Thursday, May 29, 2014

Yuuniversitii Haromayaa har’aa nyaata lagachuun mormii isaanii dhageessifataa oolan

 Haromaayaa.
Guyyaa Ayyaana Wayyaanee Caamsaa 20 jechuun kabajamu mormuun barattooti Oromoo Yuuniversitii Haromayaa har’aa nyaata lagachuun mormii isaanii dhageessifataa oolan. Haala kanaan galgala ammaa sa’aa muraasa dura humni loltuu Federaalaa mooraa Yuuniversitii Haromayaa seenuun barattoota Oromoo 10 bakka ciisicha isaanii irraa deemee funaanuun ukkaamsee mana hidhaa hin beekamnetti geessee jira. Haalli kun haalaan sukkanneessaa ta’ee jira.
Sabboonaa barataa Leencoo Fiixaa Hordofaa agriculture waggaa 3ffaa ,bakki dhaloota Godina Shawwaa kibba lixa Aanaa Daawo
Ararsaa Laggasaa kan inni baratu engenering waggaa 4ffaa,bakki dhaloota Godina kibba lixa shawaa aanaa Tolee
Jaarraa Margaa,kan inni baratu water engenering waggaa 4ffaa bakki dhaloota Godina shawwaa kibba lixaa Sabbata
Alsan Hassan bakki dhalootaa shawaa dhihaa Ambo,kan inni baratu electrical engenering wagga 2ffaa
Walabummaa Goshee kan inni baratu Economics waggaa 2ffa bakki dhalootaa godina shawaa lixaa Ambo,
Irranaa Kabbadaa kan inni baratu agricultural wagga 2ffaa bakki dhalootaa godina Shawaa lixaa Ambo
Sanyii Yaalii kan inni baratu economics waggaa 3ffaa bakki dhalootaa godina Shawaa lixaa AMBO
Biqila Toleeraa kan inni baratu veternari Medecine waggaa 6ffaa bakki dhaloota godina kibba lixa Shawaa AMBO
Raggaasaa kan inni baratu waggaa lammaaffaa water engenering bakki dhalootaa Godina Shawa lixati 10.maqaan nu hin geenye
Ammaaf maqaan hin baramne.
Barataa Fiixaa Hordofaa agriculture waggaa 3ffaa
Barataa Fiixaa Hordofaa
agriculture waggaa 3ffaa//
Updated News: [Ten Oromo Students Abducted From Haramaya University on May 27]
Ten Oromo students were abducted from Haramaya University by Ethiopian security forces on Tuesday, May 27, 2014. Their where abouts is unknown. Among the abductees are:
1. Lencho Fita Hordofa, 3rd year in the Department of Agriculture. He was born in the district of Dawo, South Shewa Zone of Oromia state
2. Ararsaa Lagasaa, 4th year student in the Department of Water Engineering. He was born and rised in the Tolee distrit of South Shewa Zone
3. Jaaraa Margaa, 4th year student in the Department of Water Engineering. He was born and raised in Sabata, South Shewa Zone
4. Alsan Hasan, 2nd year student in the Department of Electrical Engineering. He was born and raised in Ambo, West Shewa Zone
5. Walabummaa Goshee, 2nd year student in the Department of Economics. He was born and raised in Ambo, West Shewa Zone The names of the other five students are unknown at this time.


No comments:

Post a Comment