa jiru.
wallaga

No comments:

Post a Comment