Thursday, March 3, 2016

#OromoProtests – Mass Protests, March 3, 2016



‪#‎DriversStrike‬
continued for the third day in Ambo.
=========================
“Mormiin konkolaachistootaa Ambootti akkuma eegaletti guyyaa sadaffaaf itti fufee jira.”
12801474_546138372220570_1154070653830091124_n


Bitootessa 3/2016 Godina Lixa shaggar Aanaa Calliyaa Magaalaa Geedoo keessatti Yakki waraana mootumman wayyaanee rawwatu itti fufuun har’a sa’aa 6:30 irraa eegaluun uummata nagaa irratti dhukaasa banuun Magaalaan Geedoo goolama jirti, Yeroo amma kana Magaalaa Geedoo keessatti Yakki waraanaa dalagamaa jira, dhukaasa hanga ammatti godhameen namoota madeeffaman fi wareegaman adda baasuun isiniif ibsina. loltootni Uummata reebaa jiru. Magaalaan Geedoo dirree waraanatti waan jijjiramtee jirtuuf namni oliif gadi socho’uun iyyuu haala ulfaataa keessa galee jiraachuun ibsame jira.
Magaalaa Geedoo bakka lafa gabaa jedhamutti yeroo amma dhukaasatu dhageesifama jira. sirni gabaa lagaachuu aanaa Calliyaa magaalaa Geedoo keessatti guyyaa har’aa guutummaatti hojii irra olee jira, Gabaan tokko illee utuu hin dhaabatiin kan oltee ta’uun ibsamera.
Injifannoon uummata Oromoof!!
chaliya

‪#‎OromoProtests‬
Underway in Dubluq town, Borena zone today March 03, 2016,
Woyane police tend to control the crowd but the protest was unstoppable.
Casualties reported so far was the son of jarso boru, his head was badly injured by police.
————————————————
Daimtuun nuu daqaabdee ardaa Dubluq kessaa Godinaa boraana, hirriraa Gudaan akkass itii fufuu jiraa.
Gurban mataan issaa boroqee jedhani Gurbaan kuun kaa addula boranaa jarso boruutii,
Jabaadaa qerroo tenaaa.
borena

No comments:

Post a Comment