Saturday, September 14, 2013

Konyaan ABO Adelaide Yeroo Duraaf Kora Waggaa Gaggeeffatan

Gadaa.com

Haala qabsoon Oromoo irratti ibsa godhameen boodas gaaffilee mana keessaa ka’aniif deebiin kennamee jira. Keessayyuu, Kaayyoo Oromoo tiksuu fi milkeessuu irratti sochiin karaa ABO godhamaa jiru amma illee kana hin daddaaqamne ta’uun marii kana irratti ibsamee jira.
Xumura irrattis hirmaatoti Kora Konyaa ABO Adelaide ibsa ejjennoo baafatan keessatti kutannoo fi murannoo qabsoon Oromoo milkeessuuf qaban irra deebi’anii mirkaneessuun, umurii sirna wayyaanee dararaa fi dhumaatiin adeemaa jiru gabaabsuuf waan danda’an maraan akka hojjatan waadaa isaanii haaromsanii jiru.More at gadaa

No comments:

Post a Comment