Friday, May 23, 2014

Waamicha Wolgayii — Dr. Mararaa Gudiinaa

Waamicha Wolgayii — Dr. Mararaa Gudiinaa
Hogganaa Kongirasii Federaalistii Oromoo fi hayyuun siyaasaa Dr. Mararaa Guddinnaa haala yeroo fi Sochii barattoota/dargaggoota Oromoo irratti ibsaa fi marii ballaa hawaasa Oromoo Minessotaa waliin taasisuuf gaafa Waxabajjii/June 15 saatii 3-6 galma hawaasa Oromootti walgayii waamaniiru.
Koottaa hirmaadhaa, mari’adhaa. Akkaataa qabsoon Oromoo furgaasuu dandeenyurratti yaada keessan kennadhaa!
Gadaa.com

No comments:

Post a Comment