Sunday, September 15, 2013

Barruulee Gaaffii Mirga Oromoo Magaalaa Finfinnee fi Naannootti Bal’inaan Itti Fufee Maxxanfame.

Magaalaa Fifinnee fi naannoo isheetti barruuleen mirga uumata Oromoo gaafatan baldhinaan tamsa’uu fi faca’aa jiraachuun mootummaa Wayyaanee guddoo rifaasisee jira.Tamsa’uun waraqaa loltoota Wayyaaneen irra deemamee buqa’u illee battalumatti naannoo adda addaatti irra deebi’amee Fulbaana 13,2013 bal’inaan maxxanfamuu fi raabsamuun daranuu Wayyaanee yaaddessee jiraachuu gabaasi Qeerroo Finfinnee irraa addeessa.

=>qeerroo

No comments:

Post a Comment